Kitaaba haarawa darssii haarawa eegalamuu deemu guyyaa kamisa dhufuu irraa inshaa allaah sheekha keenna #sheekh naziif binu jihaadin rabbiin isaan haa tiksuu.
📕المعتقد الصحيح في سؤال وجواب
للشيخ سعيد رسلان حفظه الله.
📕 Al_Mu'taqadu_Ssahiihu Fii Su'aalin_Wajawaab
Kan sheekh sa'iid raslaan rabbiin isaan haa tiksuu.
Kitaabni eegalamuu deemu kuni kitaaba akkaan barbaachisaa ta'eedha,kitaaba darsii 17 of keessaa qabu kan bifa gaafi fi deebitiin kaayame kan gaaffii 102 deebiin wajji of keessatti qabateedha,kitaaba kana kitaaba..
شيخ عبد السلام بن برجس رحمه الله
Kan
المعتقد الصحيح الواجب على كل مسلم إعتقاده
Jedhu irraa gabaabsan sheekni akkuma muqaddimaa ykn seensa irratti dubbatan.
Kanaafuu jalqaba irraa hordofnee kan kallattiin dandeenne kallattiin kan kallattiin hin dandeenne sagalee waraabamee gadi dhiifamu dhaggeeffatuun hordofnee irraa haa fayyadamnuu haa barannuu.
Gareen kallattiin darsiin irratti darbu isa kana 👇
https://t.me/Gareewalittiqabamasalafiyyootaa
Kan darsiin eega waraabamee irratti gadi dhiifamu isa kana 👇
https://t.me/DuruusuSheikhnaziif
Kitaabicha pdf kunoo👇
Sochii dachii
قال تعالى :
( وَمَا نُرْسِلُ بِالْآيَاتِ إِلَّا تَخْوِيفًا )
[ الإسراء: 59]
Sochii dachii
قال تعالى :
( وَمَا نُرْسِلُ بِالْآيَاتِ إِلَّا تَخْوِيفًا )
[ الإسراء: 59]
فرقة الأحباش من هم ما هي عقيدتهم ومن مؤسس الأحباش | وهل هم مسلمون
Firqaan Ahbaash jedhamtu eennu aqiidaan isaanii maalii bu'uureessaan Ahbaash hoo eennu | Isaan muslimtootaa