Hoyga Aflaanta Hindiga Afsomali ah Gaar ahaan Kuwii Hore ee 70aad Kii ilaa 90aadkii Jaceyl Waali @ALFAGHISTUDIO Halkan Ka Daawo
Buugaagta Somali ah? @Somalibooks
Waa mareeg lagu aruuriyo duruusta culimada soomaaliyeed.
Waxa ka masuul ah:
https://t.me/IshraqCenter
Kala xidhiidh maamulka halkan:
@Turaasculimobot
Waxaad ka heleysaa buugaag ku qoran Luqadaada Hooyo ee Af-Soomaaliga oo ka liyah
Fadlan wixii Su'alaha la xariir
@liibaanwaasuge
@Mfaratoon
ARJOOMA MEESHAALEE BARNOOTAA MANA BARUMSAA TUULAMAA QANANIITIF TAASIFAMEE.
Waldaa Gargaarsaa Shanan Gibee kaaba Ameerikaa wal ta'insaa Waldaa Tola Ooltummaafi Misoomaa Ilmaan Abbaa Jifaariin waliin ta'un arjooma meeshaalee barnootaa mana Barumsaa Tuulamaa Qananii sadarkaa 1ffaa hirmaannaa hawaasaatiin kan ijaaramee rakkoolee mana barumsichaa keessatti jiran hubachuun barattootaaf meeshaalee barnootaa dabtara daarzaana150,qalama,kitaabota rifaraansii,meeshaalee qulqullina dubartootaa fi boronqii (chalk) walumaa galatti gatiin meeshaalee armaan olitti jiran qarshii kuma dhibba tokko (100,000) ta'u gaafa guyyaa 17/03/2016 A.L.I mooraa mana barumsaa tuulamaa qananiitti argamuudhaan deeggarsa taasisne jira.
Waldaa shanan gibee maqaa waldaa keenyaan isiin galateeffanaa
እኛ ለኛው
እነሆ ከዚህ በፊት በተለያዩ የበጎ አድራጎት ስራዎች ላይ ተሰማርቶ በመስራት የሚታወቀው የበጎ አድራጎት እና ልማት ማህበራችን 'ኢልማን አባ ጅፋር' ከሌሎች የበጎ አድራጎት ማህበራት ጋር በመተባበር የፊታችን ቅዳሜ ልዩ የዚያራ ፕሮግራም አዘጋጅቶላቹሀል።ስለዚህም "ለኛ ያለነው እኛው ራሳችን ነን!" የሚል መርህ ቃል ይዘን በዉቢቱዋ ጅማ አባ ጂፋር ከተማ አጂፕ ከደም ባንክ ጀርባ የሚገኘው የካንሰር ህሙማን ማገገሚያ ማዕከል በ ቀን 04/06/2015 በመሄድ ከካንሰር ህሙማን ወገኖቻችን ጋር ቀኑን በማሳለፍ እናስደስታቸው ሲል ማህበራችን በአክብሮት ይጋብዛቹሀል።
#ኢልማን_አባ_ጅፋር የበጎ አድራጎት እና ልማት ማህበር። ከሌሎች የበጎ አድራጎት ማህበራት ጋር በመተባበር።
ለበለጠ መረጃ :- 0923303549
@ilmanabajifar
ኢልማን አባ ጂፋር ቴሌግራም ቻናል
https://t.me/ilmaanabbaajifaar_mahber
ኢልማን አባ ጂፋር ጉሩፕ
https://t.me/ilmaanabbaajifaar
Email @ilmanabajifar@gmail.com
NU WALIIF
Hojiiwwan tola Ooltummaa irratti Xiyyeeffatee hojjechuudhaan kan beekamu Waldaan keenya "Waldaa MISOOMAA FI WAL GARGAARSAA ILMAAN ABBAA JIFAAR" Sanbata xiqqaa fuldura keenyaa(04/06/2015) qophii ziyaaraa addaa isiniif qopheessee jira.isinis gaafa guyyaa kanaa mata duree ' NU WALIIF' jedhu qabannee Buufata dhukkubsattoonni kaansarii itti yaalaman dhaquun akka isaan waliin oollu jechuun waldaan keenya kabajaan isin waama.
Teessoon buufatichaa: magaalaa jimma naanno Ajiippii dugduuba baankii dhiigaa.
odeeffanno dabalataaf :- +251923303549
@ilmanabajifar
ilmaan abbaa jifaar telegram channal
https://t.me/ilmaanabbaajifaar_mahber
ilmaan abbaa jifaar group
https://t.me/ilmaanabbaajifaar
Email @ilmanabajifar@gmail.com
Hoyga Aflaanta Hindiga Afsomali ah Gaar ahaan Kuwii Hore ee 70aad Kii ilaa 90aadkii Jaceyl Waali @ALFAGHISTUDIO Halkan Ka Daawo
Buugaagta Somali ah? @Somalibooks
Waa mareeg lagu aruuriyo duruusta culimada soomaaliyeed.
Waxa ka masuul ah:
https://t.me/IshraqCenter
Kala xidhiidh maamulka halkan:
@Turaasculimobot
Waxaad ka heleysaa buugaag ku qoran Luqadaada Hooyo ee Af-Soomaaliga oo ka liyah
Fadlan wixii Su'alaha la xariir
@liibaanwaasuge
@Mfaratoon