✌S͎o͎r͎i͎a͎'s͎ A͎r͎t͎🥰

Description
Allah can't leave me alone

اسلام عليكم ورحمتالله وبركات
ዉድ የቻናሌ ቤተሰቦች እዚህ ቻናል ላይ

1.ኢስላማዊ ቂሳዎች (ታሪክ)
2.phsycological facts
3.ቀልዶች
4.ምክሮችን
ማግኘት ትችላላቹ
for any comment
👇👇
@sorii079 or @soriasbot
Advertising
We recommend to visit

★ሰውን በማዝናናት የብቃት ማረጋገጫ ያለው ብቸኛው ቻናል ሁሌም Telegram ላይ በጥበብ ደምቀን እናሸበርቃለን

💌 Contact us, @Modenyazbot

»የተመረጡ እና ማንም ያላያቸው የአማሪኛ ቀልዶች እንዲሁም የሚያስደንቁ ስዕሎችንና ቪዲዮ ያገኛሉ።

° ° [ ሙድ እንያዝ በእኛ የአራዶች መዝናኛ ] ° °

° ° Creator @Teke_Man ° °

Last updated 1 month, 2 weeks ago

☕ ስለ ኢትዮጲያ ቡና የሚወጡ ወቅታዊና ትክክለኛ የክለቡ መረጃዎች አዚህ ያገኛሉ!

➪የዝዉዉር ዜና
☞የአሰልጣኞች አስተያየት
➪ጎሎች እና ቪዲዮዎች
☞የተጨዋቾች የህይወት ታሪክ
➪ጨዋታዎችን በቀጥታ ስርጭት ከየስታድየሙ !

➡መወያያ ግሩፓችን @Ethiopia_coffee_Sc

📩ሀሳብ ወይም አስተያየት ካሎት
በዚህ 👉 @EthiopianCoffeeScBot ✍
BOT ማድረስ ይችላሉ!

Last updated 3 weeks, 6 days ago

እንኳን ወደ # ሉሲ የቴሌግራም ቻናል በደህና መጡ
#የሉሲ /LUCY DINKINESH E/ቤተሰብ ሰለሆኑ ደስብሎናል።

መረጃ መስጠት የምትፈልጉ በዚ አድርሱን 👉 @CACA77

# የኢትዬጵያዊነት የአሸናፊነት መገለጫ አርማችን ነው!
ነፃነታችንን 💪በፈርጣማው ጡንቻችን ይረጋገጣል
👉 ኢትዬጵያዊነት አርበኝነት የማንነት አርማች ነው
🙏🙏🙏

Last updated 1 week, 3 days ago

4 weeks ago

🔶ODU AMME

🔶Akkam jirtu kabajaamtootafi jallataamttota
telegiraami chanaali taanan martti kessan nageenyi Bakka jirtaan maraatti isiiniif haa ta,u

🔶Naa Amani Chaanaalota kaanen Hin qabduu tanan dhugumatti Telegiraami Hin fayyadamtuu #join
Godhi
https://t.me/+bOV3jCE-a49jYmU0
https://t.me/+bOV3jCE-a49jYmU0
https://t.me/+bOV3jCE-a49jYmU0

Free
Wave 👇👇👇@ifaa_diini

4 weeks ago

WAVEመግባት ለምትፈልጉ 📢
💻የኢስላሚክ ቻናል ባለቤቶች 💻

⛔️እስላምክ ቻናሎች MEMBERቸው
በ ሙስሊምwaverች ብቻና ብቻ
ማደግ አለባቸው
**

☑️እናንት ብቻ ተቀላቀሉን እዛዙን
በፈለጋቹት ቋንቃ እንሰራለን፡-
በአማርኛ
afaan oromoo
english
arabic(عربية)

➡️ሰይሞላ  ይ🀄️🀄️ሉን 👇!🌹
👇👇👇👇
🖲above🪩800+ subscribers
🖲above🪩1k+ subscribers
🖲above🪩5k+ subscribers
🖲above🪩10k+ subscribers
🖲above🪩15k+ subscribers
🖲above🪩20k+ subscribers

inbox 📥 inbox👇👇👇

➡️wave :-@hudhud_waver*

4 weeks ago

🗣️ODUU GAMAACHIISAA🗣️

🙏Akkam naagaadhaa 🙏

👥Kabaajaamttota dawaatootta Telegrami maartii kessaan
#Birri 3n #package_mb. G 3.
⤵️⤵️⤵️⤵️
Mobila kessaaniin📲📲

Birri 3n package mb. G 3.
Fayyaadamu barbaadu

👇👇👇👇👇
Free promotion @ifaa_diini
Free promotion @ifaa_diini

3 months, 2 weeks ago

Let's sometimes just say Alhamdulillah just for what we have lost, what we have found, what we have and what we don't have.

