MIIRA JECHOOTA

Description
⭐ Welcome
✅ We Promote Verified Projects
✅ We Promote Airdrops Bot
✅ Motivational speech
✅ Quotes is here

Buy Ads : https://telega.io/c/MIIRA_JECHOOTA

📬𝐘𝐚𝐚𝐝𝐚 𝐤𝐞𝐞𝐬𝐬𝐚𝐧
𝐧𝐮𝐮𝐟 𝐠𝐮𝐦𝐚𝐜𝐡𝐮𝐮f
👇 @Yaadafiqeeqabot
Contact☝️
We recommend to visit

Qofkii share raba luuqa iyo qofkii raba in wax loo xayaysiiyo

👇👇👇

@Samiir0910

Last updated 1 year, 7 months ago

Hoyga Aflaanta Hindiga Afsomali ah Gaar ahaan Kuwii Hore ee 70aad Kii ilaa 2012kii Jaceyl Waali @ALFAGHISTUDIO Halkan Ka Daawo
Buugaagta Somali ah? @Somalibooks

Kusoo dhawaw Halkan waxa aad ka helaysa filiman xiiso leh kuwii hore kuwii dambe iyo kuwii dhexeba iyagoo ku turjuman afkaaga hooyo.

Qofkii share iyo xayaysiin u baahan ha isoo qabto @xuseenzain

1 year, 6 months ago

💊Qoricha hadhaawaa dafnee liqimsinee karameellaa mi'aawaa yeroo dheeraaf afaan keenya keessa tursiisna.

🌟 Jireenya keessatti garuu yeroo gaarii dafnee dagannee yaadannoo hadhaa'aa bara baraan garaa keenya keessa kaa'a.

Jireenya keessatti yaadi, dhiifama godhi, itti fufi.

✈️@MIIRA_JECHOOTA ✈️

1 year, 6 months ago

❤️Kanaan duras hojjetteetta ammas gochuu dandeessa.Carraawwan gaarii ta’an ilaalaa. Humna guddaa mufannaa keetii deebisuudhaan gara murtoo gaarii, bu’a qabeessa, kan hin dhaabbannetti jijjiiri.

@MIIRA_JECHOOTA

1 year, 6 months ago

Dream Big, Start Small

💬 Abjuun gurguddaan yeroo baayyee gocha xixiqqoo irraa eegala.💡

Abjuu kee isa guddaa har'a barreessi.
Tarkaanfii xiqqoo tokko adda baasuun
itti dhihaachuu.
Bu'aan guddaan hundi yaada tokkoon akka eegale yaadadhu.

💡 Xiqqoo jalqabi, guddaa yaadi, ammuma hojjedhu.🔸

#AbjuuGuddaa
#TarkaanfiiXixiqqaaMo'ichaGuddaa

1 year, 6 months ago
1 year, 6 months ago

🔺️Yoo wanti gaariin mudate ayyaanefachuuf
imalaa.
🌐wanti hamaan yoo mudate dagachuuf
imalaa.
🟢Yoo wanti tokkollee hin taane waan tokko akka raawwatamuuf imalaa.➡️

🟢Good night 🟢

1 year, 6 months ago

Xiyyaan gabaabaa ta'uu kan danda'u duubatti harkisuu qofaani Yeroo jireenyi rakkinaan si harkisaa jiru waan guddaa tokkotti si furguggisuuf deema jechuudha Kanaafuu xiyyeeffachuu qofaan kaayyoo kee itti fufii🔥

Like 👍 Share ⤵️ Save 🔖

1 year, 6 months ago

Yeroo namni si barbaadu Busy jechuun baayyee salphaadha garuu yeroo nama barbaaddu Busy dhaga'uun baay'ee nama dhukkubsa.🫥

Like 👍 Share 🫥 Save 🔖

1 year, 6 months ago

Yeroo hunda halkan sana yaada gaariidhaan xumuri.

Guyyaan sun hammam ulfaataa taʼus yeroo hunda sababni galateeffachuu qabnu jira.🙏

🛑Boru jalqabbii haarawa haa ta'u 🛑

Like 👍 Share ⤵️ Save 🔖

1 year, 6 months ago
1 year, 6 months ago
Linkii gadii kanaan seenaa ti sagalee …

Linkii gadii kanaan seenaa ti sagalee teessan kanaaf iddoo qalamaa diimaan itti maramee san Dr Azmeraw kan jedhu san irratti Vote gootu

linki👇👇

http://vote.grvsummit.com/login?fbclid=IwZXh0bgNhZW0CMTEAAR3khPlBk6lcCO2NSXFsxjcrI_Cre6EA5bikUmMqlVTF_Ft5YOKkDbOTcK0_aem_Yug1u1RMtxcsMIrcsPV18A

We recommend to visit

Qofkii share raba luuqa iyo qofkii raba in wax loo xayaysiiyo

👇👇👇

@Samiir0910

Last updated 1 year, 7 months ago

Hoyga Aflaanta Hindiga Afsomali ah Gaar ahaan Kuwii Hore ee 70aad Kii ilaa 2012kii Jaceyl Waali @ALFAGHISTUDIO Halkan Ka Daawo
Buugaagta Somali ah? @Somalibooks

Kusoo dhawaw Halkan waxa aad ka helaysa filiman xiiso leh kuwii hore kuwii dambe iyo kuwii dhexeba iyagoo ku turjuman afkaaga hooyo.

Qofkii share iyo xayaysiin u baahan ha isoo qabto @xuseenzain