๐
๐๐ ๐ ๐๐๐ฌ๐ฌ๐ข ๐ข๐ฅ๐๐๐ฅ๐ข
๐๐๐๐ง๐๐ ๐๐๐ ๐ ๐๐๐ซ๐ข๐ข ๐๐๐๐ซ๐ ๐ข๐ซ๐ซ๐๐ ๐๐๐๐ง๐๐
๐๐๐ ๐ ๐๐๐ซ๐ข๐ข ๐๐ก๐๐ฅ๐จ๐จ๐ญ๐ ๐๐ก๐ฎ๐๐ฎ๐ฎ๐ ๐๐๐ง๐๐ข๐๐ง๐!
Eegaree Ummataa!
@KLDA3K
@Furqan_Faruq8705
YouTube: www.youtube.com/@Ummatiitube4546
Last updated 4ย months, 2ย weeks ago
ะะฐะน ะฑะพะณ ััะดั ะทะฐ ะธะณัั, ะฐ ะฝะต ะฒ ััััะผั @sunshinu_fool - ะปั
Last updated 1ย month ago
Twins ๐จ๐ด
โฏ๏ธIG: @gemelasabello | @mariacamilaabello |
@valentinaabello
โช๏ธTikTok: gemelas_abello | gemelasabello2
๐Twitter: @GemelasAbello
#TeamGemAbello
Last updated 2ย years, 8ย months ago
Adunyaa Tanarra Hammi Turtii Keetii
Hin Beekkamu Waan Taโeef Hamma
Jiraatte Keessattii Waan Gaarii Yaadii Hojjedhu .
Gama Liinkii Armaan Gadiitin Nu Hordofaa.
Telegram: https://t.me/ummatiitube
Facebook: https://shorturl.at/lFU16
Youtube: https://shorturl.at/ftyKS
Tiktok: https://Tiktok.com/@ummatitube
Instagram: https://shorturl.at/eqyQ2
UMMATII PRODUCTION
Eegaree Ummataa!
Ministeerri Fayyaa Gaazaa akka gabaasetti
haleellaa Israaโel saโaatii 24 darban keessatti yoo xiqqaate
namoonni 40 yoo duโan, 71 ammoo madaaโaniiru.
Hanqinni nyaataa daaโimmanii Gaazaa keessatti jiโa July keessa jiโa July
keessa dhibbeentaa 50n kan utaale yoo taโu,
amma daaโimman Falasxiin 650 ol taโan naannoo kana keessatti
โhanqina nyaataa cimaaโ jedhamuun rakkachaa jiru jechuun UN gabaaseera.
Gama Liinkii Armaan Gadiitin Nu Hordofaa.
Telegram: https://t.me/ummatiitube
Facebook: https://shorturl.at/lFU16
Youtube: https://shorturl.at/ftyKS
Tiktok: https://Tiktok.com/@ummatitube
Instagram: https://shorturl.at/eqyQ2
UMMATII PRODUCTION
Eegaree Ummataa!
Hoggantuun Raayyaa Ittisa Biyyaa Baanglaadeesh muummichi ministeeraa Sheek Hasinaa jeequmsa torban hedduu booda aangoo gadhiisuu himan. Gargaaraan ishee magaalaa guddoo Daakaa irraa helikooptaraan akka baqatte dubbatti.
Jeneraal Waker-Uz-Zaman haasawa sabaaf taasisaniin mootummaan yeroo biyyattii bulchu ni ijaaramas jedhu. Gama Liinkii Armaan Gadiitin Nu Hordofaa.
Telegram: https://t.me/ummatiitube
Facebook: https://shorturl.at/lFU16
Youtube: https://shorturl.at/ftyKS
Tiktok: https://Tiktok.com/@ummatitube
Instagram: https://shorturl.at/eqyQ2
UMMATII PRODUCTION
Eegaree Ummataa!
