????-? ????????

Description
قَالَ رسولُ الله ﷺ: "مَنْ دَلَّ عَلَى خَيْرٍ فَلَهُ مِثْلُ أجْرِ فَاعِلِهِ"


??? ??? ???????↬ @ibnujalalu
Advertising
We recommend to visit

مرحبا بكم في قناة مسلسلات نتفليكس الاصلية✅
نقوم في نشر اكثر من مسلسل في اليوم
للاعلانات @PpFFBOT

قناتنا الاخرى للافلام🍿 @Qaflam
لطلب المسلسلات✅ @netflix239bot

Last updated 6 days, 12 hours ago

- قنواتي 🔚 @KKMKM

- من أفضل القنوات عبر التيلجرام .

Buy ads: https://telega.io/c/GIGERU

Last updated 2 years, 6 months ago

قناة افلام نتفلكس الرسمية ✅️

Last updated 2 weeks, 2 days ago

1 year, 1 month ago

?Chaanaalota   Akkamii  barbaadduu

Chaaneloota afaan oromoo chaanaalii filatamoo ta'an kaneen armaan gadiitti dabalamaa

?ምን አይነት ቻናል ይፈልጋሉ
ከታች የተመረጡትን ቻናሎች ይቀላቀሉ

??????? 200 - 4?

Free Waver @Rafiqul_Islaam

1 year, 1 month ago
Haleellaa boombii weerartuu Israa'eliin masjiida irratti …

Haleellaa boombii weerartuu Israa'eliin masjiida irratti raawwatameen Mu'mintoonni Salaata Ishaa salaataa turan hedduun miidhamaniiru.

┌˚❀̥──◌─♻️?──◌─❀̥˚┐
...????:☞ @islamic_way_1 ...

1 year, 1 month ago
Obboleewwan keenya kun ,erga gochi hammeenyyummaa …

Obboleewwan keenya kun ,erga gochi hammeenyyummaa Falasxiin irratti raawwatamuu eegalee kaasee warra gara Islaamummaa dhufan keessaa muraasaa .

Rabbiin Istiqaamaa haa kennuuf...

┌˚❀̥──◌─♻️?──◌─❀̥˚┐
...????:☞ @islamic_way_1 ...

1 year, 1 month ago

? **Dilii/ma'asiyaa dalage irraa istigfaara godhee kara Rabbii deebi'uu osoo dandahuu namni abdii kutu nama ajaa’iba!

? Obboleewwan Islaamaa Istigfaara haa baay'isnu...Balballii tawbaa osoo hin cufamiin gara rabbii haa deebinu...dilii hojjatanii abdii kutuun hojii shayxaanaati...
shayxaannimoo aduwwii ilma namaati...kanaaf jechaa fi gochi keenya isa faallessu qaba...
? HALKAN GAARII ?**

┌˚❀̥──◌─♻️?──◌─❀̥˚┐
...????:☞ @islamic_way_1 ...

1 year, 1 month ago
1 year, 1 month ago

**Hamaas har’a waaree booda haleellaa tokko qofaan loltoota Israa’el torba ajjeese.Kunis kanneen kiyyoo tokko qofaan ajjeefaman osoo hin taane, lakkoofsa waliigalaa namoota har'a ajjeefaman dabalata. Hamaas loltoota Ziyoonistii torban kana kan barbadeesse yeroo konkolaataa waraanaa farra taankii "Yasin 105" jedhu qabatanii guutaman. Ganama Israa'el loltoonni ishee 2 akka ajjeefaman beeksifte, garuu lakkoofsi kun waaree booda dachaa hedduu dabaleera. Israa’el injifannoo argachaa akka jirtu agarsiisuuf diraamaa hedduu hojjechuuf yaaltus, namoota qulqulluu ajjeesuu fi hospitaala barbadeessuu bira darbee injifannoo argachuu dadhabdee jirti. Yeroo wal fakkaatutti Hamaas loltoota ishii 7 ajjeesee, taankii lamas barbadeesse.Haamaas hin ajaa'ibuu! Har'a Hamaas magaalaa guddoo Israa'el Tel Aviv irratti rookkeettii dhukaasuun namoota hedduu madeesse. Lamaan isaanii qarqara du’aa akka jiran ibsameera. Taankii Israa’el Gaazaa keessa galchite keessaa %30 ol Hamaasiin barbadaa’uun isaa waan baay’ee nama ajaa’ibuu fi falmisiisaa ta’e kan biraati.

Haamaas uumama ajaa'ibaati!
┌˚❀̥──◌─♻️?──◌─❀̥˚┐
...????:☞ @islamic_way_1 ...**

1 year, 1 month ago
????-? ????????
1 year, 1 month ago
????-? ????????
We recommend to visit

مرحبا بكم في قناة مسلسلات نتفليكس الاصلية✅
نقوم في نشر اكثر من مسلسل في اليوم
للاعلانات @PpFFBOT

قناتنا الاخرى للافلام🍿 @Qaflam
لطلب المسلسلات✅ @netflix239bot

Last updated 6 days, 12 hours ago

- قنواتي 🔚 @KKMKM

- من أفضل القنوات عبر التيلجرام .

Buy ads: https://telega.io/c/GIGERU

Last updated 2 years, 6 months ago

قناة افلام نتفلكس الرسمية ✅️

Last updated 2 weeks, 2 days ago