All-in-One Cross-Chain DeFi Solution with native token $SWITCH
Partnerships: [email protected]
Last updated 3 months, 3 weeks ago
Buy ads: https://telega.io/c/BurqaaIspoortii
Contact us @Burqasupport
Youtube https://www.youtube.com/c/OdeeffannooIspoortii
Last updated 1 day, 21 hours ago
SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA!
@Abdii_Sabaa
💬CONTACT US💬
@AbdiiSabaaDm
🎯BARNOOTAAF
@Abdii_Sabaa_University
🎯MARIIF
@Garee_Abdii_Sabaa
Last updated 2 weeks, 2 days ago
Tajaajila Channel Kanaan dhiyaatu:
?
» Barnoota Amantii Cimsannaa
» Dhugaa Wangeelaa
» Ergaa Ganamaa
» Leenjiilee Hafuuraa
» Ergaa Dargaggootaa
» Qo'annaa Macaafa Qulqulluu
» Kadhata Qulqullaa'aa
» Barnoota Gaa'elaa
?
❍► Join ❍►
❍► Join ❍►
❍► Join ❍►
¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯
Thιʂ ιʂ ???? ?????????
αԃʋҽɾƚιʂιɳɠ ƚҽʅҽɠɾαɱ
ƈԋαɳɳҽʅʂ/ɠɾυσρʂ
¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯
??? ???? ???????
ᥲძძ ᥡ᥆ᥙr ᥴһᥲᥒᥒᥱᥣ
Namni Tamboo Xuuxu Bu'aa Sadii Argata!
Sareen isa hin nyaattu; sababnisaa, namichi sombisaa burkutaa'ee waan dadhabuuf, ulee dhadhaabbachaa deema; sareenis nama ulee qabatee deemu ni sodaatti.
Hattuun isa hin hattu; sababnisaa, hattuun halkan yeroo mana isaa saamuu dhaqxu, namichi halkan guutuu qufa'aa waan buluuf, hattichis "dhaga'aa jira" jechuun ofirra deebi'a!
Akka sirriitti na hubattan abdiin qaba! Fayyaa keenyaaf eeggachuuf tamboo xuuxuurraa of haa eeggannuun dhaamsa kooti.
?Channel Barnootaa fi Odeeffannoo addaa addaa kanneen join taasisaa! ?
┃
● Join All Channel ●
┃_
┃Vision ToDo
┃_
┃Hambisaa Motivation
┃_
┃ Barruu Beektotaa
┃_
┃ Yesus In Dhufa
┃_
┃ @Gaggeessummaa
┃_
┃@Reading_PDF
┃_
┃@Grace_Media24
┃_
┃????? ??? ????
┃
┃@Gaaela_Gaarii
┃_
┃@Nan_Baradha
┃_
┃@Spiritual_PDF
┃_
┃@Computer_Soln
┃_
┃ Android App
┃_
┃@Research_Paper
┃_
┃@Getu_Official
┃_
┃ Kakuu Studio
┃_
┃ Megertuu Official
┃_
┃Seenaa Tube
┃_
┃ Walaloo Faaruu
┃_
┃ Ijoollee Ifaa
┃_
┃ Motivational Tips
┃_
┃ Words Of The Day
┃_
┃@Daandii_Guddinaa
┃_
┃Oro Inspire Center
┃_
┃Daily Quotes
┃_
┃Kottaa Kolfaa
┃_
┃@Dhimma_Fayyaa
┃_
┃@AsoosamaafiWalaloo
┃_
┃ Barreeffameera
┃_
┃ Kutannoo
┃_
┃Top Books
┃_
┃Arara Tv
┃_
┃Marsil Tv
┃_
┃Students Book
┃_
┃Learn English
┃_
┃ Mo'attoota
┃_
┃Rise and Shine
┃_
┃Waliin Waliif
┃_
┃ Success Tips
┃_
● Join All Channels ●
FUNUUNAA AKKAMITTI DHIIGUU DHAABNA? @Dhimma_Fayyaa
✅Funuunni yeroo baay'ee gargaarsa mana keenyatti
ofiif goonun nu dhiisa; isaanis
Bakka jirrutti taa'uun funyaan keenya kutaa lallaafaa
quba guddaa fi quba elemtuu giddutti jabeessanii
qabachuu.
Funyaan keenya waan cufameef, yeroof afaan
keenyan qilleensa baafachuu fi fudhachuu.
Gara fuulduratti xiqqoo jechun dhiigni akka gara
dubatti deebi'ee ujummoo nyaata ykn ujummoo
qilleensa hin seene gochuu.
Ciisuu ykn sochii gochuu dhiisuu; kun dhiibbaa dhiigaa
gara funyaanii jiru akka hir'atu gochuun, dhiiguu ni
hir'isa.
Cabbii ykn bishaan qorraa fuula fi funyaan keenya
irratti naquu. Haala kana daqiqaa 5 - 20'f gochuu
qabna. Yeroo kana dhiigni itituun dhiiguu ni dhiisa.
✅Kana goonee yoo dhiiguu dhiise wantoota akka dhiigu
godhan gochuu hin qabnu; fknf keessoo funyaan
keenyaa xuxxuquu. Garuu kana goonee daqiqaa 20 oliif
yoo dhaabbachuu dide mana yaalaa deemuu qabna.