Hogganaan Hamaas Ismaaโil Haniyaa Wareegama Taโuu Ibseera
Hogganaan Hamaas Ismaaโeel Hanaayah Harโa Roobii July 24, 2016 Wareegame.
Ibsa Hamaas Baaseen Haniyeh Haleellaa Mana Isaa Tehran
Keessatti Raawwatameen Wareegame.
Hamaas Haleellaan Haniyeh Irratti Raawwatame Ziyoonistootaan
Akka Raawwatame Himate. Hamaas Haleellaa Kana Fakkeessummaa
Jechuun Balaaleffateera.
Kaampii Baqattoota Falasxiin Keessatti Kan Dhalatte Haniyaan
Bara 2006 Irraa Eegalee Muummicha
แจแแแต แแช แฅแตแแขแ แแแซแ แฐแแแต แแแแธแแ แตแญแ แฑ แแแธ
แจแแแต แแช แขแตแแขแ แแแซแ
แฐแแแต แแแแธแแ แตแญแ
แฑ แจแแแธแ
แแฌ แจแกแ แแแ 24/2016 แแแข แแแต แฃแแฃแ แแแแซ แแแซแ
แฐแแแต แจแแแต แดแ
แซแ แแตแฅ แ แแแแ แคแณแธแ
แ แฐแฐแแแจแฃแธแ แฅแแต แแแแ แ แตแณแแแข
แแแตแฃ แ แแแซแ
แแญ แฅแแฑแ แจแฐแแแฉแต แ
แฎแแแซแ แแธแ แฅแแแข
แแแต แฅแแฑแ แแฅแแแต แจแฐแแแ แต แแ แฒแ แฎแแแณแแข
แ แแแตแคแ แตแฐแฐแแฝ แซแแ แแตแฅ แจแฐแแแฑแต แแแซแ
แฃ
แจ2006 แแแฎ แจแ แตแจแแ แจแแแตแคแ แแแแฅแต แ แ
แแญ แแแตแตแญ แแ แฉแข
Telegram: https://t.me/ummatiitube
FB: https://shorturl.at/lFU16
YT: https://shorturl.at/ftyKS
TiK: https://Tiktok.com/@ummatitube
Insta: https://shorturl.at/eqyQ2
UMMATII PRODUCTION
Eegaree Ummataa!
Irra Guddan Gammachuu Fii Ayaana Keetii
Gaafa Atin Haala Ajaja Rabbi Keeetii Guuttee
Isaan Walgeettudhaa.
แตแแ แฐแตแณ แฅแ แแ แจแแณแ
แ แตแฅแแ แ แแญแ แญ แตแตแแแแ แแแข
Gama Liinkii Armaan Gadiitin Nu Hordofaa.
Telegram: https://t.me/ummatiitube
Facebook: https://shorturl.at/lFU16
Youtube: https://shorturl.at/ftyKS
Tiktok: https://Tiktok.com/@ummatitube
Instagram: https://shorturl.at/eqyQ2
UMMATII PRODUCTION
Eegaree Ummataa!
NASHIIDA HAARAWA HARDHA GALGALA 2:00 || Ummatii Tube Irrattii ?www.youtube.com/@ummatiitube4546
Raashiyaan Armeeniyaa biyyoota dhihaa waliin akka michuu hin taane akeekkachiisuun, daandii Yukireen bara 2014 prezidaantiin Moskoo deggeru Viktor Yanukovych aangoo irraa ariโamee booda fudhatte hordoftee akka deemtu yaaddoo ishee ibsiteetti.
Dubbi himaan Kremlin Dimitri Peskov Kibxata darbe akka jedhanitti Armeeniyaa kallattii siyaasaa ishee filachuuf mirga yoo qabdu, Moskoo garuu jijjiiramni jiโoopoolitikaa Yukireen argite akka hin deebine abdii qabdi.
