All-in-One Cross-Chain DeFi Solution with native token $SWITCH
Partnerships: [email protected]
Last updated 3 months, 3 weeks ago
Buy ads: https://telega.io/c/BurqaaIspoortii
Contact us @Burqasupport
Youtube https://www.youtube.com/c/OdeeffannooIspoortii
Last updated 2 days, 22 hours ago
SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA!
@Abdii_Sabaa
💬CONTACT US💬
@AbdiiSabaaDm
🎯BARNOOTAAF
@Abdii_Sabaa_University
🎯MARIIF
@Garee_Abdii_Sabaa
Last updated 2 weeks, 3 days ago
GARAA DHIIFAMAA WALIIF QABAACHUU
⁃ Ati garaa dhiifamaa qabdaa?
⁃ Nama si miidheef garaa kee guutuu dhiifama gootee?
⁃ Garaa dhiifamaa qabaachuun balbala nagaa, balbala eebbaa banachuu akkasumas boqonnaa fi gammachuu sammuu ofiitiif argachuu, dhukkuba irraa fayyuus akka ta'e beekta
Gɑrɑɑ Dhiifɑmɑ
Jɑɑlɑlli kɑn ibsɑmu gɑrɑɑ dhiifɑmɑɑ qɑbɑɑchuu dhɑɑn!
Gɑrɑɑ dhiifɑmɑɑ qɑbɑɑchuun gufɑnnɑɑ bɑɑy'ee irrɑɑ nɑmɑ hɑmbisɑ.
Siif dhiise jechuunis eenyummɑɑ nɑmɑɑtti kɑbɑjɑ olɑɑnɑɑ horɑ.
Dhiifɑmɑ gochuun hubɑtɑɑ nɑmɑ tɑɑsisɑ.
Gɑrɑɑ Dhiifɑmɑɑ Qɑbɑɑchuun wɑntɑ hundumɑɑ obsɑɑn birɑ dɑrbuu gɑɑfɑtɑ. Dɑndeettiin hubɑnnoo nɑmɑɑtiis obsɑ qɑbɑɑchuu isɑɑtiin ibsɑmɑ.
Nɑmni dhiifɑmɑ godhu gɑrɑɑ qulqulluu qɑbɑɑchuu isɑɑtiif rɑgɑɑ bɑ'ɑ.
Dhiifama Waliif Haa Goonu!!!
GARAA DHIIFAMAA NAMNI QABU:
Gatii jireenyakee (life value) dabalta
Qulqullinni dubbiikee, ilaalchakee, hariirookee, hariirookee guddista.
Dandeettii rakkookee fi rakkoo nama biraa furuukeetu guddata. Nama sababa uumameef qulqulleessee hubatu taata.
Namni tokko sammuu isaa akkamiin fayyadamuu akka qabuufii akkamiin akka of jijjiiruu danda’u fi madda gaalii argachuu qabu irratti hojjeta.
Daandii milkaa’inaaf adeemsa abjuun jiraachuu waa'ee kaayyoo dhuunfaa keetii, dandeettii kee, mul'ata kee beekuun galma ga'uu ni dandeessa.
"Addunyaa irratti namoonni hiyyeessa ta'an warra mul'ataa fi abjuu hin qabneedha.
Akkamiin abjuuf mul'ata keenya kana fayyadamnee jireenya keenya jijjiiruu akka dandeenyu gadi fageenyaan baranna.
#Leenjiin kun namoota sammuu guddataa qaban hund ilaallata
#Leenjiin kun ', universal ' kan ta'eedha (daldalaa, hojjetaa, barataa, hojii barbaadaa hunda iyyuu ni hammata)
#Hojiin kun karaa salphaa bilbila smart phone keenyaan kan hojjetamuudha.
#Social media fi bilbilakeen karaa salphaa
barbaaduu hojii baay'ee salphaa ta'een jijjiirama guddaa kan galmeessisu dha network marketing waan ta'eef.
*Akkasumas #sammuu keenya kana akkamitti akka fayyadamuu dandeenyu jireenya dhuunfaa keenyaa akka jijjiiruu dandenyu nu barsiisa.
#Daandii milkaa’inaaf adeemsa abjuun jiraachuu nubarsiisa
#Waa'ee kaayyoo dhuunfaa ofii beekuu, dandeettii ofii beekuu, mul'ata ofii beekuun galma ga'uun ni danda'ama.
#"Addunyaa irratti namoonni hiyyeessa ykn harka qalleessa ta'an warra mul'ataa fi abjuu hin qabneedha.
#Dhaabbata kana keessatti Leenjii/barnoota abjuu jireenyaa kan ittiin milkoofnu baranna.
