Infinite Entertainment, Zero Cost: Get Your Free Books, Music, and Videos Today!

Ammar Ababiya - አማር አባቢያ

Description
Kottaa kayrii woliif dhamnee Hamtuurraa wol dhorkinaa waan beeknurraas wooli qoodaa Diniittii tola oollaa

"Yaada keessan nuuf dhaama
hamlees nu jajjabeessaa maal
jettumee yaannii keessaan Nasiihaa maal naaf dhaamtanii"

||Yaadaaf📩 @Amaar70_Bot
Advertising
We recommend to visit

بســــــــــــم الله الرحمن الرحيــــــــــــم
Ku Dhawaad 3000 Buug-Somali
Free Ah
Youtube:
https://shorturl.at/auGJZ
Diclamer:
https://telegra.ph/HA-DEG-DEGIN-AKHRI-11-15
© Somalibooks Pro Inc
- All Rights Reserved-⤵️
@Cabasho_Bot
@Tusmobook

Last updated 5 months, 1 week ago

Somali National Television is the principal public service broadcaster in Somalia.

Headquartered in Mogadishu.

Last updated 1 month ago

Kala soco Xikmad iyo Qormooyin Markasta Io Meelkasta.

Last updated 1 month, 3 weeks ago

1 month, 3 weeks ago
ስለ "Halal Jobs" ሰምተዋል?

ስለ "Halal Jobs" ሰምተዋል?

ይህ ፕላትፎርም የተከፈተው ሐላል የሆኑ የስራ ማስታወቂያዎችን ለሙስሊሙ ማህበረሰብ ለማድረስ ሲሆን፥

አዲስ ስራ ለሚፈልጉ፣ ስራ መቀየር ላሰቡና እንዲሁም ቀጣሪዎች የስራ ማስታወቂያቸውን በነፃ እንዲለቁበት በማሰብ የተዘጋጀ ፕላትፎርም ነው!።

ይወዳጁን! ይከታተሉን! ወዳጅዎንም ይጋብዙ! ያተርፉበታል!

እርስዎም ለወዳጅዎ በማጋራት የአላማችን ተካፋይ ይሁኑ።
ቻናል👉https://t.me/HalalJobsEth

1 month, 3 weeks ago

📌osoo hardha duunee dalagaa gaarii nurraa hin cinne maal qabna?

Ergamaan rabbii (SAW) akkana jedhan :-

"ilmi namaa yoo du'e dalagaan isaa ni dhaabbata. Waa sadi malee.

① sadaqaa walitti dhaabataa ta'e.

② yookin beekumsa namoonni itti fayyadaman.

③ yookaa ammoo ilma gaarii du'aa'ii namaa godhu."[Muslim]

Isin essa bira jirtan?

① yoo dandeenne sadaqaa nama fayyadu dhiisne haa dabarruu

② yookii barannee haa barsiisnu. Yookii barumsa Ulamaa'ii haa facaasnu.

③ ijoollee teenya immoo haala gaarirratti haa guddisnu. Mararraa ta'uu dhabuun garuu kasaaraa guddaa dha.

1 month, 3 weeks ago
1 month, 3 weeks ago

“ነገር አዋሳጅ ጀነት አይገባም።”

ረሱል (ﷺ)

1 month, 3 weeks ago
1 month, 3 weeks ago

Iyyasuus waaqayyoodha nuun jedhan. Hayyee 'Abbaan' (the father) hoo eenyu jennee, isaanis 'Abbaanis' Waaqayyoodha nuun jadhan.
Ammas 'Hafuurri Qulqulluun hoo' ? Jennee gaafanne.

Sababnis Waaqayyoon heddumaatuu hoggaa garruu "Kun siif hubatamuuf amanuu qabdaa" nuun ja'an.

#Alhamdulillaah
على نعمة الإسلام
Jennee ifirraa biraa yaane
@Abu_Amaar12

1 month, 3 weeks ago

“እጁ አመድ አፋሽ ይሁን ሰውዬው ረመዳን በሱ ላይ ገብቶበት ወንጀሉ ሳይማርለት በፊት ረመዳኑ የወጣበት።”

ረሱል (ﷺ)

1 month, 3 weeks ago

Kurnaan kara duraa kana keessaa obbooleewwan hedduutu nujalaa Aakiramanii jiruu.

Rabbiin Rahmata ha godhuufi qabrii isaani rabiin caffee jannataa haa godhuu.

Nummoo umrii dheerinaa fi aafiyaa nuuf kennee ibaadaarrattii nuhaa jabeeysuu du'aaii hedduumeessaa.

Yaachisaadha yeroon Anu torbeema kana keessan hirooya koo lama gaggeesse ta'aa jiraa.

1 month, 3 weeks ago

“Rabbiin gabricha isaatif waan gaari wayta fedheef arraba isaa Nabi Muhammad ﷺ irratti salawaata akka buusu laaffisaaf.”

(Ibnu Al-jawzii)
صلوا عليه…

1 month, 3 weeks ago

“Halkan jum'aatiifi guyyaa jum'aa anarratti salawaata buusuu baay'isaa namni narratti salawaata tokko buuse Rabbiin salawaata kudhan isarratti buusa.”

Ergamaa Rabbii ﷺ

We recommend to visit

بســــــــــــم الله الرحمن الرحيــــــــــــم
Ku Dhawaad 3000 Buug-Somali
Free Ah
Youtube:
https://shorturl.at/auGJZ
Diclamer:
https://telegra.ph/HA-DEG-DEGIN-AKHRI-11-15
© Somalibooks Pro Inc
- All Rights Reserved-⤵️
@Cabasho_Bot
@Tusmobook

Last updated 5 months, 1 week ago

Somali National Television is the principal public service broadcaster in Somalia.

Headquartered in Mogadishu.

Last updated 1 month ago

Kala soco Xikmad iyo Qormooyin Markasta Io Meelkasta.

Last updated 1 month, 3 weeks ago