All-in-One Cross-Chain DeFi Solution with native token $SWITCH
Partnerships: [email protected]
Last updated 3 months, 3 weeks ago
Buy ads: https://telega.io/c/BurqaaIspoortii
Contact us @Burqasupport
Youtube https://www.youtube.com/c/OdeeffannooIspoortii
Last updated 20 hours ago
SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA!
@Abdii_Sabaa
💬CONTACT US💬
@AbdiiSabaaDm
🎯BARNOOTAAF
@Abdii_Sabaa_University
🎯MARIIF
@Garee_Abdii_Sabaa
Last updated 2 weeks, 1 day ago
Daddafaa yerootti fayyadamaa Warreen add member hin goonees ammuma add member godhaa
Nama 10 add QARSHII 100
Nama 20 add QARSHII 200
Nama 30 add QARSHII 300
Nama 40 add QARSHII 400
Nama 50 add QARSHII 500
Nama 100 add qarshii 1000
Nama 200 add qarshii 2000
Daddafaa yerootti fayyadamaa
Warreen barbaaddan qofaafi Warreen hin barbaannees dirqama miti
Linkii
???
@MANSUR_JAMAL2
@MANSUR_JAMAL2
#Waamicha
#Yuunivarsitii_Jimmaa
Barattoota idilee digrii jalgabaa fi digrii 2 faaf 3 faa Yuunivarsitii Jimmaa hundaaf Galmeen keessan bara barnootaa 2017A.L.I. gaafa Fulbaana 20-21, 2017A.L.I. kan gaggeessamuu waan ta'eef reejistiraara kolleejjii ykn instiitiyuutii
keessatti barattanitti qaamaan argamtani galmee akka raawwattan cimsinee beeksisna.
Yaadachiisa:
Galmeen iyyattoota sagantaa eebbaan boodaa (digirii 2ªf 3) kan gaggeessamu gabxiin qormaata NGAT erga gadhiifamee booda akkaataa beeksisa bahuun ta'a.
Galmeen barattoota sagantaa Remedial kan gaggeessamu sagantaa barattoota digirii jalgabaa haaraa bara 2017A.L.I. yunivarsiitichatti ramadaman wajjin waan ta'eef beeksisni kun isaan hin ilaallatu.
SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA!
?NU QUNNAMUUF?
@Abdu_support
?BARNOOTAAF
@Abdii_sebaa
?MARIIF
@Garee_AbdiiSabaa
Galatoomaa my family
SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA!
?NU QUNNAMUUF?
@Abdu_support
?BARNOOTAAF
@Abdii_sebaa
?MARIIF
@Garee_AbdiiSabaa
#Waamicha
#yuunivarsitt_waachaamoo
⚡️Galmeen barattoota idilee digirii jalqabaa Fulbaana 27 fi 28/2017 kan gaggeeffamu yoo ta’u, Fulbaana 30/2017 barnoonni ni eegala;
⚡️ Guyyaan galmee barattoota idilee digirii lammaffaa jiraniif Fulbaana 19 fi 20 yoo ta'u, barnoonni Fulbaana 23/2017 ni eegala;
⚡️ Barattoonni waggaa tokkoffaa bara 2016 Yunivarsiitii Waachaamootti sagantaa sirreeffama n bu'aa darbiinsa argattanii fi bara 2017 Ministeera Barnootaatiin Yuunivarsiitichatti haaraa ramadamtan, Galmeen Onkoloolessa 4 fi 5/2017
SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA!
?NU QUNNAMUUF?
@Abdu_support
?BARNOOTAAF
@Abdii_sabaa_barnota
?MARIIF
@Garee_AbdiiSabaa
#Waamicha
#yuunivarsitii_Boongaa
Yuunivarsitiin Boongaa guyyaan waamicha barattoota buleyyii Fulbaana 7fi 8/2017 ta’uu beeksiseera.
SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA!
?NU QUNNAMUUF?
@Abdu_support
?BARNOOTAAF
@Abdii_sabaa_barnota
?MARIIF
@Garee_AbdiiSabaa
Oobsaan eegaa comment jalatti maqaa jalqabaa fi lakkoofsa koodii keessaniis nuuf ergaa isiniif ilaallaa
Addis Ababaan barattoota 10,690 qabachuun sadarkaa olaanaa qabattee jirti.
Addis Ababaan barattoota qormaata fudhatan keessaa %21.4 darbeera.
Barattoota dhibbeentaadhaan darban
1. Addis Ababa: 21.4% .
2. Hararii: %13.3 .
3. Oromiyaa: 3.5% .
SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA!
MIIDIYAA
@ABDII_SABHAA
?NU QUNNAMUUF?
@Abdu_support
?BARNOOTAAF
@Abdii_sabaa_barnota
?MARIIF
@Garee_AbdiiSabaa
#Waamicha
#Yuunivarsitii_Jinkaa
Yuunivarsitiin Jinkaa waamicha taassiseera.
Haaluma kanaan guyyaan Galmee
?Fulbaana 7fi 8 bara 2017
Baranooti kan eegalu
?Fulbaana 11 bara 2017
Hubachiisa: Yuunivarsiitichi barattoota guyyaa murtaa’e dura ykn booda dhufan hin keessummeessu.
**SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA!
? MIIDIYAA @ABDII_SABHAA ?**
Yuunivarsitiin Jimmaa, Injinariingii Saayinsii Aviyeeshiinifi Eeroo Ispeesiin yeroo jalqabaaf barattoota simatee barsiisuufi
Yuunivarsitiin Jimmaa, Injinariingii Saayinsii Aviyeeshiinifi Eeroo Ispeesiin akka biyyaatti yeroo jalqabaaf barattoota simatee barsiisuuf ta’uu beeksise. Yuunivarsitichi har’a akkaadaamii Injinariingii saayinsii aviyeeshiiniifi Eeroo Ispees eebbisiiseera.
SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA!
MIIDIYAA
@ABDII_SABHAA
?NU QUNNAMUUF?
@Abdu_support
?BARNOOTAAF
@Abdii_sabaa_barnota
?MARIIF
@Garee_AbdiiSabaa
All-in-One Cross-Chain DeFi Solution with native token $SWITCH
Partnerships: [email protected]
Last updated 3 months, 3 weeks ago
Buy ads: https://telega.io/c/BurqaaIspoortii
Contact us @Burqasupport
Youtube https://www.youtube.com/c/OdeeffannooIspoortii
Last updated 20 hours ago
SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA!
@Abdii_Sabaa
💬CONTACT US💬
@AbdiiSabaaDm
🎯BARNOOTAAF
@Abdii_Sabaa_University
🎯MARIIF
@Garee_Abdii_Sabaa
Last updated 2 weeks, 1 day ago