SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA!
@Abdii_Sabaa
?NU QUNNAMUUF?
@AbdiiSabaaDm
?BARNOOTAAF
@Abdiisabaa
?MARIIF
@Garee_Abdii_Sabaa
Last updated 2 months ago
https://t.me/joinchat/AAAAAFgrZgMjBcvdBf7YWg
Last updated 1 month, 4 weeks ago
asc بســــــــــــم الله الرحمن الرحيــــــــــــم
Ku Dhawaad- 3000 Buug-Somali ayaa ku jira Akhriso oo ilaali xuquuqda Qoraayada leh.
Youtube:
https://shorturl.at/auGJZ
Diclamer:
Cabasho/Buug iyo Su,aal ... La Xidhiidh
@Cabasho_Bot
@Tusmobook
Last updated 1 month ago
#Hijaab....
✍ Yeroo jalqabaatiif bara hijaabni dirqama godhame sana... Irra qulqulluu dubartootaattu, irra qulqulluu dhiiraa irraa hajjabate (Sahaabota baana).
Muslimoonni jaarraa kanaa hoo hangam takka ufitti amanamummaa qabna?
Dhiirti gadaa tanaa osoo akka jarri itti isin ilaalan gartanii, silaa fuula keessan sibiilaan hajjabattu ture.... ?
Sooma guyyaa boruu hin dagatinaa kaa....
• باب في فضل شهر الله المحرم.
ـ ـــ ـــ ـ ـــ ـــ ـ ـــ ـــ ـ ـــ ـــ ـ
عن أبي هريرة رضي الله عنه قال :
سمعت رسول الله ﷺ يقول :
"أفْضَلُ الصَّلَاةِ بَعْدَ المَفْرُوضَةِ صَلَاةٌ فِي جَوْفِ اللَّيْلِ ، وَأفْضَلُ الصِّيَامِ بَعْدَ شَهْرِ رَمَضَانَ شَهْرُ اللهِ الَّذِي تَدْعُونَهُ المُحَرَّمَ".
[مسند الإمام أحمد].
ـ ـــ ـــ ـ ـــ ـــ ـ ـــ ـــ ـ ـــ ـــ ـ
عن ابن عباس رضي الله عنهما قال :
قَدِمَ رَسُولُ اللهِ ﷺ المَدِينَةَ فَرَأى اليَهُودَ يَصُومُونَ يَوْمَ عَاشُورَاءَ ، فَقَالَ : "مَا هَذَا اليَوْمُ الَّذِي تَصُومُونَ؟". قَالُوا : هَذَا يَوْمٌ صَالِحٌ ، هَذَا يَوْمٌ نَجَّى اللهُ بَنِي إسْرَائِيلَ مِنْ عَدُوِّهِمْ فَصَامَهُ مُوسَى عَلَيْهِ السَّلَامُ. فَقَالَ رَسُولُ اللهِ ﷺ : "أنَا أحَقُّ بِمُوسَى مِنْكُمْ". فَصَامَهُ رَسُولُ اللهِ ﷺ وَأمَرَ بِصَوْمِهِ.
[مسند الإمام أحمد].
ـ ـــ ـــ ـ ـــ ـــ ـ ـــ ـــ ـ ـــ ـــ ـ
عن ابن عباس رضي الله عنهما قال :
مَا عَلِمْتُ رَسُولَ اللهِ ﷺ كَانَ يَتَحَرَّى يَوْمًا يَبْتَغِي فَضْلَهُ عَلَى غَيْرِهِ إلَّا هَذَا اليَوْمَ يَوْمَ عَاشُورَاءَ أوْ شَهْرَ رَمَضَانَ.
[مسند الإمام أحمد].
ـ ـــ ـــ ـ ـــ ـــ ـ ـــ ـــ ـ ـــ ـــ ـ
عن أبي قتادة الأنصاري رضي الله عنه :
أنَّ رَسُولَ اللهِ ﷺ سُئِلَ عَنْ صَوْمِ يَوْمِ عَاشُورَاءَ فَقَالَ : "كَفَّارَةُ سَنَةٍ".
[مسند الإمام أحمد].
ـ ـــ ـــ ـ ـــ ـــ ـ ـــ ـــ ـ ـــ ـــ ـ
عن أبي قتادة الأنصاري رضي الله عنه قال :
قال رسول الله ﷺ :
"صَوْمُ يَوْمِ عَرَفَةَ يُكَفِّرُ سَنَتَيْنِ مَاضِيَةً وَمُسْتَقْبَلَةً ، وَصَوْمُ عَاشُورَاءَ يُكَفِّرُ سَنَةً مَاضِيَةً".
[مسند الإمام أحمد].
