Duudhaaf Safuu

Description
✍️ Duudhaa Oromoo barsiisuuf!
✍️ Seenaa gootota Oromoo!
✍️ Walaloo babbareedoo!

@Duudhaaf_safuu
We recommend to visit

SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA!

@Abdii_Sabaa

?NU QUNNAMUUF?
@AbdiiSabaaDm

?BARNOOTAAF
@abdii_sabaa_university

?MARIIF
@Garee_Abdii_Sabaa

Last updated 1 Jahr, 2 Monate her

asc بســــــــــــم الله الرحمن الرحيــــــــــــم
Ku Dhawaad- 3000 Buug-Somali ayaa ku jira Akhriso oo ilaali xuquuqda Qoraayada leh.
Youtube:
https://shorturl.at/auGJZ
Diclamer:
Cabasho/Buug iyo Su,aal ... La Xidhiidh
@Cabasho_Bot
@Tusmobook

Last updated 1 Jahr, 4 Monate her

Somali National Television is the principal public service broadcaster in Somalia.

Headquartered in Mogadishu.

Last updated 1 Jahr her

2 Jahre, 2 Monate her

https://www.facebook.com/100062772354575/posts/pfbid02jJZTB9nkQQqNUBke5vAn6oiubMMMoZE1X1FnFBJztPVWS7XMjTbgKgyPD4LAt6ful/?app=fbl

Facebook

Log in to Facebook

Log in to Facebook to start sharing and connecting with your friends, family and people you know.

2 Jahre, 3 Monate her
2 Jahre, 3 Monate her

Jireenyi adeemsa mataa isaa qaba. Innis buhaa bahii, mijataa Fi Kan Hin mijanneedha!

Jireenya keenya keessatti kana beekuu qabna!

Join us
?

@OGUMMAA_A_U
@OGUMMAA_A_U

2 Jahre, 3 Monate her

Maal barbaadduu?
Fedhii keessan eeguuf chaaneloota babbareedoo qabannee isiniif dhiyaanneerra!

Maarree itti dabalamaa??

2 Jahre, 3 Monate her
2 Jahre, 3 Monate her

Galma gahuuf dhalatte qabda!

Haamilee namaa qofa miti,
Ofii keetiis haamilee ofiif kenni!

Dadhabaan ana qofa jettee hin yaadiin!

Nama yaada kee kuffisuu yaalu waliin hin mari'atiin!

Ergaa kan kudhaammadhu!

Join us

@Duudhaaf_safuu
@Duudhaaf_safuu

2 Jahre, 4 Monate her

" Jireenya keessatti argannoon guddaan of argachuudha. Hanga of argattutti yeroo hunda nama biraa taata. Of ta’i. ”

— Maayils Munroo

Join please
???

@Duudhaaf_safuu
@Duudhaaf_safuu

2 Jahre, 4 Monate her

?Dubbisuun nama guutuu nama taasisa. Kanaaf ammoo iddoon itti barreeffamoota gaggabaaboo barumsa guddaa kennan itti argamu asidha. Maatii ta'aa. Sammuu keessan sooraa.? ⤵️⤵️

2 Jahre, 4 Monate her

Beekumsa Islaamummaa Argachuuf!

Beekumsi Amantii Islaamaa Nama Hunda Irratti Barachuun Dirqama. Hanga Danda'een Barachuu Qaba. Ajrii Guddaas Itti Argata.

Anas Ibn Malik Irraa Akka Odeeffametti Ergamaan Rabbii ﷺ Akkana Jedhan " Beekumsi Amantii Islaamaa Muslima Hunda Irratti Dirqama. Nama Beekumsa Baratu Wanti Hundi Araarama Isaafa Kadhata. Qurxummiin Bishaan Keessa Jirus Araarama Isaaf Kadhatti" Sahih Al-Jami'i

عن أنسُ بنُ مالكٍ رضِيَ اللهُ عنه: أنَّ رسولَ اللهِ صلَّى اللهُ عليه وسلَّمَ قال: "طلَبُ العِلْمِ فَريضةٌ على كلِّ مُسلِمٍ، وإِنَّ طالبَ العلمِ يستغفِرُ له كلُّ شيءٍ ، حتى الحيتانِ في البحرِ" صحيح الجامع

Beekumsa Barnoota Gosa Garagggtg araa irraa argattan Telegrama Kanniin Join Godhaa⤵️⤵️

2 Jahre, 4 Monate her
Duudhaaf Safuu
We recommend to visit

SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA!

@Abdii_Sabaa

?NU QUNNAMUUF?
@AbdiiSabaaDm

?BARNOOTAAF
@abdii_sabaa_university

?MARIIF
@Garee_Abdii_Sabaa

Last updated 1 Jahr, 2 Monate her

asc بســــــــــــم الله الرحمن الرحيــــــــــــم
Ku Dhawaad- 3000 Buug-Somali ayaa ku jira Akhriso oo ilaali xuquuqda Qoraayada leh.
Youtube:
https://shorturl.at/auGJZ
Diclamer:
Cabasho/Buug iyo Su,aal ... La Xidhiidh
@Cabasho_Bot
@Tusmobook

Last updated 1 Jahr, 4 Monate her

Somali National Television is the principal public service broadcaster in Somalia.

Headquartered in Mogadishu.

Last updated 1 Jahr her