OroIspoortii™️

Description
🔯Isportii Jalalaafi🔯
⚽ Oduu isportii yeroo isaa eggatee
💶 Jijjirraa taphatotaa
📒 Seenaa taphatotaa
🖥️ Tamsasaa kallattii
🔊 Oduu bashanasisaa
📳 Yaada qabdanif Fi Naman Cross gochuu bardananii👉 @Abdii1222
We recommend to visit

Олам спорти ҳақида барчаси.

Биз билан алоқа: @cacontactbot
Реклама бўйича саволлар учун: @careklamabot
Наш канал на русском: https://t.me/olamsport_ru

Last updated 9 months, 2 weeks ago

🔞 Eng sara hayotiy hazillar bizning kanalda! 🔞

18 yoshga to'lmaganlarga mumkin emas☝️


G'oyalar, hamkorlik va reklama uchun admin: @XazillashmaBot

💰Reklama: @Reklama_1Q @Social_Energy_UZ @shokin_pricee
Jadval va narx: tg.segroup.me?uz

Last updated 7 months, 3 weeks ago

Channel kana keessatti oddeefannowwaan🔉🔉
☑️Jijjirraa taphattoota man United
☑️Tapha kallaattidhan
✍yaada yoo qabataan @Waan_haara_bot nun gahuu dandesuu.
Channel suura man United keenya @suura_fi_video_man_united
Group kenya 👉 @oro_manche_fan 👈

Last updated 7 months, 3 weeks ago

7 months, 2 weeks ago
***✅***Tapha Pirimeer Liigii Inglaand torbee 25ffaa …

Tapha Pirimeer Liigii Inglaand torbee 25ffaa Amma taphatamaa jiru

Xumurame'

Biraayteen 3-0 Cheelsii
Mitomaa 26'
Mintee 38' 63'
Toraa Tiktok kenyaa👇👇👇👇👇👇👇👇
https://www.tiktok.com/@oroispoortii2?_t=ZM-8tH5lvD3vss&_r=1
Share
🔥 📶 @OroIspoortii2
🔥 📶 @OroIspoortii2
♡ ㅤ  ⎙ㅤ  ⌲        ✉️   
   ˡᶦᵏᵉ    ˢᵃᵛᵉ    ˢʰᵃʳᵉ   ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ

7 months, 2 weeks ago
***🧤*** Goolii eegaa Biraayitan Bart Verbruggen …

🧤 Goolii eegaa Biraayitan Bart Verbruggen bara kana Piriimiyerliigii Ingiliiz irratti goolii tokko mijeessee kene goolii eegaa 5ffaa ta'eera.

📊 Goolii eegdonni bara kana liigicha keessatti kubbaawwan mijeessee kennuu danda'an:

Ederson - Maanchistar Siitii
Maark Fleeken - Bireentifoordi
Joordaan Piikfoordi - Evertan
Bernaard Leenoo - Fulhaam
Bart Verbruggen - Biraayitan 🆕

Kanarraa kan ka'e bara kana bara 2010/11 booda goolii eegdota baay'inaan mijeessee kennan [goolii eegdota 5] ta'eera.
Toraa Tiktok kenyaa👇👇👇👇👇👇👇👇
https://www.tiktok.com/@oroispoortii2?_t=ZM-8tH5lvD3vss&_r=1
Share
🔥 📶 @OroIspoortii2
🔥 📶 @OroIspoortii2
♡ ㅤ  ⎙ㅤ  ⌲        ✉️   
   ˡᶦᵏᵉ    ˢᵃᵛᵉ    ˢʰᵃʳᵉ   ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ

7 months, 2 weeks ago
Antoonii .

Antoonii .
• Taphoota 3 irratti goolii 2

Jeedan Saanchoon.🥺
• Taphoota 21 irratti goolii 2
Toraa Tiktok kenyaa👇👇👇👇👇👇👇👇
https://www.tiktok.com/@oroispoortii2?_t=ZM-8tH5lvD3vss&_r=1
Share
🔥 📶 @OroIspoortii2
🔥 📶 @OroIspoortii2
♡ ㅤ  ⎙ㅤ  ⌲        ✉️   
   ˡᶦᵏᵉ    ˢᵃᵛᵉ    ˢʰᵃʳᵉ   ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ

9 months, 3 weeks ago
Jijirraan taphatoota Kilaboota Eegale Jijirraa Kilabii …

Jijirraan taphatoota Kilaboota Eegale Jijirraa Kilabii keeti Kilabii deggartu Tuquun Ilaalu dandessa!?

9 months, 3 weeks ago
***??*** Tapha Liigii Piroofeeshinaalaa Sa'udii torbee …

?? Tapha Liigii Piroofeeshinaalaa Sa'udii torbee 13ffaa!