Alhamdulillah 😊😊😊

3 months, 2 weeks ago

እስቲ አንዳንዴ እንዲሁ ዝም ብለን አልሃምዱሊላህ እንበል ላጣነውም ላገኘነውም ላለንም ለሌለንም ነገር ብቻ አልሃምዱሊላህ!!!!!!!!!!

አልሃምዱሊላህ 😊😊😊

3 months, 2 weeks ago
3 months, 3 weeks ago

#Barnoota Bu'uraa kana dubbisaa
★★★★★★★★★★★★★★★★★
============================
.#Arkaanni islaamaa meeqa?
Shani-(5 )
1-،Rabbi malee gabbaramaan haqaa hin jiruu Ragaa bahuu fii
Muhammadiis Ergamaa Rabbii tahuu Ragaa bahuu:
2-، Salaata Salaatuu
3 - Zakkaa kennachuu
4. Baatii Ramadaan Soomanuu
5، Namni karaa hajjii deemuu dandahu Hajjii dhaquu

★★★★★★★★★★★★★★★★★

#Arkaanni Iimaanaa meeqa?
. Jaha (6)
1.، Rabbii guddaa dhugoomsuu
2. ، Malaaykoonni gabroottan isaatii dhugoomsuu
3. ، Kitaabban isaa dhugoomsuu
4. ، Ergamoota isaa dhugoomsuu
5. Eega du'anii kaafamuu dhugoomsuu
6. Toltuufii hamtuuniis Rabbirraa nadhufte jattee dhugoomsuu

★★★★★★★★★★★★★★★★★

، #Arkaanni Ihsaanaa meeqa?
. tokkoo( 1)
، Akka waan laaltee ijaan agartutti
Rabbi gabbaruu:
Yo atilleen isa arkuu baatte
. Rabbiin si arka

★★★★★★★★★★★★★★★★★

.#Islaaminnaadha jechuun maali?
.Rabbiif butamuu.
.Isa tokkichoomsuu
.isaaf hoogganamuu
.Ajaja isaa godhuu
Shirkii fii warra sharkiirraa qulqullaahuu

★★★★★★★★★★★★★★★★★

#Sharxiin Salaataa meeqa?
: Sagali (9)
1. Islaama tahuu
2. ،Aqlii qabaachuu
3. ،Waa Addaan beekuu
4. ،Wuduu'a guuttachuu
5. ،Najisa firraa deemsisuu
6. ، Bakka qaanyii dhooyfachuu
7. Yeroon salaataa seenuu
8. qiblati garagaluu
9. Niyyaa fidachuu.

★★★★★★★★★★★★★★★★★

#Arkaanni Salaataa meeqa?
: Kudha Afuri (14)
1- Yoo dandeese dhaabbattee Salaatuu
2_ Allaahu akkubarii Hidhannaa jachuu
3_ Faatihaa qara'uu
4_ jilba qabachuu
5_ jilbarraa ol-godhachuu
6_ Humna torbanirratti Sujuuduu
7 Suduudarraa ol-godhachuu
8_ Sujuuda Lamaan jidduu taa'uu
9_Tasgabbiin Salaatuu.
10_ Dhawaataan oofuu
11_ Attahiyyatu boodaa qara'uu
12_ isaafillee taa'uu
13_ Nagayaafii Rahmata Nabiyyiirrati buusuu
14_ Salaamtaa Lamaan jechuu.

★★★★★★★★★★★★★★★★★

#Dirqamoonni Salaataa meeqa?
: Saddeeti (8)
1_ Allaahu Akubarii hidhannaa malee hundinuu isarraahi
2_Jilbarra yeroo ol-diriiran" Sami'Allaahu liman Hamida"
Imaamninii fii Namni kophaa salaatuus jechuu
3_ Namni hunduu Eega Ol-diriiranii booda"Rabbanaa walakal-Hamdu" jechuu
4- Subhaana Rabbiyal Aziim" yeroo Jilba qabatan jechuu.
5- "Subhaana Rabbiyal-A'alaa" Sujuuda keeyssatti jechuu
6_ Sujuuda Lamaan jiddutti "Rabbighfirlii" Jechuu
7_ Attahiyyatu duraa qara'uu
8_ Isaafillee taa'uu

