Burqaa Bekkumsa islaama

Description
عن عبدالله بن عمرو بن العاص رضي الله عنهما: أن النبي صلى الله عليه وسلم قال: ((بلِّغوا عني ولو آية...))؛ رواه البخاري.
 Ergamaan rabbi akkan jedhan narra gessa oso ayta takkalle ta'e,

Koyyon kenya wan rabbi nulafesa walfi dabrsuudha.

?
@AbduljabarTaju
Advertising
We recommend to visit

قناة احمد علي على تيليجرام ( شروحات تقنية ، تطبيقات ، ‏أفلام ومسلسلات ، خلفيات ، و المزيد )

Last updated 3 weeks, 5 days ago

يرمز تيليجرام إلى الحريّة والخصوصيّة ويحوي العديد من المزايا سهلة الاستخدام.

Last updated 3 months, 2 weeks ago

- بوت الإعلانات: ? @FEFBOT -

- هناك طرق يجب ان تسلكها بمفردك لا اصدقاء، لا عائلة، ولا حتى شريك، فقط انت.

My Tragedy Lies With Those Things That Happen in One Second And Remain

- @NNEEN // ?: للأعلانات المدفوعة -

Last updated 1 month ago

3 months, 3 weeks ago

:
يستحب التكبير في العيدين للمسلمين رجالًا ونساءً من غروب الشمس ليلة عيد الفطر إلى أن تقضى الخطبة من صلاة العيد، يستحب التكبير في البيوت، وفي الأسواق، وفي أثناء الخطبة؛ لقوله -جل وعلا-: وَلِتُكَبِّرُوا اللَّهَ عَلَى مَا هَدَاكُمْ [البقرة:185] وفي عيد النحر يكبر من دخول الشهر، من أول شهر ذي الحجة يكبر في الليل والنهار، وفي يوم عرفة، وأيام العيد يكبر أدبار الصلوات، وفي بقية الأوقات مطلقًا ومقيدًا جميعًا، إذا صلى صلاة الفجر يوم عرفة؛ كبر بعده، وهكذا بقية الأوقات مع التكبير في بقية الأوقات إلى أن تغيب الشمس يوم الثالث عشر من أيام التشريق، تغيب الشمس يوم الثالث عشر،
ا

3 months, 4 weeks ago

*?* Ni beeytaa yoo amma jettee...
‏هل تعلم أنك إذا قلت الآن ..
----------------------------

سبحان الله والحمدلله
ولا إله إلا الله والله أكبر ..
Subhaanallaahi, wal hamdulillaahi, wa laailaaha illallaah, wallaahu akbar..

نعم الآن
Eeyyeen zikrii tana yoo amma jettee..

أفضل من أي وقت تقولها في السنة :
Yeroo kamiiyyuu kan jettu irraa kan waggaa hundaarra caaltuu taatee dha.

لأننا في أفضل الأيام
Irraa caaltuu guyyoota waggaa keessa jirra waan ta'eef
.

ما من أَيام العمل الصّالح فِيها أحبُّ إلى الله من هذه الأيام ..
Guyyoota irraa hin taanee Dalagaleen gagaariin rabbi biratti irra jaalatamtuu guyyoota kurnan zulhijjaa kana irra.

إلا رجل خرج بنفسه وماله فلن يرجع من ذلك بِشئ
Namticha duulaaf lubbuu isaatiinifi qabeenya isaatiin bahee ergasii achi irraa ka homaanuu hin deebinee malee**#عشر_ذي_الحجه@Dr_AbduljaliilRube

4 months, 1 week ago

? السلام عليكم ورحمة الله وبركاته
? Darsii/Qaraatii akkamii barbaaddu⁉️
? Eeyyen warroo ni darsiiwwan garagaraa waraabbiini fi sagantaalee mimmidhagoo biroos barbaannaan miidiyaa asii gadii kana #JOIN godhaa irraa fayyadama. ⤵️⬇️

4 months, 3 weeks ago

? السلام عليكم ورحمة الله وبركاته
? Darsii/Qaraatii akkamii barbaaddu⁉️
? Eeyyen warroo ni darsiiwwan garagaraa waraabbiini fi sagantaalee mimmidhagoo biroos barbaannaan miidiyaa asii gadii kana #JOIN godhaa irraa fayyadama. ⤵️⬇️