Jireenya ofii keetii erga jijjiiruu eegaltee namoota biraa akka isaan jireenya isaanii jijjirratan gargaaruufii jireenya isaanii jijjiiruu danda'an carraa kennita.
#Namni gamna ta'e, #Karoora osoo hin baafatin waan tokko hin jalqabu.
Karoora ifa ta'e baafachuun #hoogganaa fi #gaggeessaa jireenya keetii akka taatuun siif hawwa.
#Karoorri karaa dheeraa tarkaanfii tokko irraa jalqaba
#Jireenya karoora qabu akka jiraattuuf barnoota/leenjii kara adda addaa argachuun dirqama.
Mental bank process fi kutaa sammuu keenya dhoksaa /subconscious mind/ fayyadamuun kan hojjetu yoo ta'u milkaa'inni kan mirkanaa'ee dha.
#Mental Banking adeemsa mataa isaa danda'e kan qabuufii haala ittin jijjiiramni argamudha, kanaafuu
#Sammuu daanga'aa keenya saganteessuudhaan akkamitti karoora keenya galmaan akka geenyu nu gargaara.
#Barnoota ykn leenjii 'mindset' karaa sadii argachuu dandeessu:-
1ffaa. Online irraa
2ffaa. Barruulle fi CD irraa
3ffaa. Qaamaan/In Person
Leenjiin mindset kun
#AfaanOromoo
#Amariffaan
#Ingliffaan
#Tigiriffaan waan jiruuf kan dandeessaniin barnoota isaa fudhachuu dandeessu.
#Hojiin online network marketing waan ta'eef
@hojii bira hojjechaa
@bakka barbaaddan teessanii
@yeroo kamiyyuu hojjechuu ni danda'ama.
Dhaabbata #Qacarrii osoo hin taane dhaabbata ofii keessanif hojjettee of jijjiirtu dha.
#Qacaramuu ykn hojii argachuuf ituu hintaane bizinesii hojjechuuf gara kaampaanii kanaa dhufna
#Sammuun hinmisoomin summii yaadaati!
Ciisnee du'urraa cichinee du'utuu seenaa qaba""".!
Namonii jijjiiramaa barabaadan ibsa gaha fudhatanii of murteessu kutattan odeeffannoo dabalataaf karaa ?
@Guluma_Hailu0912
@Guluma_Hailu0912
?
@getbi75029
@getbi75029
?
@tiha82
@tiha82
??????
inbox nuf godhaa
Akkasumaas odeeffannoo dabalataf #Bilchina_Sammuu join godha
?
https://t.me/gulehas
https://t.me/gulehas
?♂
Telegram
Bilchina sammuu
√√√√√√√ ***💌******💌******💌*** √√√√√√ Guddaa yaadi guddaa ta'ii Kaayyoo kee galmaan ga'ii Ofjabeessii ofii keetif cimii Jabaa ta'uu kees ofiif himii Abdii hin kutiin kutaata koo Milkiidhan galta gaf tokkoo √√√√√√√ ***❤️******💚******❤️*** √√√√√√√
Osoo ijaan agartuu
Dadhabbii fi dhabakoo
Maali maalan si godhe
Maaf hawwita cabakoo
~
Na jilbeenfachiisudhaaf
Maaraatoonii maaf fiigda
Shira dabaan shirameen
Na balleessuuf maaf dhiigda
~
#Ani
Gudeelcha kaayyoon baadha
Kattaa dharaan folloqsaa
Gamnattan dhugaa hima
Yartuun garaa of dhoksaa
~
Qambara dhugaan baadha
Gindaa dhugaan harkisaa
Kaayyodhaafan jiraadha
Kaayyodhaafan barrisaa
~
.
.
.
https://t.me/Bilchina_Sammuu
Galatoomi Goomattuu!
• ??????? •
Akkanni na waraanuuf
Gobaan ati naaf keesse
Riqicha gaarii ta'ee
Gara kaayyoo na geesse!
Yommuu ati bitaan cuftu
An karaa mirgaan ba'e
Yommuu ati handaaqqoo taatu
Animmoo risaan ta'e
Gaafa hojii na waamtee
Gaafa bu'aa na footee
Gubdee, gubdee guggubdee
Booddee warqee na goote!
Utuma gad na qabuuf
Dhoksaatti funyoo martuu
Ol qabdee na guddifte
Galatoomi goomattuu!
Tuu..
Telegram
Bilchina sammuu
√√√√√√√ ***💌******💌******💌*** √√√√√√ Guddaa yaadi guddaa ta'ii Kaayyoo kee galmaan ga'ii Ofjabeessii ofii keetif cimii Jabaa ta'uu kees ofiif himii Abdii hin kutiin kutaata koo Milkiidhan galta gaf tokkoo √√√√√√√ ***❤️******💚******❤️*** √√√√√√√
????????? ???... | ???? ??????????...
