Why Pay for Entertainment? Access Thousands of Free Downloads Now!

Gaafiifi Deebii

Description
➬ Gaafiilee islaamaa garagaraa bifa poll dhaan as gubbaatti ni argattuu.
Advertising
We recommend to visit

Waa mareeg lagu aruuriyo duruusta culimada soomaaliyeed.

Waxa ka masuul ah:
https://t.me/IshraqCenter

Kala xidhiidh maamulka halkan:
@Turaasculimobot

Waxaad ka heleysaa buugaag ku qoran Luqadaada Hooyo ee Af-Soomaaliga oo ka liyah

Fadlan wixii Su'alaha la xariir

@liibaanwaasuge
@Mfaratoon

Hoyga Aflaanta Hindiga & Musalsalda Afsomali ah Gaar ahaan Kuwii Hore ee 70aad Kii ilaa 2024 Jaceyl Waali @ALFAGHISTUDIO Halkan Ka Daawo

2 months ago
2 months ago
2 months ago
2 months, 3 weeks ago

📣📣📣📣📣📣📣📣📣📣📣📣
❇️ Kabajamtoota fi hordoftoota miidiyaa kanaa harra gara waan kayrii ta'eetti isin qajelchuu barbaadee. Innis miidiya Islaamaa barnoota irraa argattanifi irraa barattan folder tokko keessatti isinii qophiissinee jirra!!!

📣 Galmeef -> @UWAYISM
Barnoota gaarii ‼️

3 months ago

Assalamualaykum warahmatullaahi wabarakaatu

🤔 Miidiyaan ati fayyadamtuu kan bu'aa irraa buufattuu mo kan homaa bu'aa irraa hin buufanne ??

📣🎉 Harra nutti miidiyaa ajaaibaa Miidiyaa ulama'ota keennaa kan darsiiwwan isaanii irraatti argachuu dandeettanifi sagantaawwan mimmidhagoo isaani irra argattan qabnee dhufnee jirraa. Kanaaf isinis JOIN godhaa irraa fayyadamaa link isaas barreeffama kanaa gaditti argama.
↘️

3 months, 1 week ago

Assalamualaykum warahmatullahi wabarakaatu

❇️ Koottaa wal haa yaadachifnuu, toltuu waliif haa qoonnu, diin keenna haa barannuu, amaanaatu nurra jiraati.

Chanaalota armaan gadii keessa kan feetan join godhaa irra fayyadamaa. ⤵️⤵️⤵️⤵️⤵️

3 months, 3 weeks ago
3 months, 3 weeks ago
4 months ago
4 months, 1 week ago

**السلام عليكم ورحمة الله وبركاته

Rabbiin amantaa islaama kana ulama'otan nuuf tiysee asiin nuun gahe akkasuma amantaa islaamaa kana beekumsaan dagaaga (gahaa waa mara keenna nuuf taasise alhamdulillah). Nutis ulala'ota keennafi beekumsa islaamaaf bakka keennudhaan amantaa keenna haa jabeeffannu (guddisnu) ‼️**Chanala asii gadii join godha barakallahu fiikum waan guddaan isinii dhufaa jirra.

We recommend to visit

Waa mareeg lagu aruuriyo duruusta culimada soomaaliyeed.

Waxa ka masuul ah:
https://t.me/IshraqCenter

Kala xidhiidh maamulka halkan:
@Turaasculimobot

Waxaad ka heleysaa buugaag ku qoran Luqadaada Hooyo ee Af-Soomaaliga oo ka liyah

Fadlan wixii Su'alaha la xariir

@liibaanwaasuge
@Mfaratoon

Hoyga Aflaanta Hindiga & Musalsalda Afsomali ah Gaar ahaan Kuwii Hore ee 70aad Kii ilaa 2024 Jaceyl Waali @ALFAGHISTUDIO Halkan Ka Daawo