Dive into the Ultimate Free Library: Your One-Stop Hub for Entertainment!

Guca Aartii

Description
Barumsa, Koorsiiwwaan Tiyaatiraa fi Fiilmii
Advertising
We recommend to visit

buy ad: https://telega.io/c/BurqaaIspoortii

CEO @Obsamilli


Youtube https://www.youtube.com/c/OdeeffannooIspoortii

Last updated 1 month, 3 weeks ago

Chaanaalii kana irratti Faarsaa Kanneen Bara Durii,akkasuma Haaraa Qilleensarra kan Oolan @full Album,,, argachuu dandeessu #faarfannaa qabdan kara kana nuu ergu dandesu @Faarfannaahaaraa_bot
#group_keenya @faaruutuubee
#Channel keenya @OboroMedia
🙏🙏🙏

Last updated 3 weeks, 5 days ago

📈 If stock market experts were so expert, they would be buying stock, not selling advice. 🤔
~Norman Ralph Augustine | @Stockbot

Contact: @Executive_Robot

Last updated 1 month, 2 weeks ago

3 days, 22 hours ago
Guca Aartii
2 weeks ago

Industirii Fiilmii
Kan itti fufe

Kutaawwan darban lamaan irratti Industirii Fiilmii jechuun maal akka ta'ee fi wantoota ijoo inni of keessatti qabatu ilaaluun keenya ni yaadatama. Har'a ammoo kutaa isa xumuraatiin biyyoota Industirii Fiilmii jabaa qaban kurnan sadarkaan kan ilaallu yemmuu ta'u, Sadarkaa, Maqaa, Biyya fi gosoota harka caalaa irratti xiyyeeffatan tartiibaan kanneen armaan gadiiti.

Rank - Film Industry - Country - Notable For
1. Hollywood (USA) Blockbusters, technological innovation
2. Bollywood (India) High volume of films, musical dramas
3. Nollywood (Nigeria) Largest by volume in Africa, diverse stories
4. Cinema of China (China) Rapid growth, large domestic market
5. United Kingdom (UK) Historical epics, international co-productions
6. Cinema of South Korea (South Korea) Innovative storytelling, global hits
7. French Cinema (France) Art films, cinematic movements
8. Japanese Cinema (Japan) Anime, avant-garde cinema
9. Cinema of Italy (Italy) Neorealism, influential auteurs
10. Cinema of Russia (Russia) Epic films, state-supported industry

@Fiilmiin

2 weeks, 1 day ago

Fannifamuu fi Du'aa ka'uu

Hordoftoota keenya hordoftootni Amantaa Kiristaanaa hundi keessanuu baga guyyaa Yaadannoo Fannifamuu Iyyasuus Kiristoosin isin ga'e.

Guyyaa har'aa kanaan wal qabsiisee akkasumas ayyaana guyyaa lama booda kabajamu faasikaan wal qabsiisee Fiilmonnii fi Tiyaatiroonni hedduun hojjatamaniiru ammas hojjatamaa jiru. Kanneen keessaas Tiyaatira ajaa'ibaa Fiilmii fakkaatu kan Mata dureen isaa Jesus jedhu kana dura sin affeerree turuun keenya ni yaadatama. Warreen hin ilaalin Marsariitii Gojara jedhamu irraa ilaaluu dandeessu. Fiilmonni Fannifamuu fi Du'aa ka'uun wal qabatanii hojjataman keessaa kanneen jaalatamummaa argatan muraasa akka gadiitti siniif tarreessinee jirra.

  1. The Passion of the Christ (2004)
  2. The Gospel of John (2003)
  3. Ben-Hur (1959)
  4. The Miracle Maker (2000)
  5. King of Kings (1961)
  6. Jesus of Nazareth (1977)
  7. The Jesus Film (1979)
  8. Son of God (2014)
  9. Last Days in the Desert (2016)
  10. The Gospel According to Saint Matthew (1964)

Ayyaana Gaarii
@Fiilmiin

2 months ago

Bar-taphee/script fiilmii barreessuuf eessaa seenaa argannaa?

Seenaa fiilmii
Seenaa fiilmii kanneen armaan gadii irraa argachuu dandeenya

  1. Seenaa jireenyaa keenya irraa(autobiography)
    Seenaa jireenya keenyaa irratti hundoofnee Bar- taphee fiilmiif ta'uu qopheessuun nii danda'ama, garuu wantii hubatamu qabu tokko yeroo barreessinu kalaqaa itti dabaluu akka qabnuudha. Seenaa ofii fiilmiif barreessuun bu'aa innii qabuu tokko yoo jiratee wa'ee wantaa barreessinu ittii dhiyoo waan taanuuf akka garitti seenichaf miira laachuu dandeenya.

  2. Seenaa namoota irra( biography)
    Wantii asitti yaadatamu qabu tokko yeroo seenaa nama tokko fiilmiif barreessuu jennu eeyyama abbaa ykn nama lubbuun hin jirre yoo ta'ee kan matii isaa nuu barbaachisa.
    Seenaan nama hundaa fiilmii ta'uu hin danda'uu, garuu ammoo seenaawwan tokko tokko barreeffama fiilmii garii ta'uu danda'uu.