???????? ??????????? ??????, ????? ??’?? ???????!
???????? ??’? ?????? ??????? ?? ??????? ???????!
???????? ????? ????????? ???????, ????????? ???????? ?????????????? ????!
???????? ?????? ???? ????i ????? ???? ???????? ????. (?????????, ????????, Oduu Sobaatiin!)
???????? ?? ?????? ?????????? ???? ?????! ( A generation that can trust make-up than his/her maker!)
???????? ????? ???? ????????? ????? ??????? ???? ??????????!
???????? ?????????????? ????? ???????? ???? ????? ???????!
???????? ???? Waaqayyoo ??????, ???raa ??’? ????!
Bara namnii fuudha jibbee ejjaa jaalatu.
???????? ??????? f? ????????? ????????, ??? ????? ???????? ?? ????? ????? ??????? ????????!
Bara durbii Baay'atanii durbummaan dhabanii Safuun Ga'ilaa Badee.
???????? ???? Waaqayyoo ??? ????????!
Atis of dhaqqabi!
Dursa dammaqii.
https://t.me/Bilchina_Sammuu
BAANKII SAMMUU!/MENTAL BANK
❏ David Schwartz kitaaba isaa "The_Magic_of_Thinking_Big" jedhu keessatti, "SAMMUUN NAMA BAAY'EE MANA BAANKIITIIN WAL FAKKAATA" jedha.
➲ Guyyaa hunda yaada haaraa maddisiistu yaadota kee baankii sammuu keessatti kuufatta. Yaadonni kuni sammuu kee keessatti guddatanii yaadannoo ta'u.
➲ Kanaaf, yeroo rakkoon si mudatu baankii sammuu yaadannoo keetii keessa deemta. Akkamittiin jalaa miliqu? Wanta na mudate kana hangamin beeka? Gaaffilee jedhaniif deebii isaa baankii sammuu kee keessaa argatta.
➲ Teller baankii sammuu keetii immoo wanta gaafatte siif laachuu dhaaf duubatti hin jedhu. Waanuma gaafatte argatta. Yoo, "Kabajamoo, yaadota ani nama dadhabaa wanta na quunname kana irra tarkaanfachuu hin dandeenye ta'uu koo naaf mirkaneessu naaf laadhu" jettee gaafatte yaadotuma kana mirkaneessan siif laata. Faallaa kanaas immoo yoo gaafatte argachuu dandeessa. Filannoon kan keeti. Kufuu yookiin ka'uu!
➲ Wantoonni jabaan lama ofitti amanamummaa yaadota baankii sammuu keetiin ittiin ijaarrattu immoo kunooti:
⇣⇣ ⇣⇣ ⇣⇣ ⇣⇣
➀. Hanga siif danda'ame Baankii sammuu kee keessa yaadota gaggaarii (Positive thoughts) qofa olkaa'adhu.
➁. Baankii sammuu keetii yaadota gaggaarii qofa gaafadhu! Yaadota kufaatiif si saaxilan gonkumaa sammuu kee keessa barbaaduu hin yaalini!
Soorata Sammuu maltuu barabachisaa.?
❏ Namni guyyaattis ta'u torbeetti hangam qaamni isaa akka dabale ilaaluuf hangaa fi dheerina isaa ni safara.
➢ Akkuma qaamaaf nyaanni barbaachisu #sammuun dhala namaa barnootaan guddachuu qaba. Barnoonni sirriin soorata sammuuti.
➢ Barnoota sirrii yoo jennu barnoonni dhugaan kan waa'ee dhala namaa, addunyaa, ardiif samii akkasumas kan waa'ee uumamaa fi uumaa dhugaa qabatamaan jiruun barsiisu jechuudha.
➢ Barnoonni sirriin dhugaa qabatamaa lafarra jiru waliin was simee sammuu dhala namaa misoomsuu qaba. Waliif #share.
Namoonni baay'een Mobile Bank, Blood Bank malee #MENTAl BANK irratti hubannoo hin qabanni Maal irraa Barannaa....? Yaada keessan barreessaa....
Yoo isinitti tole namoota jaallattaniif qoodaa!
❤Galatoomaa ??
Kanan dubbisee irraa.