ـ ـــ ـــ ـ ـــ ـــ ـ ـــ ـــ ـ ـــ ـــ ـ
عن الحكم بن عبدالله بن الأعرج قال :
أتَيْتُ ابْنَ عَبَّاسٍ وَهُوَ مُتَّكِئٌ عِنْدَ زَمْزَمَ ، فَجَلَسْتُ إلَيْهِ وَكَانَ نِعْمَ الجَلِيسُ ، فَقُلْتُ : أخْبِرْنِي عَنْ يَوْمِ عَاشُورَاءَ. قَالَ : عَنْ أيِّ بَالِهِ تَسْألُ؟. قُلْتُ : عَنْ صَوْمِهِ ، أيُّ يَوْمٍ أصُومُهُ؟. قَالَ : إذَا رَأيْتَ هِلَالَ المُحَرَّمِ فَاعْدُدْ فَإذَا أصْبَحْتَ مِنْ تَاسِعَةٍ فَأصْبِحْ مِنْهَا صَائِمًا. قُلْتُ : أكَذَاكَ كَانَ يَصُومُهُ مُحَمَّدٌ صَلَّى اللهُ عَلَيْهِ وَسَلَّمَ؟. قَالَ : نَعَمْ.
[مسند الإمام أحمد].
ـ ـــ ـــ ـ ـــ ـــ ـ ـــ ـــ ـ ـــ ـــ ـ
عن ابن عباس رضي الله عنهما ،
أن رسول الله ﷺ قال :
"لَئِنْ عِشْتُ إلَى قَابِلٍ لَأصُومَنَّ اليَوْمَ التَّاسِعَ -يَعْنِي عَاشُورَاءَ-".
[مسند الإمام أحمد].
روى عبدالرزاق في مصنف عن عطاء بن أبي رباح : أنَّهُ سَمِعَ ابْنَ عَبَّاسٍ يَقُولُ فِي يَوْمِ عَاشُورَاءَ : خَالِفُوا اليَهُودَ وَصُومُوا التَّاسِعَ وَالعَاشِرَ. وقال الترمذي في جامعه : وَاخْتَلَفَ أهْلُ العِلْمِ فِي يَوْمِ عَاشُورَاءَ ، فَقَالَ بَعْضُهُمْ : يَوْمُ التَّاسِعِ. وَقَالَ بَعْضُهُمْ : يَوْمُ العَاشِرِ. وَرُوِيَ عَنِ ابْنِ عَبَّاسٍ أنَّهُ قَالَ : صُومُوا التَّاسِعَ وَالعَاشِرَ وَخَالِفُوا اليَهُودَ. وَبِهَذَا الحَدِيثِ يَقُولُ الشَّافِعِيُّ وَأحْمَدُ وَإسْحَاقُ.
Dubbi himaan Mootummaa Iraan dhaamsa Lammiilee isaaf dabarseen:-
"Hin dhiphatinaa, Allah qofa kadhadhaa! Allah irraas abdii hin muratinaa!! Eeyyama Allah yoo ta'e hooggantoonni keenya baraaramanii akka nuuf deebi'an abdii qabna! Waan irra geenye fi odeeffannoo haarawa kan isin biraan geenyu ta'a." jedhee jira.
Pirezidaantii Iraan balaan mudate..!!
Xiyyaarri Pirezidaantii Iraan Ibraahim Ra'iisii ittiin imalan rakkinni mudachuun osoo lafa hin qubatiin qilleensa irratti hafuun gabaafame. Pirezidaantichi daawwii hojiif gara Azarbaajaan imalanii osoo gara biyyaatti deebi'aa jiranii rakkoo qilleensaa guddaa mudateen xiyyaarri isaan ittiin imalaa jiran lafa qubachuu dadhabuu isaatiin lubbuu Pirezidaantichaaf sodaatamee jira.
Akka TVn Pireesi Iraan gabaasetti hojjattoonni baraartota lubbuu gama sanatti bobbaafamanii kan jiran yoo ta'u bakka rakkoon mudate kana bira gahuuf yaalaa haa jiraatan malee qilleensi duumessaan makame haalaan isaan rakkisaa jiraachuu ifoomsee jira. Jiilli Pirezidaantii Iraan Ibraahim Ra'iisii n durfamu eebba Piroojektii guddaa Azarbaajaan irratti hirmaachuuf Xiyyaara 3n kan imalan yoo ta'u Xiyyaaronni 2 nagaan Iraan magaalaa Tehran qaqqabanis Xiyyaarri Pirezidaantii fe'atee jiru balaa kanaaf saaxilamee jira.
NB:- Ayyaana Kiristaanaa baga Ittiin Isin Gahe Jechuun Haraama!