Peskov biyyi isaanii ammallee Armeeniyaa akka michuutti akka ilaaltu fi tumsa ishee waliin taasiftu itti fufuu akka barbaaddu cimsanii dubbataniiru.
Bara 2014tti Yaanukoviich kuffifamuuf deebii kennuudhaan Raashiyaan Kiriimiyaa ofitti fudhattee humnoota Moskoo deggeran naannoo Donbas kibba baha Yukireen keessatti argaman deeggarteetti.
Hordofaa.
TG: https://t.me/ummatiitube
Facebook: https://shorturl.at/lFU16
Youtube: https://shorturl.at/ftyKS
Tiktok: https://Tiktok.com/@ummatitube
Instagram: https://shorturl.at/eqyQ2
UMMATII PRODUCTION
Eegaree Ummataa!
Mummichii Ministeera Israaโel Beeniyaamin Netaaniyaahuun Walgahii Waloo Kongiresii Yunaayitid Isteets Duratti Dubbachuuf Jiru, Kunis Yeroo Afraffaaf Qaama Seera Baastuu Duratti Dhiyaachuu Isaaniiti.
Garuu Dimookiraatonni Beekamoo Taโan Hedduun Waraana Israaโel Gaazaa Keessatti Geggeessaa Jirtuu Fi Rakkoo Namoomaa Inni Kaase Mormuun Akka Hin Argamne Kanaan Dura Beeksisaniiru.
Hojii Buโaa Qabeessa Jabaadhuu Hojjedhuu, Gaabbii Jireenya Kee Irra Oofii.โโGama Liinkii Armaan Gadiitin Nu Hordofaa.
Telegram: https://t.me/ummatiitube
Facebook: https://shorturl.at/lFU16
Youtube: https://shorturl.at/ftyKS
Tiktok: https://Tiktok.com/@ummatitube
Instagram: https://shorturl.at/eqyQ2
UMMATII PRODUCTION
Eegaree Ummataa!
โโIsin Caaltuu Ummata Namaaaf Mulโifamte
Taatani Jirtuu Toltuttii Ajaajju Hamtuu Irraas
Ni Dhooggituu Rabbittis Ni Amntuuโโ.
Suurah Al Imraan :110
Gama Liinkii Armaan Gadiitin Nu Hordofaa.
Telegram: https://t.me/ummatiitube
Facebook: https://shorturl.at/lFU16
Youtube: https://shorturl.at/ftyKS
Tiktok: https://Tiktok.com/@ummatitube
Instagram: https://shorturl.at/eqyQ2
UMMATII PRODUCTION
Eegaree Ummataa!
๐
๐๐ ๐ ๐๐๐ฌ๐ฌ๐ข ๐ข๐ฅ๐๐๐ฅ๐ข
๐๐๐๐ง๐๐ ๐๐๐ ๐ ๐๐๐ซ๐ข๐ข ๐๐๐๐ซ๐ ๐ข๐ซ๐ซ๐๐ ๐๐๐๐ง๐๐
๐๐๐ ๐ ๐๐๐ซ๐ข๐ข ๐๐ก๐๐ฅ๐จ๐จ๐ญ๐ ๐๐ก๐ฎ๐๐ฎ๐ฎ๐ ๐๐๐ง๐๐ข๐๐ง๐!
Eegaree Ummataa!
@KLDA3K
@Furqan_Faruq8705
YouTube: www.youtube.com/@Ummatiitube4546
Last updated 4ย months, 2ย weeks ago
ะะฐะน ะฑะพะณ ััะดั ะทะฐ ะธะณัั, ะฐ ะฝะต ะฒ ััััะผั @sunshinu_fool - ะปั
Last updated 1ย month ago
Twins ๐จ๐ด
โฏ๏ธIG: @gemelasabello | @mariacamilaabello |
@valentinaabello
โช๏ธTikTok: gemelas_abello | gemelasabello2
๐Twitter: @GemelasAbello
#TeamGemAbello
Last updated 2ย years, 8ย months ago