Ammar Ababiya - አማር አባቢያ

Description
Kottaa kayrii woliif dhamnee Hamtuurraa wol dhorkinaa waan beeknurraas wooli qoodaa Diniittii tola oollaa

"Yaada keessan nuuf dhaama
hamlees nu jajjabeessaa maal
jettumee yaannii keessaan Nasiihaa maal naaf dhaamtanii"

||Yaadaaf? @Amaar70_Bot
We recommend to visit

SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA!

@Abdii_Sabaa

?NU QUNNAMUUF?
@AbdiiSabaaDm

?BARNOOTAAF
@abdii_sabaa_university

?MARIIF
@Garee_Abdii_Sabaa

Last updated 1 month, 1 week ago

asc بســــــــــــم الله الرحمن الرحيــــــــــــم
Ku Dhawaad- 3000 Buug-Somali ayaa ku jira Akhriso oo ilaali xuquuqda Qoraayada leh.
Youtube:
https://shorturl.at/auGJZ
Diclamer:
Cabasho/Buug iyo Su,aal ... La Xidhiidh
@Cabasho_Bot
@Tusmobook

Last updated 3 months, 2 weeks ago

Somali National Television is the principal public service broadcaster in Somalia.

Headquartered in Mogadishu.

Last updated 2 months ago

1 month ago

#Baatii_Barakaa…!

✍️ Yaa Rabbi Ramadaanaan na gahi jettee wayta du’aa’ii godhattu, Yaa Rabbi barakaa keessa naaf kaahi jettee kadhachuus achumaan hin dagatin.. murteessaan Ramadaanaan walgahuu osoo hin taane, murteessaan maal achi keessatti dalagdaadha…!!
«إذا دعَوت اللّٰه أن يُبلِّغك رمَضان؛ فلَا تَنسَ أن تدعُوه أن يبارك لكَ فِيه، فليسَ الشأنُ في بلوغِه؛ وإنَّما الشأنُ في مَاذا ستعملُ فيه».

Dhugaadha nama meeqatu qalbima Ramadaana seene saniin jijjiirama tokko malee keessaa baha…!!

Shehk/ Al-Sa’adiyyi (Rahimahullaah)
• الشّيخ السّعديّ -رَحِمَه الله-.

1 month ago

?Ramadaan

✍️ Ramadaanaaf guyyoota 56tu hafe..!
Ramadaanni waan guyyoonni ati dabarsite hunduu qalbii kee balleessan, deebisee siif tolcha waan taheef…!
Ramadaanaaf uf qopheessaa…!

Rabbiin ittiin nu haa gahu

1 month ago
Muudannoo faransaayiin keessatti tahe.

Muudannoo faransaayiin keessatti tahe.

Poolisii:- Dhiifama obboleessa, haadha manaa lama qabaatuu hin dandeettu, ati Faransaayiin jirta.

Abbaa manaa: akkasii miti tokko haadha manaa tiyya, tuun immoo jaalallee tiyya.

Poolisii:- Aah, Dhiifama naaf godhi Akkas hin seene, akkasitti ni dandahamaa deemi.

Adunyaa Haraama hayyamtee Halaala dhoorgitu...

1 month ago

#Halkan_Jinnii….! ✍️ Guyyaa tokko Rasuula keenya (SAW) Jinniin fudhattee lixxeenii, Sahaabonni halkan guutuu lagaa fi gaarreen hunda keessa soqaa bulan….!! Akkamitti ? Hadiisa kana quba qabduu….!!

1 month ago

#Halkan_Jinnii….!

✍️ Guyyaa tokko Rasuula keenya (SAW) Jinniin fudhattee lixxeenii, Sahaabonni halkan guutuu lagaa fi gaarreen hunda keessa soqaa bulan….!!

Akkamitti ? Hadiisa kana quba qabduu….!!