#Like #Share #Comment
Yoo isinitti tole namoota #jaallattaniif
Ergaa dabalataaf maaloo
✅ https://t.me/gulehas join share forward
Telegram
Bilchina sammuu
√√√√√√√ ***💌******💌******💌*** √√√√√√ Guddaa yaadi guddaa ta'ii Kaayyoo kee galmaan ga'ii Ofjabeessii ofii keetif cimii Jabaa ta'uu kees ofiif himii Abdii hin kutiin kutaata koo Milkiidhan galta gaf tokkoo √√√√√√√ ***❤️******💚******❤️*** √√√√√√√
Mul’ata kee baruu ni barbaaddamoo???
→???'???? ?? ????? ???'????? ????????
→???? ??????????? ??'??
→????????? ??????? ? ?????? ???? ?????'???
→??????? ?????????? (???????? ????????)
→????????? ?????????? ??????'??? ???? ?????'???
Humna jijjiirama qabaanne jirra
Dabalataan bizinasii waliin hojjanne guddaachu ni dandeenya.
Wanti hunduu ni danda'ama?
Kara keessaan nu dubbisaa balbaalli keenya banaadha.
Inbox ? @Guluma_Hailu0912
? @getbi75029
Lakk. Bil. 0912699446
Channel keenya Join godha??
https://t.me/Bilchina_Sammuu
?
https://t.me/gulehas
Galatoomaa Hordooftonni Barruu Beektotaa. Maati #4k ol horaanne jira. Galatoomaa ammaayyuu link kanan nutti dabalamaa maati keenya ta'a. https://t.me/Bilchina_Sammuu
GABRUMMAA SAMMUU.
▬▬▬▬▬▬▬▬▬
?Namni Sammuun Gabroome Of
Waliin Wal Loleetu, Orma.
Jaarsummaa Lakkaaawwata.
? Namni Sammuun Gabroome Nadhii Dammaa Gateetu, Gagaa
Nyaachuuf Olkaawwata.
? Namni Sammuun Gabroome Mataa Ofii Hojiin Ala Godhee, Kan Nama Biraan Ergifatee Yaaduu barbaada.
? Namni Sammuun Gabroome, harka hojii irra Harka Kadhaaf Beekamtii Kenna.
? Namni Sammuun Gabroome, Waanuma isaan jedhan Of Se'a. Yoo Horii jedhaniin, Falmachuu Dhiisee, Marga Dheeduu Shaakala. Farda Yoo jedhaniin dugdi isaa Akka Kooraaf Baachuuf Tolu ilaala.
? Namni Sammuun Gabroome, iddoo Kennaniif Taa'a, Waan Kennaniif Nyaata, Waan itti Fe'an Baata.
? Namni Sammuun Gabroome, Nama Ta'uu isaa Namni Biraa Akka Mirkaneessuuf ifaaja.
? Namni Sammuun gabroome, hayyama namaan nyaata, Karaa Nama Biraa irra Kaata, Abbaa Torbaati Orma lakkaawwata.
? Namni Sammuun gabroome, Milkaa'ina Warra Biraa Tolcha (magic) jedhee Odeessa.
? Namni Sammuun Gabroome, Bara irratti Hojjechuu Caalaa, Barruu isaa Raagduun Akka jetteen bula.
? Namni Sammuun gabroome Haaraa Ofiif Bitate irra, Moofaa Ormaa Yoo Miiccatee Uffate itti Tola.
? Namni Sammuun Gabroome, Gabrummaa isaa Bilisummaa Se'a.
? Namni Sammuun Gabroome, Akka Ofiitti Yaaduu irra Akka Nama Biraatti Yaaduun qarooma jedhee Amana.
? Namni Sammuun Gabroome, Warra isaaf Falman irra Warra isatti Falman jaalata.
✍Mihratuu Shaanqoo!!
Jechoota Hayyoota!
https://t.me/gulehas
Telegram
Bilchina sammuu
√√√√√√√ ***💌******💌******💌*** √√√√√√ Guddaa yaadi guddaa ta'ii Kaayyoo kee galmaan ga'ii Ofjabeessii ofii keetif cimii Jabaa ta'uu kees ofiif himii Abdii hin kutiin kutaata koo Milkiidhan galta gaf tokkoo √√√√√√√ ***❤️******💚******❤️*** √√√√√√√
All-in-One Cross-Chain DeFi Solution with native token $SWITCH
Partnerships: [email protected]
Last updated 3 months, 3 weeks ago
Buy ads: https://telega.io/c/BurqaaIspoortii
Contact us @Burqasupport
Youtube https://www.youtube.com/c/OdeeffannooIspoortii
Last updated 2 days, 22 hours ago
SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA!
@Abdii_Sabaa
💬CONTACT US💬
@AbdiiSabaaDm
🎯BARNOOTAAF
@Abdii_Sabaa_University
🎯MARIIF
@Garee_Abdii_Sabaa
Last updated 2 weeks, 3 days ago