★★★★★★★★★★★★★★★★★

#Wantoonni Salaata balleeysaa meeqa?
Saddeeti(8)
1-. Salaata keessatti beekaa dubbachuu:
2- Salaata keessati kofluu:
3- Salaata keessatti nyaachuu:
4- Salaata keessatti dhuguu:
5- Bakki qaanyii namarraa banamuu:
6- Qaamaan qiblaarraa garagaluu:
7- Salaata keessatti tapha baayyisuu:
8- . Wuduun Namarra baduu:

★★★★★★★★★★★★★★★★★

#Sharxiin Wuduu'aa meeqa?
: kudhani(10)
1- ، Islaamaa tahuu:
2- ، Aqlii qabaachuu:
3- ، Waa Addaan beekuu:
4- ، Niyyaa fidachuu:
5- ، Wanni Wuduu'a dirqamsiisaa sirraa muramuu:
6- istinjaa qabaachuu:
7- Bishaan Xahaara tahuu:
8-، Bishaan Halaal tahuu:
9-، Waan Bishaan gara qaamaa gahuu dhoorkaa ofirraa deemsisuu:
10- Nama fincaan irraa hin cinneef yeroon Salaataa seenuu:

★★★★★★★★★★★★★★★★★

، #Dirqamoonni Wuduu'aa meeqa?
: Jaha(6)
1- ، Fuula dhiqachuu:
2- ، Harka lamaan Ciqilee wajjin dhiqachuu:
3- ، Rifeensa hundaafii gurraas takkuma haquu:
4- Miila lamaan khoomee wajjin dhiqachuu:
5-  Dhawaataan oofuu:
6-  Wal-faana oofuu:

★★★★★★★★★★★★★★★★★

#Wantoonni Wuduu'a balleessan meeqa?
Jaha(6)
1- Waa karaa lamaaniin namarraa bahuu:
2- Aqliin namarraa deemuu:
3- Fincaaniif Sagaraan karaa isaatiin Malee namarraa bahuu:
4- Foon gaalaa nyaachuu:
5- Qaama saalaa harka qullaan of tuquu:
6- : Islaamummaarraa bahuu:(deebi'uu)

@NuralIslam2nd
@NuralIslam2nd

3 months, 3 weeks ago

Ka'uumsa kee jijjiiruu dhiisuu dandeessa. Jireenya FUULDURA kee jiru garuu jijjiiruu ni dandeessa!...✍️
◈ Moo'ataa ta'uun carraa harka kee jiruudha! Kanaaf jabaadhu milkeessaan Rabbi...
✍️****

3 months, 3 weeks ago
5 months, 3 weeks ago
We recommend to visit

★ሰውን በማዝናናት የብቃት ማረጋገጫ ያለው ብቸኛው ቻናል ሁሌም Telegram ላይ በጥበብ ደምቀን እናሸበርቃለን

💌 Contact us, @Modenyazbot

»የተመረጡ እና ማንም ያላያቸው የአማሪኛ ቀልዶች እንዲሁም የሚያስደንቁ ስዕሎችንና ቪዲዮ ያገኛሉ።

° ° [ ሙድ እንያዝ በእኛ የአራዶች መዝናኛ ] ° °

° ° Creator @Teke_Man ° °

Last updated 1 month, 2 weeks ago

☕ ስለ ኢትዮጲያ ቡና የሚወጡ ወቅታዊና ትክክለኛ የክለቡ መረጃዎች አዚህ ያገኛሉ!

➪የዝዉዉር ዜና
☞የአሰልጣኞች አስተያየት
➪ጎሎች እና ቪዲዮዎች
☞የተጨዋቾች የህይወት ታሪክ
➪ጨዋታዎችን በቀጥታ ስርጭት ከየስታድየሙ !

➡መወያያ ግሩፓችን @Ethiopia_coffee_Sc

📩ሀሳብ ወይም አስተያየት ካሎት
በዚህ 👉 @EthiopianCoffeeScBot ✍
BOT ማድረስ ይችላሉ!

Last updated 3 weeks, 6 days ago

እንኳን ወደ # ሉሲ የቴሌግራም ቻናል በደህና መጡ
#የሉሲ /LUCY DINKINESH E/ቤተሰብ ሰለሆኑ ደስብሎናል።

መረጃ መስጠት የምትፈልጉ በዚ አድርሱን 👉 @CACA77

# የኢትዬጵያዊነት የአሸናፊነት መገለጫ አርማችን ነው!
ነፃነታችንን 💪በፈርጣማው ጡንቻችን ይረጋገጣል
👉 ኢትዬጵያዊነት አርበኝነት የማንነት አርማች ነው
🙏🙏🙏

Last updated 1 week, 3 days ago