Jechoota Onnachiiftu

Description
Anis Dinqii?
Atis Dinqii?
Nuun Dinqii?
Waan Dinqii yaadna?
Waan Dinqii dubbannaa?
Karaa Dinqii irra deemna?
Waan Dinqii Hojjennaa?
Nuun Dinqisiifamtoota. ?
We recommend to visit

Меня зовут Азамат Бакиев и я основатель канала HELLO TASHKENT

Хуесосиииим всех родных, близких и знакомых Офамур

Last updated 1 year, 10 months ago

A place where future billionaires are made!?

Money making is a skill, we teach you how to master it.

? @Jonas_0000

❕❕ Buy Ads:
https://telega.io/c/BillionairesTM

Last updated 1 month, 3 weeks ago

Fira Trader Club (FTC) officially launched. Claim Fira Indicator utk analisa sepantas 10 saat sekarang!

@firaindicatorsupport

Last updated 6 months ago

9 months, 3 weeks ago

Utuu sababa kee hin qabaannee silaa eenyuun taataa?
@moufi

10 months ago

Gatii isaa utuu hin ilaalin waan barbaaddu bitachuu yoo barbaade utuu yeroo hin ilaalin hojjedhu. ❤️❤️❤️❤️
@moufi nagaan bulaa

10 months, 2 weeks ago

Gaafa wanti tokko baayyee si barbaachisu isaa hubattu yoo carraan milkeessuu keetii baayyee xiqqoo ta'ellee nii raawwatta!

Ellon MusK

11 months, 4 weeks ago

Karoorri hojiitti hin jijiiramne, karoora miti hawwiidha male.

Hojiitti seeni waantota si danqan danquun iyyuu hojiidha.?

@moufi
@moufi
@moufi

1 year ago

Waanti cimaafi barbaachisaan karoorakee haasa toora galchattee namaa ibsuu miti, waanti barbaachisaan barii suubi utuu qorri isaa si hadoochu kaate kayyoo fi abjuukeef hojjechuudha. Hojiikee irratti hin qoosin jabaadhu hojjedhu.

Iddoo nagaa oola maati jaallatamo ?

@moufi
@moufi
@moufi

1 year ago

Utuun rafaa oole baayye natti tola turee, garuu waanta na hin rafisnetu jiraa malee.

Iddoo nagaa oola?.
@moufi
@moufi
@moufi

1 year, 1 month ago

Baga ayyaan dhalachuu Goofta Yesuusin hunduma keenya ga'e ayyaana gaari hunduma keenyaf haa ta'u.???

1 year, 1 month ago
Nama biraa wajjin wal baruukeen dursa …

Nama biraa wajjin wal baruukeen dursa ofii kee wajjin wal bari.

1 year, 1 month ago
Jechoota Onnachiiftu
1 year, 3 months ago

Hundumaa kan dursu xiyyeeffannoo ofi kennuudha miira gad aantumma akka isinitti hin dhaga'amne, yoo akkas ta'e addunyaan waggoota muraasa booda xiyyeeffannoo siif kenna. ?
Share
Join our channel
@moufi

We recommend to visit

Меня зовут Азамат Бакиев и я основатель канала HELLO TASHKENT

Хуесосиииим всех родных, близких и знакомых Офамур

Last updated 1 year, 10 months ago

A place where future billionaires are made!?

Money making is a skill, we teach you how to master it.

? @Jonas_0000

❕❕ Buy Ads:
https://telega.io/c/BillionairesTM

Last updated 1 month, 3 weeks ago

Fira Trader Club (FTC) officially launched. Claim Fira Indicator utk analisa sepantas 10 saat sekarang!

@firaindicatorsupport

Last updated 6 months ago