All-in-One Cross-Chain DeFi Solution with native token $SWITCH
Partnerships: [email protected]
Last updated 4 months, 3 weeks ago
Buy ads: https://telega.io/c/BurqaaIspoortii
Contact us @Burqasupport
Youtube https://www.youtube.com/c/OdeeffannooIspoortii
Last updated 3 weeks, 4 days ago
SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA!
@Abdii_Sabaa
💬CONTACT US💬
@AbdiiSabaaDm
🎯BARNOOTAAF
@Abdii_Sabaa_University
🎯MARIIF
@Garee_Abdii_Sabaa
Last updated 1 month, 2 weeks ago
Taatoo Beekamaan Bollywood Seef Alii Kahaan Hattoota mana jireenyaa isaa saamuf seenaniin albeen waraanamee mana yaalaa seenuun isaa himame.
Taatoo Jabaan kun Fiilmota baayyinaan 70 ol ta’an irratti qooda gara garaa fudhachuun kan hojjate yemmuu ta’u, Dinqisiifannaa fi Jaalatamummaa Guddaa Nama qabudha. Seef Alii kahaan umuriin isaa yeroo ammaa 54 yemmuu ta’u, Taatuu beekamtuu Kariinaa Kaappuur waliin gaa’ela dhaabbatee jiraachaa jira. Yeroo ammaa kana nageenya gaarii irratti argama.
Golden Globe Award irratti maaltu uumame?
Badhaasa guddaa Hollywood keessatti qophaa'u keessaa tokkoo fi isa ijoo kan ta'e Golden Globe Award irratti wanti uumame balaa abiddaa magaalaa kaalifoorniyaa keessatti ka'e faana wal qabata jettanii yaadduu? Dursa maaltu uumame isa jedhu yaa ilaallu.
Sagantaa badhaasaa kana irratti dubarri waltajjii gaggeessitu maqaa Taatonni yeroo baayyee waaman jechuun tarree kaa'ame irratti Waaqayyoon sagalee zeeroo argate jechuun yemmuu dubbattu hirmaattonni sagantaa kanaa yemmuu kolfan mul'ata. Gaggeessituun waltajjii itti fufuun "Mandara Waaqa hin beekne kana keessatti silas eenyutu Waaqaf sagalee kenna" jettee itti dabaltee yemmuu dubbattu ni kolfu turan.
Egaa taateen kun uumamee guyyaa lammaffaa irratti balaan ibiddaa hanga ammaatti humna dhaabu hin arganne kun itti fufuun mandara Taatotaa kana gara daaraatti jijjiiraa jira. Kanuma irraa ka'uun namootni hedduun balaan kun Abaddii Waaqati jechaa jiru. Isinoo maal jettumee?
Mee Gaaffii tokko Qajeelchaa muuziqaa Afaan Oromoo kan ta'e Leencoo Fiqiruu Gaafadhaa otuh jrfhamtanii yookaan Gaaffii kana qofa otuu naaf deebisee jettan barreessaa. Deebii isaa gaafannew siniif dhiyeessin.
Fiilmii Finnaaf Yeroo dhiyootti!12.
👉Fiilmii teelee TV irratti argaman daawwachuuf appilikeeshinii App stoorii yookaan play stoorii irraa buusaa. https://teletv.et/download yookaan;
👉Karaa argama keenyaa https://www.teletv.et keessa galuudhaan galmaa'uu fi kafaltii raawwachuun ni danda'ama.
Odeeffannoo Dabalataaf 9801 irratti nuuf bilbilaa.
👉kafaltii isaa karaa teelee birrii yookaan maaster kaariidhaan, ameeriikaan eksipreesii fi viisaa kaardiidhaan kafaltii raawwachuu ni dandeessu.
Filmii Afaan Oromoo Kalee isa kaleessa jedhu kan Artis Eliyaas Kifluun hojjetame, yeroo dhiyootti Gara Awstiraliyaa deemuun Hawaasa Oromoo fi jaallattoota Aartii Oromoof agarsiisuuf qophii isaa xumuree jira.
Koreen qindeessituu imala kanaa ji'oota Muddee fi Guraandhala keessa kutaalee biyyattii adda addaatti agarsiisa fiilmii gaggeessuuf qophii ta'uu beeksise. Imala keenya isa duraa irratti magaalaa tokko keessatti agarsiisa taasifnee turre. Amma immoo Magaalota adda addaa keessatti agarsiisa dabalataa qabannee deebi'aa jirra.
Kanaaf hawaasni Oromoo biyya Awstiraaliyaa kutaa biyyattii adda addaa keessa jirtan imala kanaaf simannaa akka gootaniif waamicha Oromummaa isiniif dhiyeessina.
Koree Qondeessituu Agarsiisa Filmii Kalee Isa kaleessaa.
Odeeffannoo Teeknooloojiin wal qabate irratti Afaan Oromoon yeroo yerootti argachuu yoo barbaaddan iddoo sirriin kunooti
👇👇👇👇👇👇
In 2024, camera technology is evolving rapidly, driven by advancements in AI, cloud integration, and high-resolution capabilities. Key trends include the rise of AI-powered cameras that enhance autofocus and stabilization, the increasing adoption of 8K resolution for high-quality content creation, and improved low-light performance through larger sensors and computational techniques. Additionally, there is a growing focus on compact cinema cameras for portability, multi-spectral and depth-sensing technologies for specialized applications, and sustainability in manufacturing practices. The integration of cloud services is also facilitating real-time collaboration and wireless workflows, making camera systems more versatile and user-friendly.