  3. Sadata/yaada(Imagination)
    Addunyaa irratti fiilmiwaan garii/bareedaa jedhaman fiilmiwaan 'imagination' irratti hunda'ani barreeffamanidha.
    Imagination seena fiilmii barreessuun kalaqaa cimaa gaafata, waanta Addunyaa irraa hin jirre uumanii barreessuu waan ta'eef ciminaa yaada gaafata.

  4. Yaada waltawa/qabiyyeewwan Addunyaawwa( Universal Theme)irratti seena fiilmii barreessuu ni dandeenya fknf wa'ee dimokraasii, nagaa ykn ( General convention) ta'aan namummaa.......etc
    isaan armaan olii iddoowwan nutii bar- taphee/ seenaa fiilmii qopheessuuf yaada ka'uumsa irratti argannudha.

dogoggora qubee fi yaa'insa yaadaaf naa oofkalchaa sirreeffachaan adeema.

✍️ Habtaamuu Tsaggaayee
@Fiilmiin

2 months ago

Bara darbee akkas ture

Fiilmii Sadarkaawwan Caccabse

Mata duree:- Everything Everywhere All at Once
Dheerina:- 2:19'
Barreessaa:- Dan Kwan & Daniel Scheinert
Qajeelchaa:- Dan Kwan & Daniel Scheinert
Qabiyyee:- Action, Comedy & Adventure
Taatota:- Michelle Yeoh፣ Stephanie Hsu፣ Ke Huy Quan፣ Jenny Slate፣ Harry Shum Jr.፣ James Hong
& Jamie Lee Curtis

Fiilmii kun seenaa dubara Chaaniyaa lammummaa Ameerikaa qabduu yoo ta'u, yeroo ishee addunyaa kana baraaruuf yaaltu bu'aa ba'ii isheen dabarsitu kan argisiisudha.

Badhaasa 95th Academy Awards irratti badhaasota 7 fudhachuun addunyaa dinqisiisee jira.

🏆Best Film - 'Everything Everywhere All at Once'

🏆Best Director - Daniel Kwan and Daniel Scheinert for 'Everything Everywhere All at Once'

🏆Best Original Screenplay - Daniel Kwan and Daniel Scheinert for 'Everything Everywhere All at Once'

🏆Best Actress - Michelle Yeoh as Evelyn Quan Wang in 'Everything Everywhere All at Once'

🏆Best Supporting Actress - Jamie Lee Curtis as Deirdre Beaubeirdre in 'Everything Everywhere All at Once'

🏆Best Actor - Brendan Fraser as Charlie in 'The Whale'

🏆Best Supporting Actor - Ke Huy Quan as Waymond Wang in 'Everything Everywhere All at Once'

Bara kana ammoo Fiilmii Oppenheimer jedhamutu seenaa kana irra deebiin hojjate

@Fiilmiin

2 months, 1 week ago
96th Oscars Award

96th Oscars Award

Fiilmiin "Oppenheimer" jedhamu sagantaa Akkaadaamii Awwaardii bara kanaa irratti dameewwan 13'n kan kaadhimame yemmuu ta'u, badhaasota baayyees kanneen akka Best Director, Best Actor earning awards and Best Picture argachuu danda'eera.

@Fiilmiin

2 months, 1 week ago

Tapha har'a Manchester City fi Liverpool gidduutti gaggeeffamu eenyutu injifata jettanii yaaddu?

2 months, 1 week ago

Uffata Aadaa Oromoo Diizaayina garaa garaan argachuu barbaadduu? Qulqullinaa fi Gatii madaalawaan uffata Aadaa dhuunfaafis ta'ee gareen hojjisiisuu yoo barbaaddan iddoo sirriin eessa akka ta'e beektuu?
👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇
https://t.me/Wa4oro
https://t.me/Wa4oro
https://t.me/Wa4oro
https://t.me/Wa4oro

Telegram

Waaroo design

Cultural cloth

Uffata Aadaa Oromoo Diizaayina garaa garaan argachuu barbaadduu? Qulqullinaa fi Gatii madaalawaan uffata Aadaa dhuunfaafis ta'ee gareen hojjisiisuu yoo barbaaddan …
2 months, 1 week ago
2 months, 1 week ago

Gaaffii Badhaasa qabu fb irratti Gareen Fiilmii fi Tiyaatiraa qopheesse sa'aatii 2:00 irratti ni eegala. Hirmaachuu warreen barbaaddaniif link gadirra jiruun seentanii hirmaachuu dandeessu.
👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇
https://facebook.com/groups/fiilmii/

Facebook

Log in or sign up to view

See posts, photos and more on Facebook.

We recommend to visit

buy ad: https://telega.io/c/BurqaaIspoortii

CEO @Obsamilli


Youtube https://www.youtube.com/c/OdeeffannooIspoortii

Last updated 1 month, 3 weeks ago

Chaanaalii kana irratti Faarsaa Kanneen Bara Durii,akkasuma Haaraa Qilleensarra kan Oolan @full Album,,, argachuu dandeessu #faarfannaa qabdan kara kana nuu ergu dandesu @Faarfannaahaaraa_bot
#group_keenya @faaruutuubee
#Channel keenya @OboroMedia
🙏🙏🙏

Last updated 3 weeks, 5 days ago

📈 If stock market experts were so expert, they would be buying stock, not selling advice. 🤔
~Norman Ralph Augustine | @Stockbot

Contact: @Executive_Robot

Last updated 1 month, 2 weeks ago