1 month ago

✍️ Dubartoota islaamaa keessaa tan yeroo jalqabaatiif ogeettii fayyaa ykn doctora turte…dubartii buufata fayyaa qabaachuudhaan jalqabaaf beekamte…!
Duula muslimtootaa tokko keessatti gahee guddaa taphataa turte isheen sun…!

Sahaabiin tuni eenyu laata bektuu isin?

1 month, 1 week ago

ODUU GAMMACHIISAA

Barnoota Madaallii Amantaa

•درس مقارنة الأديان
•ሃይማኖታዊ ንጽጽር

Jechi Wal-madaalli Amantaa jedhu Afaan Arabiffaatiin  مُقَارَنَة أديان yoo jedhamu hundee jecha "qaarana" "قَارَنَ "  Jechuunis waliin madaale jedhuu irraan kan dhufe yoo ta'u Afaan ingiliffaatiin Ammoo "Comparative Religion" Wal-madaalli Amataa jedhamee beekama. damee kana jalatti Bu'uuraalee Amantaa Islaamaatii fi kiristaanaa  keessattuu waa'e tokkichummaa Rabbiiti fi waa'ee Kitaabilee Qulqulluu  wal-fakkeenya isaanitii fi garaa garummaa isaanii kan qu'annu ta'a.

Barnoonni kan kennamu
Appoolojistii Islaamaa  Ustaaz Jamaal Kaadir yoo ta'u namoonni galmaa'uu barbaaddan:-

Admin kanaa gadii dubbisaa!

@Urjiinfurguggatamte_2
@First_to_Islam
@Rafiqul_Islaam
@IbnuAdinaan

Share godha waliin gaha

1 month, 1 week ago

?? Eessaan akka bareeddu beektaa?

? mee eessaan bareedda naaf himi gaa?
Qaanfachuun kee; amalli kee gaariin sun; qulqullummaa keessa kee jiru; gaarummaa kee; uf gadi qabuun kee; beekkumsaa fi hujiin kee; akkasuma seenaan kankee gaariin sun bareedinna kee ibsa…!!

?? Iddee qaamni koo hoo ? Fuulli koo maaf nan ibsine…!!

Qaamni kee bar uumaa Rabbiiti waan nu ilaallatuu miti, bareeddee fi fokkattee; gabaabbattee fi dheeratteen waan Rabbiin ilaallatu…!!
Garuu wantoonni gubbaa kanatti siif kaase sunniin hunduu waan sirraa eegale. Waan maalummaa keetii fi maatii kankee ibsuudha..!
✍️ Yoo keessi kee hamaa tahe, bareedinni fuula keetii maal naaf godha..!
Wlh wanti ati ittiin uf babbareechistu hundi homaa sin fayyadu…garuu barreeffamni koo kuni gaafa ati qabrii seentu qofa siif gala. Gaafa sana eennullee sin qaqqabu malee…!!

Galatoomaa

1 month, 1 week ago

✍️ Alaamaan xiyya keetii baatii irratti haa tahu, xiyyi kee baatii argachuu baatus urjii ni argata waan taheef….!!
Fageessii yaadi…!!

We recommend to visit

SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA!

@Abdii_Sabaa

?NU QUNNAMUUF?
@AbdiiSabaaDm

?BARNOOTAAF
@abdii_sabaa_university

?MARIIF
@Garee_Abdii_Sabaa

Last updated 1 month, 1 week ago

asc بســــــــــــم الله الرحمن الرحيــــــــــــم
Ku Dhawaad- 3000 Buug-Somali ayaa ku jira Akhriso oo ilaali xuquuqda Qoraayada leh.
Youtube:
https://shorturl.at/auGJZ
Diclamer:
Cabasho/Buug iyo Su,aal ... La Xidhiidh
@Cabasho_Bot
@Tusmobook

Last updated 3 months, 2 weeks ago

Somali National Television is the principal public service broadcaster in Somalia.

Headquartered in Mogadishu.

Last updated 2 months ago