Beeksisa Leenjii Bilisaa
Giddugalli Aadaa Oromoo Aadaa, Afaaniifi Aartii Oromoo Guddisuufi Beeksisuuf Leenjiiwwan, Aartii Ogummaa gara garaa irratti marsaa 10f kennaa tureen Dargaggoota Oromoo hedduuf carraa hojii uumeei jira.
Haaluma kanaan bara 2017 kana keessa leenjii marsaa 11ffaa kennuu waan barbaadeef namooti fedhii qabdan Onkololeessa 19/02/2017_28/02/2017tti irraa eegaltanii guyyaa,hojii waaree dura sa'aatii 2:30-6:30tti Waaree booda sa'aatii 7:30-11:00tti Dar/Daarektoreetii Tiyaatiraafi Muuziqaa Oromoo kutaa Gamaaggamaafi Leenjiitti akka galmooftan isin beeksifna.
''Leenjiiwwan kennaman''
1.Leenjii Bu'uraa Ogummaa Tiyaatiraa
2.Leenjii,Bu'uraa Ogummaa Fiilmii
3.Leenjii Bu'uraa Ogummaa Muuziqaa
4.Leenjii Bu'uraa Ogummaa Shubbii
5.Leenjii Bu'uraa Ogummaa Fakkii
6.Leenjii Bu'uraa Ogummaa Modeling
The elements of acting refer to the key components that actors use to create a convincing and engaging performance.
These elements include:
Characterization: Developing a deep understanding of the character, including their background, personality, motivations, and relationships with others in the story.
Voice and Speech: Using vocal techniques such as tone, pitch, volume, and clarity to convey the character's emotions, intentions, and personality. This also includes mastering accents or dialects when necessary.
Physicality: Using body language, gestures, movement, and posture to express a character's emotions, status, and intentions. This also includes facial expressions and how the actor physically occupies the space.
Emotional Truth: Accessing and portraying authentic emotions that resonate with the character's experience. Actors often draw on personal experiences or use imagination to connect emotionally with the role.
Objective and Motivation: Understanding the character’s goal in each scene (objective) and why they want it (motivation). This drives the character's actions and decisions.
Concentration and Focus: Maintaining focus on the character and the world of the story, often through deep concentration and mental preparation. This helps in staying present and engaged in the moment.
Listening and Reacting: Acting is as much about reacting as it is about delivering lines. Listening to scene partners and responding naturally in the moment is crucial for a believable performance.
Imagination: The ability to creatively inhabit the world of the character and make choices that bring depth to the performance. Imagination helps actors explore different possibilities for how a scene or moment can be portrayed.
Energy and Presence: Projecting energy and presence on stage or on camera to engage the audience and make the performance captivating. This includes charisma, timing, and stage presence.
Improvisation: The ability to think quickly and react to unexpected changes in a scene, whether it’s due to a line being missed or a shift in the energy of the scene.
Og-tiyaatira Afaan Oromoo yeroo jalqabaatif namni barreessee waltajjiif dhiheesse, Maammoo Mazammir ture. Tiyaatirichi mata dureen isaa "Barumsa" kan jedhu yoo ta'u, bara 1958 waltajjii gubbaatti agarsiifame. Xurree Maammoo Mazammir hordofuun, tiyaatiroonni barreeffamanii fi sadarakaa Og-tiyaatira Oromoo ful-duratti butachiisan keessaa muraasni:
Tiyaatira Hayilee Fidaatiin bara 1967 barraa'e, mata dureen isaa "Bara Birraan Barihe" kan jedhu.
Tiyaatira Dhaabaa Wayyeessaatiin bara 1984 barraa'e, mata dureen isaa "Dukkanaan Duuba" kan jedhu.
Tiyaatira Fayyisaa Yaadasaan bara 1985 barraa'e, mata dureen isaa "Jilbiibbee" Kan jedhu.
Tiyaatira Abdunaasir Haaji Hasaniin bara 1986 barraa'e, mata dureen isaa "Hulluuqqoo" kan jedhu.
Tiyaatira Mulgeetaa Nagasaatiin bara 1987 barraa'e, mata dureen isaa "Daawwitii Jireenyaa" kan jedhu caqasuun ni danda'ama.
Via:- FTA
@Fiilmiin
All-in-One Cross-Chain DeFi Solution with native token $SWITCH
Partnerships: [email protected]
Last updated 4 months, 3 weeks ago
Buy ads: https://telega.io/c/BurqaaIspoortii
Contact us @Burqasupport
Youtube https://www.youtube.com/c/OdeeffannooIspoortii
Last updated 3 weeks, 4 days ago
SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA!
@Abdii_Sabaa
💬CONTACT US💬
@AbdiiSabaaDm
🎯BARNOOTAAF
@Abdii_Sabaa_University
🎯MARIIF
@Garee_Abdii_Sabaa
Last updated 1 month, 2 weeks ago