5 months, 3 weeks ago

**Abaahureeyraan Rasuula ﷺ irraa odeessee Rasuulli ﷺ Akkas jedhan

"Dubbii lama tan Arraba irratti haphii / laaftuu kan taate madaallii keessatti ulfaattuu kan taate gama Rabbiitti jaalatamtuu kan taate :

Subhaanallaah wobihamdihii Subhaanallaahil Aziim"

(Bukhaarii fi muslimtu gabaase)**

6 months ago

*?*✨Takbiiraa jedhaa takbiiraan keessan hanga daangaa samii gahuutti !!

☝️? Takbiirraa (Rabbiin guddisaa) Rabbiin guddaa faarfamuu haqa godhata. ☝️☝️☝️

الله اكبر، الله أكبر، الله اكبر، لا اله إلا الله، الله أكبر، الله أكبر ولله الحمد, الله أكبر كبيرا، والحمد لله كثيراً، وسبحان الله بكرة وأصيلاً، لا اله إلا الله وحده، صدق وعده، ونصر عبده، وأعز جنده، وهزم الأحزاب وحده، لا اله إلا الله ولا نعبد إلا إياه مخلصين له الدين ولو كره الكافرون، الله اكبر، الله أكبر، الله اكبر، لا اله إلا الله، الله أكبر، الله أكبر ولله الحمد

Allaahu Akbar, Allaahu Akbar, Allaahu Akbar, Laailaah illaahu, Allahu Akbar, Allaahu Akbar, Walillaahil hamdu, Allaahu Akbaru Kabiiraa, Walhamdulillahi Kasiiraa, Wasubhaanallahi Bukratan Wa Asiilaa, Laailaahaillallaahu Wahdaa, Sadaqa Wa'adaa, WaNasara Abdaa, Wa A'azza Jundaa, Wahazamal Ahzaaba Wahdaa, Laailaahaillallaahu Walaa Na'abudu illaa iyyaahu, Mukhlisiina lahuddiina Walawkarihal Kaafiruun, Allaahu Akbar, Allaahu Akbar, Allaahu Akbar,
Laailaahaillallaahu, Allaahu Akbar, Allaahu Akbar, Walillaahil hamd.**

7 months, 2 weeks ago

**?* Boqonnaa ni barbaaddanii? Salaata keessa malee bakka biraa irraa hin argattanii!

? Arabaafachuu barbaaddanii? Zikriin malee waan biraatiin hin argattan!

? Gammachuu ni feetu? Waan allaahiin isinii jaallatee jaalachuudhaan malee essarrayyu hin argattani!

? Jiruu dhugaa ni feetu? Allahaaf jiraachudhaan malee karaa biraatin hin argattani!***

8 months ago

**"... Hajjii tokkoof maallaqni waliigalaa Birrii 329,000 akka ta'u murtaa'eera" - M/M/Dh/I/I

Galmeen Hajjii fi Umraa bara kanaa guyyaa boruu Sanbata Ammajjii 25 irraa eegalee ifatti akka eegalu Manni Murtii Waliigalaa Dhimma Islaamummaa Itiyoophiyaa beeksise.

Buufata galmee 18 bara darbe 2015 keessaa turan irratti buufataalee haaraa 9 dabaluudhaan bakki galmee Hajjii bara kanaa gara 27tti ol guddachuu isaa ibsameera.

Bakkeewwan Galmee:
- Waajjira guddicha Majlisa Oromiyaa Istaadiyeemiitti argamu,

- Waajjira guddicha Majlisa  Finfinnee Xoor-hayiloochitti argamu
,
- Shashamannee, Jimmaa, Harar, Jigjigaa, Dirredawaa, Baahir Daar, Dassee, Hawasaa, Miizaan Teeppi, Asoosaa, Samaraa, Baalee Roobee, Waraabee, Godee fi Mooyyaleetti akka argaman beeksifameera.

