🔱 MANCHESTER UNITED ORO FUN 🔱

Description
Channel kana keessatti oddeefannowwaan🔉🔉
☑️Jijjirraa taphattoota man United
☑️Tapha kallaattidhan
✍yaada yoo qabataan @Waan_haara_bot nun gahuu dandesuu.
Channel suura man United keenya @suura_fi_video_man_united
Group kenya 👉 @oro_manche_fan 👈
We recommend to visit

Олам спорти ҳақида барчаси.

Биз билан алоқа: @cacontactbot
Реклама бўйича саволлар учун: @careklamabot
Наш канал на русском: https://t.me/olamsport_ru

Last updated 3 months, 1 week ago

🔞 Eng sara hayotiy hazillar bizning kanalda! 🔞

18 yoshga to'lmaganlarga mumkin emas☝️

G'oyalar, hamkorlik va reklama uchun admin: @XazillashmaBot

💰Reklama: @Reklama_1Q @Social_Energy_UZ @shokin_pricee
Jadval va narx: tg.segroup.me?uz

Last updated 1 month, 3 weeks ago

Last updated 1 month, 2 weeks ago

1 month, 2 weeks ago
Karoora ganna Yunaayitid!!

Karoora ganna Yunaayitid!!

Maanchistar Yunaayitid jijjiirraa ganna dhufu irratti taphattoota lama mallatteessisuuf karoorfachuun isaa ni yaadatama.

Qondaaltonni kilaboota keenyaa taphataa dandeettii goolii galchuu guddaa qabuu fi gahee lakkoofsa 10 taphachuu danda'us fudhachuuf yaadaa akka jiran hubatameera.

Gabaasni kun kan Fabrizio Romano ti.

@Manchester_United_fan2

1 month, 2 weeks ago
Tapha xumuraa waancaa EFL irratti Fuulhaam …

Tapha xumuraa waancaa EFL irratti Fuulhaam waliin taphanne irratti leenjisaan Fuulhaam Maarkoo Siilvaa, Wiiliyaan fi Mitirooviich kaardii diimaan agarsiifamee turee.

Kanaan gareen keenya taphicha 3-1n injifachuun gara marsaa itti aanutti darbe.

Bara kana hoo?

@Manchester_United_fan2

1 month, 2 weeks ago

Dirree keenya irratti ni taphanna!
Old Trafford

@Manchester_United_fan2

4 months ago

?Tapha Liigii Awurooppaa marsaa 5ffaa.

taphaa guutuu
Maan Yunaayitid 3-2 Bodo / Glimt
⚽️Garnaachoo 2' ⚽️H. Evjen 19'
⚽️Hoyulaand 45' ⚽️Zinkerngel 23'
⚽️Hoyulaand 50'

@Manchester_United_fan2

4 months ago

Goooooooooooooooool

4 months ago

Goooooooooooooooool

4 months, 1 week ago
4 months, 1 week ago

Ruuben Amoorim

"Kubbaa qabachuu yoo hin barbaanne ol dhiibuu fi akka gaariitti taphachuu qabda. Dhiyeenyatti taphachuu yoo barbaadde akka gaariitti dhiibuu qabda. Wanti hundi walitti hidhameera."

@Manchester_United_fan2

4 months, 1 week ago

Ruuben Amoorim

"Kontiraatni koo waggaa lamaa fi walakkaaf yoo ta'u, pirojektii kanaaf nama sirrii ta'uu yoo danda'e waggaa lama booda hubachuu dandeessu."

@Manchester_United_fan2

4 months, 2 weeks ago
***?******✋?*** Ruben Amorim: "Maan Yunaayitid ADDAA …

?✋? Ruben Amorim: "Maan Yunaayitid ADDAA ta'uu akka danda'u fudhadheera... NA AMANAA qofa".

"Kun waan baay'ee jaalladhudha".