❌ Wajjin kabajuun,
❌ Ergaa “Baga Geessan” dabarsuun
❌ Gammachuu ibsuun
❌ Isaan fakkaachuun
❌ Waan isaan ayyaana sanarratti gargaaraman dhiyeessuun akka shari'aa Rabbiitti Dhorkamaadha
قال ابن القيم رحمه الله
« ولا يجوز للمسلمين حضور أعياد المشركين باتفاق أهل العلم »
? أحكام أهل الذمة 1 /723-724)
"Ayyaana Mushrikootaa irratti hirmaachuun akka hin eeyamamne Ulamayiin islaamaa irratti walii galaniiru"
Ramadan Mubarak
May Allah (SWT) bless you and your family during this holy month, and may He accept our fasts, prayers, and acts of worship. #Ramadan Mubarak
السلام عليكم ورحمه الله وبركاته
Yaa Jama'aa Baga Rabbiin ji'a Jaalatamaa fi Kabajamaa ta'e kanaan nu gahe
Nuun Gahuu Qofaa mitii Warra irraa fayyadamus Rabbiin Nu Haa Taasisu
Halkan Jalqabaa kana keessa Niyyatuu qabdan Rasuulli SAW akkana jedhan
(( من لم يبيت الصيام من الليل فلا صيام له))
((Namni Halkan Irraa sooma Niyyatee hin Bulin Soomni isaa hin Jiru )) Jedhan kanaafuu hundi keennaa akka hin daganne sooma boruu haa niyyannu
NB= Niyyaa yeroo jennu Afaaniin Boru Soomuu Heda jennee niyyatuu osoo hin taane Qalbiidhaan jechuudha kanaafuu akkasitti akka hubattanii Halkan irraa niyyattan isiniin jechuu fedha
Ammas irra deebi'uun Ramadan Mubarak Warra Baranaa kan Bara Hegeree
? قال الشيخ #ابن_عثيمين رحمه الله :
التلفظ بالنية في جميع العبادات #بدعة ، فلا يقول الإنسان عند الوضوء : اللهم إني نويت أن أتوضأ ، ولا عند الصلاة نويت أن أصلي ، ولا عند الصدقة نويت أن أتصدق ، ولا عند الصيام نويت أن أصوم ، ولا عند الحج نويت أن أحج.
? فالتلفظ بالنية في جميع العبادات لم يرد عن النبي صلى الله عليه وعلى آله وسلم ، ولماذا تتلفظ بالنية؟ أليس النية محلها #القلب؟
⁉️أليس الله عز وجل يقول : ﴿ولقد خلقنا الإنسان ونعلم ما توسوس به نفسه﴾؟! بلى نقول هذا : فالله عالم بالنية ، كيف تعلم ربك بأنك ناوي؟ قد يقول : أقول هذا لإظهار الإخلاص لله فنقول : الإخلاص محله القلب أيضاً ، وما كان محله القلب #يكفي النية في #القلب. نعم.
? الموقع الرسمي للشيخ ابـن عـثـيـمـيـن
Har'i jum'aa dha
Ergamaan rabbii (saw) akkana jedhan " Irra caalaan guyyaa aduun keessatti baatee guyyaa jum'aati "
✅ الاغتسال.
✅ Qaama dhiqachuu.
✅ لبس أحسن الثياب.
✅ Uffata bareedaa uffatuu.
✅ التطيّب.
✅ Urgooftuu dibatuu.
✅ التسوك.
✅ Ilkaan Rigachuu.
✅ التبكير في الذهاب الى المسجد.
✅ Gama masjidaa ganaman deemuu.
✅ صلاة تحية المسجد.
✅ Raka'aa lama akka masjida seenaniin salaatuu.
✅ قراءة سورة الكهف.
✅ Suuraa Kahfii qara'uu.
✅ عدم تخطي رقاب الناس.
✅ Ceekuu namaa irraan tarkaanfatuu dhabuu.
✅ الإنصات للخطبة.
✅ Yeroo imaamni Khuxbaa godhaa jiru cal'isanii dhageeffatuu.
(✅) الإكثار من الصلاة على النبي (صل الله عليه وسلم).
✅ Ergamaa rabbii irratti salawaata heddummeessanii buusuu.
✅ الإكثار من الدعاء.
✅ Du'aa'ii heddummeessuu.
Dogongoroota guyyaa jum'aa keessa raawwataman.
? Yeroo imaamni Khuxbaa godhaa jirutti haasahuun Ajrii jum'aa nama jalaa balleessa.
? Ergamaa rabbii irraa (SAW) Jum'aa Mubaarak jechuun hin sabanne.
? Khuxbaa lamaan jiddutti harka ol fuudhanii kadhatuun hin sabanne.
? Salaatni sunnaa qabliyyaa salaata jum'aa dura salaatamtu hin jiru.
Guyyaa rabbiin keessatti gabbarru keeyrii keessa baay'ifannu, hamtuu keessa dhiqannu isiniif haa tahu.
t/me RamadanOfficial
SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA!
@Abdii_Sabaa
?NU QUNNAMUUF?
@AbdiiSabaaDm
?BARNOOTAAF
@Abdiisabaa
?MARIIF
@Garee_Abdii_Sabaa
Last updated 2 months ago
https://t.me/joinchat/AAAAAFgrZgMjBcvdBf7YWg
Last updated 1 month, 4 weeks ago
asc بســــــــــــم الله الرحمن الرحيــــــــــــم
Ku Dhawaad- 3000 Buug-Somali ayaa ku jira Akhriso oo ilaali xuquuqda Qoraayada leh.
Youtube:
https://shorturl.at/auGJZ
Diclamer:
Cabasho/Buug iyo Su,aal ... La Xidhiidh
@Cabasho_Bot
@Tusmobook
Last updated 1 month ago