Gatiin Hajjiis kan ibsamee yoo ta'u, haala yeroo ammaa addunyaa fi biyyaalessaa ilaalcha keessa galchuun Hajjii tokkoof Birrii 329,000.00 (Kuma dhibba sadii fi kuma digdamii sagal) akka ta'u murtaa'eera.

Gatiin hajjii kun akkanumatti kan itti fufu yoo jijjiirraan doolara akkanumatti itti fufe ykn olka’iinsa idileetiin yoo itti fufe qofa jedhameera.

Hajjii namni kamiyyuu qaamaan galmaa'uuf gara buufataalee galmee yeroo dhufu ulaagaalee armaan gadii guutuu qaba:-

  1. Waraqaa Eenyummaa gandaa naannoo mana jireenyaa isaanii ibsu.

  2. Paaspoortii haaromfame (yeroon isaa osoo hin xumuramin ji’a 11 ol ta’uu kan qabu).

  3. Suuraa tokko
  4. Kaardii talaallii Koovidii fi busaa keelloo

Hujjaajonni Hajjii sababa dullumaa fi miidhaa qaamaa adda addaatiin ofuma isaaniitiin Hajjii raawwachuu hin dandeene, ulaagaa barbaachisu guutuun alattis nama deggeraa isaan waliin imaluu danda’u dhiyeessuu qabu jedhameera.

Hujjaajonni kaffaltii kan raawwatan ulaagaa barbaachisaa ta’e akka guutan itti gaafatamaan buufata galmeetiin yoo mirkanaa’ee fi kaffaltii baankii akka kaffalan mirkaneessiin yoo kennameef qofa akka ta’e ibsamee jira.**

8 months, 2 weeks ago

حدثنا عمرو حدثنا الغلابي حدثنا ابن عائشة حدثنا دريد بن مجاشع عن غالب القطان عن مالك بن دينار قال قال عمر بن الخطاب من كثر ضحكه قلت هيبته ومن مزح استخف به ومن أكثر من شيء عرف به
أنبأنا الحسن بن سفيان حدثنا أبو الدرداء حدثنا أبو إسحاق الطالقاني عن مبشر بن إسماعيل عن راشد بن أبي قبال قال استسقى سعيد بن جبير فأتيته بسويق محلى فقال يا راشد شكر أزد ست شيرين
قال أبو حاتم رضي الله عنه من مازح رجلا من غير جنسه هان عليه واجترأ
عليه وإن كان المزاح حقا لأن كل شيء لا يجب أن يسلك به غير مسلكه ولا يظهر إلا عند أهله
على أني أكره استعمال المزاح بحضرة العام كما أكره تركه عند حضور الأشكال
ولقد أخبرنا كامل بن مكرم حدثنا ربيعة بن الحارث الجيلاني حدثنا عبد الله ابن عبد الجبار الجبابري قال قال أبو عبد الرحمن الأعرج كان إبراهيم بن أدهم يحدثنا ويضاحكنا وإذا رأى غيرنا قال هذا جاسوس

9 months ago

**السلام عليكم ورحمة الله وبركاته

Rabbiin amantaa islaama kana ulama'otan nuuf tiysee asiin nuun gahe akkasuma amantaa islaamaa kana beekumsaan dagaaga (gahaa waa mara keenna nuuf taasise alhamdulillah). Nutis ulala'ota keennafi beekumsa islaamaaf bakka keennudhaan amantaa keenna haa jabeeffannu (guddisnu) ‼️**Chanala asii gadii join godha barakallahu fiikum waan guddaan isinii dhufaa jirra.

We recommend to visit

قناة احمد علي على تيليجرام ( شروحات تقنية ، تطبيقات ، ‏أفلام ومسلسلات ، خلفيات ، و المزيد )

Last updated 3 weeks, 5 days ago

يرمز تيليجرام إلى الحريّة والخصوصيّة ويحوي العديد من المزايا سهلة الاستخدام.

Last updated 3 months, 2 weeks ago

- بوت الإعلانات: ? @FEFBOT -

- هناك طرق يجب ان تسلكها بمفردك لا اصدقاء، لا عائلة، ولا حتى شريك، فقط انت.

My Tragedy Lies With Those Things That Happen in One Second And Remain

- @NNEEN // ?: للأعلانات المدفوعة -

Last updated 1 month ago