⁉️YOOM MANA YAALAA DEEMUU QABNA⁉️
? Mala armaan olii fayyadamtanii daqiqaa 15-20
keessatti yoo dhaabbachuu dide;
? Dhiigni saffisaan kan dhiigu ykn baay'ee kan dhiige
yoo ta'e;
? Qilleensa gara keessaa fi alatti baasun yoo kan nu
rakkisu ta'e;
? Kan ol nu deebisiisu/haqqisiisu yoo ta'e, sababa
dhiigni baay'een gara liqimsiitutti dhiigef;
? Sababni dhiiguu, yoo rukkutaa, balaa mataa ykn fuula
irra gahe yoo ta'e (fknf kufaatii, balaa tiraafikaa)
? Yeroo baay'eef irra deddeebi'ee kan dhiiguu yoo ta'e;
? Yoo mallattoo hir'ina dhiigaa kan qabdan ta'e kan
akka miira dadhabbii, lafti naman naanna'uu, gurri
namatti iyyuu ...;
? Dhukkuba biraaf qoricha dhiigni akka hin ititne
fudhachaa jirra yoo ta'e.
Dr Haromsa Zerihuun
OF EEGGANNOO❗️****
~~~~~~~
Sababa qorraaf yookiin mana hoo'isuuf jettani cilee mana keessatti erga fayyadamtanii booda adaraa osoo hin dhaamsiin hin rafinaa!
Keessumaa namoonni dhukkuboota akka saayinesii, asmii, onnee fi kanneen biroo qabdan of eeggannoo godhaa!
~~~~~~~
ⓈⓗⒶⓇⒺ
@Dhimma_Fayyaa
@Dhimma_Fayyaa
Hirriiba Naga Qabeessa
? Namni ga’eessi tokko (umurii 18-65) giddu galeessaan guyyaatti sa’aatii 7 - 9 rafuu qaba.
? Hirriiba Ga’aa Rafuun Faayidaalee Armaan Gadi Qaba.
? Dandeettii waa yadachuu ni dabala
? Dandeettii dhukkuba ofirraa ittisuu qaamaaf ni dabala.
? Sammuun kee si’aawaa (active) ta’ee akka turu godha.
? Dhiphina sammuu ni hir’isa.
? Dhibee onnee fi dhiibbaa dhiigaa ni hir’isa.
? Ulfaatina (furdina) kee ni hir’isa.
? Carraa dhibee sukkaaraan qabamuu ni hir’isa!
Waa'ee fayyaa keessanii baruudhaaf channel kana join taasisuun hiriyoota keessaniifillee qooduun gargaaraa!
Wantoota Dinqisiisoo Waa'ee Sammuu Keenyaa: @Dhimma_Fayyaa
Dhiphachuu║Jeeqamuu
(Stress)
❏ Dhiphinni dhukkuba sammuu irraan miidhaa geessisuu danda'uu dhah. Dandeettii hanga namni yaaduu danda'uu ni hir'isa.
❏ Namni yeroo hundumaa dhiphatu mallattoolee kanneen akka:
➊ Kophaa ta'uu!
➋ Hojii sirnaan hojjechuu dhabuu yookiin karaa miidhaa geessisuun hojjechuu!
➌ Walitti dhufeenya yookiin hariiroo namootaa waliin qabu dhaabuu!
➍ Hirriiba nagaa dhabuu!
❏ Yaadoleen Dhiphina Namatti Fidan Kanneen akka:
⁃ Bakka yaadan hanqachuu,
⁃ Dhiibbaa hiriyaa,
⁃ Qusannaa dhabuu,
⁃ Odeeffannoo sobaa,
⁃ Ofitti amanuu dhabuu,
➎ Dhiphinaan namni miidhame dandeettiin, haamileen yookiin anniisaan waan tokko hojjechuu isaa gadi bu'aa adeema.
➏ Waan tokko itti fufee hojjechuuf sababa dhabsiisa. Jireenya akka hiika hin qabneetti itti mul'ata.
Dhiibbaan kuni walitti dabalamee yaada sammuu isa gaarii yaaduu fi xiinxaluu danda'u irraan miidhaa geessisa!
❏ Dhiphina Ooluudhaaf Maal Gochuu Barbaachisa?
⁃ Wanta hojjetan ija gaarummaatiin ilaalanii hojjechuu fi itti gammaduu!
⁃ Wanta keessa ofiitti yaadan baasanii dubbachuu!
⁃ Ofitti amanuu!
⁃ Guyyaa guyyaadhaan waan haaraadhaan of dammaksuu! (Motivate yourself daily)
⁃ Faaruu, muuziqaa, yookiin wanta jaalatan dhaggeeffachuu!
✅ Mallattoolee Jaalala Dhugaa - Shamarraniif Qofa
? Shamarreen umurii kurnanii keessa jirtu teessee yommuu yaaddu, mallattoolee jaalala dhugaa kam fa'a qalbeeffachuu akka qabdu,... See More ?
?Baga Nagaan Dhuftan! Deeggarsa gama research barbaadduu? ✅
Who Need Papers For
✍️ Research,
✍️ Thesis,
✍️ Proposal,
✍️ Paper Articulate
✍️ Assignment....etc.
?Nutti dabalamaa! Bakkuma jirtanitti isin gargaaruudhaaf qophii xumurree jirra! Maarree channel keenya «JOIN» godhachuu maatii keenya yoo taatan odeeffannoo isin fayyaduu fi gargaarsa barbaachisaa ni argattu!!
???
? JOIN ?
?JOIN ?
?JOIN ?
All-in-One Cross-Chain DeFi Solution with native token $SWITCH
Partnerships: [email protected]
Last updated 3 months, 3 weeks ago
Buy ads: https://telega.io/c/BurqaaIspoortii
Contact us @Burqasupport
Youtube https://www.youtube.com/c/OdeeffannooIspoortii
Last updated 1 day, 21 hours ago
SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA!
@Abdii_Sabaa
💬CONTACT US💬
@AbdiiSabaaDm
🎯BARNOOTAAF
@Abdii_Sabaa_University
🎯MARIIF
@Garee_Abdii_Sabaa
Last updated 2 weeks, 2 days ago