SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA!
@Abdii_Sabaa
💬NU QUNNAMUUF💬
@AbdiiSabaaDm
🎯BARNOOTAAF
@abdii_sabaa_university
🎯MARIIF
@Garee_Abdii_Sabaa
Last updated hace 5 días, 5 horas
asc بســــــــــــم الله الرحمن الرحيــــــــــــم
Ku Dhawaad- 3000 Buug-Somali ayaa ku jira Akhriso oo ilaali xuquuqda Qoraayada leh.
Youtube:
https://shorturl.at/auGJZ
Diclamer:
Cabasho/Buug iyo Su,aal ... La Xidhiidh
@Cabasho_Bot
@Tusmobook
Last updated hace 2 meses
Somali National Television is the principal public service broadcaster in Somalia.
Headquartered in Mogadishu.
Last updated hace 2 semanas, 4 días
Waltajjiin gumiifi sosochii hawwaasaa WMO damee magaalaa Asallaatiin gaggeeffame.
(WMO-Sadaasa 24/2017)
Waltajjiin gumiifi sosochii hawwaasaa WMO damee magaalaa Asallaatiin bakka kantiibaan magaalaa Asallaa obbo Simee Tsaggaayee, I/G qajeelcha Odiitii WMO obbo Asaffaa Taayyee, hoggansi magaalaa akkasumas kutaaleen hawwaasa garagaraa argamanitti gaggeeffame. Waltajjicha haasaan kan saaqan kantiibaan magaalaa Asallaa obbo Simee Tsaggaayee, "Bara 2016 sosochiin hawwaasaa bal'aan taasifamuufi
jiraatonni magaalaa akkasumas hojjettoonni mootummaa hedduun miseensa WMO ta'uun gumaacha misoomaa taasisaa turan."jedhan.
Gama biraatiin I/G qajeelcha odiitii WMO obbo Asaffaa Taayyee, sochii hawwaasni magaalattii deeggarsa gama maraan WMOf taasisan galateeffachuun, gara fuulduraatti qindoominaan hojjechuun kaayyoo WMO milkeessuuf shoora olaanaa qabaachui ibsaniiru.
Bara 2017tti miseensota magaalaa Asallaa irraa Qr. miliyoona 10.4sassaabuuf kan karoorfame ta'uu karoora dhiyaaterraa hubatameera.
Dabalataanis bara kana mana barumsa Bu'uura Boruu WMO magaalaa Asallaa keessatti ijaaruuf dhagaan bu'uuraa kaawwamamuun, waajjirri olaanaa WMO deeggarsa ansoolaa buufata fayyaa Asallaatiif taasiseera.
Tokkummaan Misoomaaf!
Leenjiin mata duree 'Leadership and localization' jedhurratti kennamaa ture xummurame.
(WMO-Sadaasa 17/2017)
Leenjiin mata duree 'Leadership and Localization' jedhurratti miseensota manajimentii, Itti gaafatamtoota qajeelchotaafi qindeessitoota piroojektii Waldaa Misooma Oromiyaatiif guyyoota afuriif kennamaa ture xummurame.
Leenjiin kun haala qabatamaa dhaabbileen tola ooltotaa rakkoolee namoomaa/humanitarian/hawaas-diinagdee fi kanneen biroo irratti qooda fudhattoota waliin itti qindaa'anii hojjechuu danda'an akkasumas haala adeemsa hojii namoomaa irratti gama 'localization'n akka dhaabbilee tola ooltota idil addunyaatti jiru irratti gadifageenyaan mariin gaggeeffameera.
Bu'uuruma kanaan WMOn qophii gamanumaa taasisuu qabuufi hojiileen hojjechuu qabu mata duree adda addaa jalatti adda bahuun kallattii karoora qabameen hojii keessa galuun haala danda'amu irratti waliigalameera.
Dhumarratti gareen gahumsa qabu ijaaruufi gareen hojjechuu 'Team work' irratti leenjiin marii garee bu'ureeffate kennamee gama kanaanis hubannoo guddaan argameera.
Xumura leenjii kanarratti daarikteerri olaanaa WMO Obbo Dajanee Itichaa, hubannoo leenjii kana irraa argame haala qabatamaa keenyaan hojiirra oolchinee hojii akka WMOtti hojjennu keessatti jijjiirama hunda galeessa fiduuf haa hojjennu jechuun dhaamsa dabarsaniiru.
Tokkummaan Misoomaaf!
SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA!
@Abdii_Sabaa
💬NU QUNNAMUUF💬
@AbdiiSabaaDm
🎯BARNOOTAAF
@abdii_sabaa_university
🎯MARIIF
@Garee_Abdii_Sabaa
Last updated hace 5 días, 5 horas
asc بســــــــــــم الله الرحمن الرحيــــــــــــم
Ku Dhawaad- 3000 Buug-Somali ayaa ku jira Akhriso oo ilaali xuquuqda Qoraayada leh.
Youtube:
https://shorturl.at/auGJZ
Diclamer:
Cabasho/Buug iyo Su,aal ... La Xidhiidh
@Cabasho_Bot
@Tusmobook
Last updated hace 2 meses
Somali National Television is the principal public service broadcaster in Somalia.
Headquartered in Mogadishu.
Last updated hace 2 semanas, 4 días