Xumurameera

?? Al Ittihaad 2-1 Al Nasr ??

Benzema 55' Roonaaldoo 57'.
Bergwiin 90+1'
Share
? ? @OroIspoortii2
? ? @OroIspoortii2
♡ ㅤ  ⎙ㅤ  ⌲        ✉️   
   ˡᶦᵏᵉ    ˢᵃᵛᵉ    ˢʰᵃʳᵉ   ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ

9 months, 3 weeks ago
Bara 2024 goolii hedduu galchuudhaan:-

Bara 2024 goolii hedduu galchuudhaan:-

?? | Kiristiyaanoo Roonaaldoo - 42
?? | Liyoo Meesii - 29
?? | Luwiis Suwaareez - 25
?? | Neeymaar Juuniyeerii - 0
Share
? ? @OroIspoortii2
? ? @OroIspoortii2
♡ ㅤ  ⎙ㅤ  ⌲        ✉️   
   ˡᶦᵏᵉ    ˢᵃᵛᵉ    ˢʰᵃʳᵉ   ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ

10 months ago
Tilmaama keeysan ka'a Namoota 2 Dura …

Tilmaama keeysan ka'a Namoota 2 Dura tilmaama sirri argatanif Badhaasa jiraa

Hubachiisa. channel kana jalatti miti Kan tilmaamu channel burqa barnoota jalatti. Channel kana argachuf bakka tilmaama Jedhu tuqa

10 months ago
Vinicius Jr. taphataa cimaa Laaligaa Ispeen …

Vinicius Jr. taphataa cimaa Laaligaa Ispeen ji'a November ta'uun filatame.
Share
? ? @OroIspoortii2
? ? @OroIspoortii2
♡ ㅤ  ⎙ㅤ  ⌲        ✉️   
   ˡᶦᵏᵉ    ˢᵃᵛᵉ    ˢʰᵃʳᵉ   ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ

10 months ago
***?***Tilmaama fulli barru 90min taphoota Piriimeer …

?Tilmaama fulli barru 90min taphoota Piriimeer Liigii torbee 13ᶠᶠᵃᵃ iratti kenne.
Share
? ? @OroIspoortii2
? ? @OroIspoortii2
♡ ㅤ  ⎙ㅤ  ⌲        ✉️   
   ˡᶦᵏᵉ    ˢᵃᵛᵉ    ˢʰᵃʳᵉ   ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ

10 months, 1 week ago
***?*****Taphoota Piriimeer Liigii Inglaand torbee kanaa.*****?*****Sambata**

?Taphoota Piriimeer Liigii Inglaand torbee kanaa.?Sambata

09:30 ? Leester Cheelsii waliin
12:00 ? Arsenaal Notinghaam waliin
12:00 ? Astonvilaa Kiristaal Paalaas waliin
12:00 ? Bornmaawuz Biraayteen waliin
12:00 ? Everteen Bireentfoord waliin
12:00 ? Fulhaam Wolviis waliin
02:30 ? Maan Siitii Tootenham waliin

?Dilbata
11:00 ? Saawuzhampiten Livarpuul waliin
01:30 ? Iswiich Maan Yunaayitid waliin

?Wiixata
05:00 ? Niwkaastil Weesthaam waliin
Share
? ? @OroIspoortii2
? ? @OroIspoortii2
♡ ㅤ  ⎙ㅤ  ⌲        ✉️   
   ˡᶦᵏᵉ    ˢᵃᵛᵉ    ˢʰᵃʳᵉ   ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ

We recommend to visit

Олам спорти ҳақида барчаси.

Биз билан алоқа: @cacontactbot
Реклама бўйича саволлар учун: @careklamabot
Наш канал на русском: https://t.me/olamsport_ru

Last updated 9 months, 2 weeks ago

🔞 Eng sara hayotiy hazillar bizning kanalda! 🔞

18 yoshga to'lmaganlarga mumkin emas☝️


G'oyalar, hamkorlik va reklama uchun admin: @XazillashmaBot

💰Reklama: @Reklama_1Q @Social_Energy_UZ @shokin_pricee
Jadval va narx: tg.segroup.me?uz

Last updated 7 months, 3 weeks ago

Channel kana keessatti oddeefannowwaan🔉🔉
☑️Jijjirraa taphattoota man United
☑️Tapha kallaattidhan
✍yaada yoo qabataan @Waan_haara_bot nun gahuu dandesuu.
Channel suura man United keenya @suura_fi_video_man_united
Group kenya 👉 @oro_manche_fan 👈

Last updated 7 months, 3 weeks ago