Why Pay for Entertainment? Access Thousands of Free Downloads Now!

OroIspoortii™️

Description
🔯Isportii Jalalaafi🔯
⚽ Oduu isportii yeroo isaa eggatee
💶 Jijjirraa taphatotaa
📒 Seenaa taphatotaa
🖥️ Tamsasaa kallattii
🔊 Oduu bashanasisaa
📳 Yaada qabdanif Fi Naman Cross gochuu bardananii👉 @Abdii1222
Advertising
We recommend to visit

🔞 Eng sara hayotiy hazillar bizning kanalda! 🔞

18 yoshga to'lmaganlarga mumkin emas☝️

G'oyalar, hamkorlik va reklama uchun admin: @XazillashmaBot

💰Reklama: @Reklama_1Q @Social_Energy_UZ @shokin_pricee
Jadval va narx: tg.segroup.me?uz

Last updated 1 day, 14 hours ago

Реклама учун: https://t.me/Championatasianewbot

Наш канал на русском:
https://t.me/olamsport_ru

https://t.me/joinchat/AAAAAD8Gn7Y_0UJvHuG_zg

Last updated 2 days, 4 hours ago

🔯Isportii Jalalaafi🔯
⚽ Oduu isportii yeroo isaa eggatee
💶 Jijjirraa taphatotaa
📒 Seenaa taphatotaa
🖥️ Tamsasaa kallattii
🔊 Oduu bashanasisaa
📳 Yaada qabdanif Fi Naman Cross gochuu bardananii👉 @Abdii1222

Last updated 4 weeks, 1 day ago

4 weeks, 1 day ago
***✅*** KILAABA PIREEMER LIIGII INGIILAAND KEESSA …

KILAABA PIREEMER LIIGII INGIILAAND KEESSA KAAM DEGGAARTA?

1 month ago

Deeggartootni Manchester United channel telegram kana join godhaa
https://t.me/Manchester_United_fan2

Telegram

🔱 MANCHESTER UNITED ORO FUN 🔱

Channel kana keessatti oddeefannowwaan***🔉******🔉*** ***☑️***Jijjirraa taphattoota man United ***☑️***Tapha kallaattidhan ***☑️***oddeefannowwaan haara bahaan kan garee keenya waal qabataan ***✍***yaada yoo qabataan @Waan\_haara\_bot nun gahuu dandesuu. Group kenya ***👉*** @oro\_manche\_fan ***👈***

Deeggartootni Manchester United channel telegram kana join godhaa
1 month ago
Gabatee sadarkaa pirmaarliigii ingliiz

Gabatee sadarkaa pirmaarliigii ingliiz
Share
🔥 📶 @OroIspoortii2
🔥 📶 @OroIspoortii2

1 month ago
Ramadii ifomee jiraa

Ramadii ifomee jiraa

Dorgommiin garee Yuuroo 2024 xumuramee jira.

1 month ago
Erga bara 2024 seene booda taphattoota …

Erga bara 2024 seene booda taphattoota Pirimer Ligii Ingilaand keessatti gahumsa gaarii agarsiisan 11 bakka bakka isaaniin akka Who Scored baasetti.
Share
🔥 📶 @OroIspoortii2
🔥 📶 @OroIspoortii2

1 month ago
***✅***Tapha eeggamaa torbee kanaa dilbata dhufu …

Tapha eeggamaa torbee kanaa dilbata dhufu galgala sa'aatii 12:30 irraa kaasun Maanchister Siitii fi Arsenaal gidduutti gaggeefamu Antoonii Teyleer akka dursan beekameera.

Antionii Teyleer tapha Maan Siitii fi Arsenaal gidduutti taasifame kanaan dura yeroo sadi abbaa murtee ta'un kan dursan yoo ta'u isaan kessaa Maan Siitiin si'a lama yoo injifatu tokko walqixaan xummuran.

Share
🔥 📶 @OroIspoortii2
🔥 📶 @OroIspoortii2

1 month, 1 week ago
Goooooooooooooooooooollllll

Goooooooooooooooooooollllll

Taphoota Pirimer Ligii Ingilaand har'a taasifaman kallattiin dawwachuuf Chaanaalii kana Join godha👇👇🔥

1 month, 2 weeks ago

Deeggartootni Manchester United channel telegram kana join godhaa
https://t.me/Manchester_United_fan2

Telegram

🔱 MANCHESTER UNITED ORO FUN 🔱

Channel kana keessatti oddeefannowwaan***🔉******🔉*** ***☑️***Jijjirraa taphattoota man United ***☑️***Tapha kallaattidhan ***☑️***oddeefannowwaan haara bahaan kan garee keenya waal qabataan ***✍***yaada yoo qabataan @Waan\_haara\_bot nun gahuu dandesuu. Group kenya ***👉*** @oro\_manche\_fan ***👈***

Deeggartootni Manchester United channel telegram kana join godhaa
1 month, 2 weeks ago
***✅***Taphatoota Liigota gurguddaa Awurooppaa kessaa goolii …

Taphatoota Liigota gurguddaa Awurooppaa kessaa  goolii hedduu lakkoofsisuun dursaa jiran.

👉Haarii Keen goolii   31
👉Keliyaan Mibaapee 24
👉Lawutaaro Maartinez 23

Haarii Keen Bondasliigaa Jarman qotaa jira😁

Share
🔥 📶 @OroIspoortii2
🔥 📶 @OroIspoortii2

1 month, 2 weeks ago

Arsenaal
Poortoo 

Arseeeeeeenaaaal
Arsenaal turtii wagoota 14 booda Shaampiyoons Liigii Awurooppaan nuusa xummuraaf darbeera.