CEO @Obsamilli
Youtube https://www.youtube.com/c/OdeeffannooIspoortii
Last updated 2ย weeks, 1ย day ago
๐ If stock market experts were so expert, they would be buying stock, not selling advice. ๐ค
~Norman Ralph Augustine
Last updated 2ย months, 1ย week ago
SABAย GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA!
@Abdii_Sabaa
๐ฌNU QUNNAMUUF๐ฌ
@AbdiiSabaaDm
๐ฏBARNOOTAAF
@Abdiisabaa
๐ฏMARIIF
@Garee_Abdii_Sabaa
Last updated 2ย weeks, 3ย days ago
CHANNEL BARNOOTA GUDDAA DABARSAA JIRU ISIN AFFEERRE JIRRA JOIN GODHACHUUN ITTI FAYYADAMAA.
๐๐๐๐๐
[Channel kana hin qabdu taanaan barreeffama armaan gadii kana irratti cuqaasuun join godhadhu!
โฃโฃ โฃโฃ
๐๐๐ค๐ค๐๐
โโโโโโบJOIN โบโโโโโ
โโโโโโบJOIN โบโโโโโ
โโโโโโบJOIN โบโโโโโ
โโโโโโบJOIN โบโโโโโ
โโโโโโบJOIN โบโโโโโ](https://t.me/addlist/bLeR8EA6Ti03Yjc8)
Sammuun keenya kuni
Waan ol kaayyan baataa
Kan kee guute jedhee
Si dideeraa laataa?
Maaliif hin dubbistu
Beekumsa Argattaa?
Ammuma Hordofi
Irraa waa hubattaa.
๐๐๐
Sammuun keenya kuni
Waan ol kaayyan baataa
Kan kee guute jedhee
Si dideeraa laataa?
Maaliif hin dubbistu
Beekumsa Argattaa?
Ammuma Hordofi
Irraa waa hubattaa.
๐๐๐
๐ก Gaarummaan immoo madda miidhagina keessooti. Dhalli namaa
uumamaan gaarumman laatameefi jira.
Gaarummaan gaarii gochuu irra gaarii ta'anii argamuudha.
Gaarummaan sagalee malee dhaga'ama. Fageenyaan hin daangeffamu.
Qabeenya irratti hin hirkatu. Gaarummaan onnee namaaf
maraarfamuufi sammuu waan gaarii yaaduun namaaf galaafama.
Gaarummaan madda miidhagina keessa sammuu namaati. Dhalli
namaas, ta'ee uumamni biroo bareeduuf waan hin goone hin qabu.
Hunduu miidhagee akka hundi afaan qabatee dhaabbatee ilaalu
barbaada. Yeroo baay'ee dhalli namaa miidhagina ijaan argu faana osoo
culuullatuu miidhagina isa ijaan hin mul'anne garuu kan nama nama
taasisu dhaba. Qarshiin, aangoofi sadarkaan barnootaa qaamaafi
uffataan nama miidhagsuu danda'a. Garuu boqonnaafi gammachuu kan
namaaf kennu miidhagina sammuuti. Sammuun dabaafi gidiraa yaadu,
saamichaafi ajjeechaa, akkasumas qaraafi qaroomina sabaafi nama biraa
balleessu boqonnaa hin argatu. Akka fedhetti nyaatee dhuga garuu itti
tolee akka fedhetti jiraachuu hin danda'u. Sababni isaas garaan quufee
rafus sammuun gocha kee badaadhaaf murtii dura si dhaaba waan
ta'eef!
โ Itti fufa................... JOIN GODHA
๐ฆ๐ฆ๐ฆ@halfa_omega๐ฆ๐ฆ๐ฆ
๐ฆ๐ฆ๐ฆ@halfa_omega๐ฆ๐ฆ๐ฆ
๐ฆ๐ฆ๐ฆ@halfa_omega๐ฆ๐ฆ๐ฆ
๐ฆ๐ฆ๐ฆ@halfa_omega๐ฆ๐ฆ๐ฆ
๐ฆ๐ฆ๐ฆ@halfa_omega๐ฆ๐ฆ๐ฆ
๐ฆ๐ฆ๐ฆ@Emotional4U ๐ฆ๐ฆ๐ฆ
โก๏ธToday's Hamster Kombat Daily Combo June 26 โฐ Free bonus 5,000,000 โ
Namonnii in Eegallee link kana seentanii ammumaa jalqabu dandessuu........๐
https://t.me/Hamster_kombat_bot/start?startapp=kentId6821730814
๐ Hacee koo ๐
Yoomu arrabnikee
Goota malee hin faarsuu
Bakka ajaan baay'atu
Bakka tortoraaf raqaa
Allatiif saree malee
Kan biraa maaltu dhaqaa?
Jetteet sabaatti hortaam
Onneef gootummaa kalee
Isa gaafa adawa
Isa gaafa Maqalee
Dhiira shakii hin beekne
Onnataa onneen garaa
Akkamin si dhabna hacee.........
Si dhabuun silaa farraa
Haceekoo๐ฅ๐
dhuga baattuu taateem
Dhugaa sabaaf gaaffii
Iddoo teessu dhabdeem
Iddoof haara galfii
Dhibeen sabaa si dhukkuba
Roorroon ganfaa si guguba
Nuun miti farda keenya
Ni beeku bareechani
Lakkisaa naaf hin boo'inaa
Tora tooraan teessanii
Gumaa koo naaf barbadaa
Qeerroon yoo dandeessanii!
๐ Yaadannoo Haceef biyyeen itti haa salphattuu ๐บ
๐จ Namnii Hacee,leencaa oromoo kana jallaatuu qoftii like๐..... comment โ...... reaction ๐.... tolcha ๐ฌ ๐ฌ channel kana moo join godha Galatooma๐
๐ฆ๐ฆ๐ฆ@Emotional4U๐ฆ๐ฆ๐ฆ
๐ฆ๐ฆ๐ฆ@halfa_omega๐ฆ๐ฆ๐ฆ
๐ฆ๐ฆ๐ฆ@Emotional4U๐ฆ๐ฆ๐ฆ
๐ฆ๐ฆ๐ฆ@halfa_omega๐ฆ๐ฆ๐ฆ
๐ฆ๐ฆ๐ฆ@Emotional4U๐ฆ๐ฆ๐ฆ
๐ฆ๐ฆ๐ฆ@halfa_omega๐ฆ๐ฆ๐ฆ
CEO @Obsamilli
Youtube https://www.youtube.com/c/OdeeffannooIspoortii
Last updated 2ย weeks, 1ย day ago
๐ If stock market experts were so expert, they would be buying stock, not selling advice. ๐ค
~Norman Ralph Augustine
Last updated 2ย months, 1ย week ago
SABAย GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA!
@Abdii_Sabaa
๐ฌNU QUNNAMUUF๐ฌ
@AbdiiSabaaDm
๐ฏBARNOOTAAF
@Abdiisabaa
๐ฏMARIIF
@Garee_Abdii_Sabaa
Last updated 2ย weeks, 3ย days ago