Unlock a World of Free Content: Books, Music, Videos & More Await!

Jechoota Onnachiiftu

Description
Anis Dinqii💙
Atis Dinqii💙
Nuun Dinqii💙
Waan Dinqii yaadna💙
Waan Dinqii dubbannaa💙
Karaa Dinqii irra deemna💙
Waan Dinqii Hojjennaa💙
Nuun Dinqisiifamtoota. 💙
Advertising
We recommend to visit

Меня зовут Азамат Бакиев и я основатель канала HELLO TASHKENT

Хуесосиииим всех родных, близких и знакомых Офамур

Last updated 1 year ago

A place where future billionaires are made!💰

📥 @Jonas_0000

❕❕ Buy Ads:
https://telega.io/c/BillionairesTM

Last updated 6 days, 4 hours ago

Myra

Last updated 1 month, 2 weeks ago

2 months ago

Karoorri hojiitti hin jijiiramne, karoora miti hawwiidha male.

Hojiitti seeni waantota si danqan danquun iyyuu hojiidha.💙

@moufi
@moufi
@moufi

2 months, 1 week ago

Waanti cimaafi barbaachisaan karoorakee haasa toora galchattee namaa ibsuu miti, waanti barbaachisaan barii suubi utuu qorri isaa si hadoochu kaate kayyoo fi abjuukeef hojjechuudha. Hojiikee irratti hin qoosin jabaadhu hojjedhu.

Iddoo nagaa oola maati jaallatamo 💙

@moufi
@moufi
@moufi

2 months, 1 week ago

Utuun rafaa oole baayye natti tola turee, garuu waanta na hin rafisnetu jiraa malee.

Iddoo nagaa oola💙.
@moufi
@moufi
@moufi

3 months, 4 weeks ago

Baga ayyaan dhalachuu Goofta Yesuusin hunduma keenya ga'e ayyaana gaari hunduma keenyaf haa ta'u.🎄🎄🎄

4 months, 1 week ago
Nama biraa wajjin wal baruukeen dursa …

Nama biraa wajjin wal baruukeen dursa ofii kee wajjin wal bari.

4 months, 1 week ago
Jechoota Onnachiiftu
5 months, 3 weeks ago

Hundumaa kan dursu xiyyeeffannoo ofi kennuudha miira gad aantumma akka isinitti hin dhaga'amne, yoo akkas ta'e addunyaan waggoota muraasa booda xiyyeeffannoo siif kenna. 💙
Share
Join our channel
@moufi

5 months, 3 weeks ago

Bilbilli, PC, fi Tabletiin ofiin update na godhii siin jedhani notification siif dhi'eessu technology haaratti of madaqsuuf jedhani, nuunis jireenya keenya keessatti waanta haara barachuu qabna waan abjuu keenya utubuu, barnooti immoo kutaa seenani birr kaffalani qofa miti ofiin of barsiisu nii danda'ama karaa App garaagara, YouTube, Google, fi chatgpt fayyadamuun waanta barbaadde baruu dandeessa akka tipitti Afaan barachuu, graphics design barachuu, nii dandeessa garuu waanta abjuu kee wajjin deemu adda baasi isa baradhu.
Ofiin of barsiisi. 💙💙
Iddoo nagaa oola maatikoo.
Share.
@moufi join us

5 months, 3 weeks ago

Olmaan keessa akkam ture maatikoo mee reaction 🥰 kun gaari ta'uu isaa, 🤯 Kun immo quubsa miti jechuudha. Achumaan of tilmaama rakkina keessan adda baasa, yeroon kana jedhu waan fooyyessuu dandeessan irratti xiyyeeffadha. Kiyya 🤯 maalif?... Maal gochuutu narra ture?... Boor maal gochuun qaba?.... 📝📝

7 months, 2 weeks ago

Fattee sana nyaadhu (eat that frog) 😍 kitaaba na jijiire dha. Isinis akka irraa barattan abdiin qaba.

We recommend to visit

Меня зовут Азамат Бакиев и я основатель канала HELLO TASHKENT

Хуесосиииим всех родных, близких и знакомых Офамур

Last updated 1 year ago

A place where future billionaires are made!💰

📥 @Jonas_0000

❕❕ Buy Ads:
https://telega.io/c/BillionairesTM

Last updated 6 days, 4 hours ago

Myra

Last updated 1 month, 2 weeks ago