SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA!
@Abdii_Sabaa
?NU QUNNAMUUF?
@AbdiiSabaaDm
?BARNOOTAAF
@abdii_sabaa_university
?MARIIF
@Garee_Abdii_Sabaa
Last updated 3 months, 1 week ago
asc بســــــــــــم الله الرحمن الرحيــــــــــــم
Ku Dhawaad- 3000 Buug-Somali ayaa ku jira Akhriso oo ilaali xuquuqda Qoraayada leh.
Youtube:
https://shorturl.at/auGJZ
Diclamer:
Cabasho/Buug iyo Su,aal ... La Xidhiidh
@Cabasho_Bot
@Tusmobook
Last updated 5 months, 2 weeks ago
Somali National Television is the principal public service broadcaster in Somalia.
Headquartered in Mogadishu.
Last updated 1 month, 1 week ago
Yeroo namni tokko bakka kabajaarra si waliin dhaabbatu, ati miira dhaabbataa akka isaaf kennitu of keessatti argita, ati kan namoota bilisa ta’anii gaarummaan garboomfamanii ta’uu kee beeki. Yookin ni tuffatta taanaan ati tola hin galateeffattu jechuudha. Akka tola ooltummaatiif, qooda warra isaan caala aarsuuf yaalaniiti, akka isaan isatti hin dhagahamneef.👇👇👇👇👇👇👇👇🤌
https://obsii.com/a-true-friend-when-you-start-a-relationship-best/
https://obsii.com/a-true-friend-when-you-start-a-relationship-best/
Namni hunduu nama sirrii barbaaduuf dhama'a garuu namni kamiyyuu nama sirrii ta'uuf hin dhama'u. Abjuu kee hin dhaabin, sababni isaas jireenyi abjuu hin qabne akka simbira baallee hin qabneeti... Hojii ajaa'ibaa online hojjatamaa jiru application isaa eessa arganaa jechaa turtaan kunnoo link kanan seentani bareeffaama jala iddoo Install jedhu xuquu buufadha itti fayyadama👆👇👇👇👇👇👇👇👇🫰👌
https://obsii.com/a-true-friend-when-you-start-a-relationship-best/
https://obsii.com/a-true-friend-when-you-start-a-relationship-best/
Waan itti kennan hunda kan nyaatu Saree fi waan itti fe'an hunda kan baatu Harree qofa. Ilmi namaa waan nyaatus, waan baatus beeka. Ilaaf ilaameen dubbata. Bitaaf mirgaatti, duraaf boodatti waa hubata. Hunda'n baatu; hunda'n nyaatu!👇👇👇👇👇👇👇❤️🤌
https://obsii.com/a-true-friend-when-you-start-a-relationship-best/
https://obsii.com/a-true-friend-when-you-start-a-relationship-best/
Addunyaan kun kan warra obsa qabaniiti. Jiruu kee guyyaa guyyaa keessatti obsi murteessaadha. Amala namootaa dandeessee jiraachuufillee obsa qabaachuun dirqama. Karaan milkaa’inatti geessu qoraattin kan guutamedha. Waraanamaa, qoraatti ofirraa buqqisaa, aadaa, okkolaa deemta malee siif mijatee kolfaa bashannanaa kan itti bira geessu miti! Obbolee koo!! Madaa kufaatii hin obsitu yoo ta’e milkaa’uu hin dandeessuutii OBSA HIN DHABIIN!!????????
https://obsii.com/counsel-on-how-to-preach-to-young-people/
https://obsii.com/counsel-on-how-to-preach-to-young-people/
Waan guddaa abjoodhu, cimii hojjedhu, gadi of qabi, jireenyatti gammadi, Waaqayyoon kadhadhu fi amani Ogummaa keetii fi cimina kee namatti himuu osoo hin ta'in hojjachuun agarsiisi. Kaayyoo qabaachuu kee malee kaayyoo kee maal akka ta'e namatti hin odeessin. Maalif yoo jatte? Namni kaayyoo kee yoo itti himte karaa itti kuftu siif mijjeessa waan ta'eef.
?????????????
https://obsii.com/the-deity-of-christ-is-from-the-bible/
Milkaa'inakee keessa bu'aan cubbuuf hojii dalgaan dhufe hin jiru taanaan gammaduun sirraa bareeda. Milkaa'ina cubbuun laaqame garuu, milkaa'ina jettee hin odeeffatiin. Namni karaa sirrii milkaa'e cidha hin baay'isu. Na argaa, na argaa hin jedhu. Isaan bira darbee milkaa'eefis of eeggata.????????????
https://siifan.com/2024/09/23/knowing-god-will-give-you-victory-the-secret-of-victory/
Gonkumaa carraa hin kadhatin. Carraa (hojii dabalatee) yeroo kadhattu akka nama muuxannoo hin qabnee fi gatii xiqqaa qabdutti ilaalama. Kadhachuu caalaa gatii dhiheessuu qabdu irratti ofitti amanamummaa qabaachuun baay’ee gaariidha.????????????
https://obsii.com/love-doesnt-grow-old/
https://obsii.com/love-doesnt-grow-old/
Imalli cimaaf dadhabsiisaan kophummaa ta'us, humni achi keessatti kuufattu Jabina. Ofitti amanamummaadha. Dirree moi'ichaati. Gola leenjiiti. Akkasitti alaalumatti yoo yaaddu, bakka jecha ' start' jettu sanaa ka'uun ba'aa guddaadha. Jalqabuuf humna murteessuu danda'u dhabda. Wal si harkaa borca. Jechoota jalqabaaf dhuma gidduu jiran sana osoon taane, Bakka 'Succes' jettu sana yaaduudhaan baay’ee yeroo keenya balleessina.??????????
https://siifan.com/2024/11/21/how-to-pray-to-the-holy-spirit/
Waatoota sasalphoo gochuu dandeenyu keessaa inni tokko amanuu danda'uu keenyadha. Amanachuu keenyaan yoo xiqqaate miira nageenyaa nutti dhagahamu dhandhamu dandeenya. Eegumsa waaqayyoo keessa akka jirru waan amannuuf rakkoo nurra gahuu kamuu maqaa waaqatiin bachuu akka dandeenyu ni beekna.???????????????
https://siifan.com/2024/11/20/lets-destroy-the-eternal-fire/
Yeroo hundumaa dhalli namaa rakkina moo'atee jireenya qananii jiraachuu kan isa dhoowwuu dabeessa ta'uu isaati. Rakkina moo'achuuf akkuma onnee dhabe jireenya qananii jiraachuufillee waan onnee qabu hin fakkaatu. Rakkina baatee jiraachuun dhala namaatiif yeroo hundumaa waan baay'ee barbaachisaa ta'uun isaa hin oolle. Rakkina irraa yoomuu bilisa ta'uu hin fedhu. Rakkinni dhala namaa inni guddaan fedhii isaa wallaluudha?????????
https://siifan.com/2024/11/20/lets-destroy-the-eternal-fire/
SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA!
@Abdii_Sabaa
?NU QUNNAMUUF?
@AbdiiSabaaDm
?BARNOOTAAF
@abdii_sabaa_university
?MARIIF
@Garee_Abdii_Sabaa
Last updated 3 months, 1 week ago
asc بســــــــــــم الله الرحمن الرحيــــــــــــم
Ku Dhawaad- 3000 Buug-Somali ayaa ku jira Akhriso oo ilaali xuquuqda Qoraayada leh.
Youtube:
https://shorturl.at/auGJZ
Diclamer:
Cabasho/Buug iyo Su,aal ... La Xidhiidh
@Cabasho_Bot
@Tusmobook
Last updated 5 months, 2 weeks ago
Somali National Television is the principal public service broadcaster in Somalia.
Headquartered in Mogadishu.
Last updated 1 month, 1 week ago