Abdisa Bancha Jara

Description
This is ABJ Tech Blog - A channel for who have a passion for Computer Vision, #ICTNews and #MachineLearning, #AI #DigitalMarketing & #TechUpdates
We recommend to visit

All-in-One Cross-Chain DeFi Solution with native token $SWITCH

Partnerships: [email protected]

Last updated 4 months, 3 weeks ago

Buy ads: https://telega.io/c/BurqaaIspoortii

Contact us @Burqasupport

Youtube https://www.youtube.com/c/OdeeffannooIspoortii

Last updated 3 weeks, 3 days ago

SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA!

@Abdii_Sabaa

💬CONTACT US💬
@AbdiiSabaaDm

🎯BARNOOTAAF
@Abdii_Sabaa_University

🎯MARIIF
@Garee_Abdii_Sabaa

Last updated 1 month, 2 weeks ago

3 weeks, 6 days ago

Dhimma - TRONKEEPER - Yaada kiyya
Taphoota(Airdrops) hedduu karaa Telegiraamaa kana guyyaa guyyaan gadi lakkifamaa jiran hedduu fi kan sirrii fakkaatu jennee yaadne namni kamuu yeroo boqonnaa fi free ta'etti yoo hojjate gaariidha jennee walgorsaa turre. Ijannoon kiyya 'namni yeroo boqonnaa fi free ta'etti' yoo hojjate miidhaa hin qabaatu, yoo fayyadame malee. hanga ammaattis bifa sanaan namootni hedduu fayyadamaa turre.
Ulaagaaleen ijoon Taphootni(Airdrops) Telegiraamaa tokko Sirrii fi Sirrii tahuu dhiisuu adda baafannuun keessaa muraasni Marsariitii qabaachuu, Dambii fi qajeelfama Hojii hojjatan kanaa fi Hawaasa Uumachuuf barbaadan ittiin too'ataniin qabaachuu, Hawaasa(Community) walitti qabuuf jedhan ittiin too'ataniin, akkasumas kennaa(rewards) ittii hiruuf isaan gargaaru qabaachuu, kuufama kennaa badhaasaa(rewards) STONFI irratti account cufaan olkaayuu, Community isaanii irnaan ijaaruu, Saantima(coins) walitti fufaa sagantaa qabu qabaahuu, kaffaltii hin barbaachifne an hin gaafanne, dirree taphaa mijataa qabaachuu fa'a...

Gara TRONKEEPER - yoo deebinu, Tapha(airdrop) amala haaraa qabu, Kallattiin Taphattanii TOKAN(USDT & TRX) argattu jedhee dhufe. TOKAN(USDT & TRX)kun lamaanuu yeoo mmaa kallattii gabaa irra kan jiranii fi sharafni haaraa kennamuuf iti, kallattimaan itti dhimma bahuu dandeessisuudha.
Ulaagaa muraasa asii olitti kaafnes kan guutu yoo ta'uu inumaayyuu Namoota 10 yoo affeeran TRX 1, Namoota 50 yoo affeeran TRX 5 namaaf kenna, TRX 5 sana kallattiin baafachuun ni danda'ama ture, Anis TRX hedduu baaseera.
Kana Malees,Dhaabbilee Kiriptoo hedduu irratti dhaadheffameera, Kanneen akka
Gate.io *irratti fa'a TOKEN Reserve godhanii Badhaasa(rwards) kennaa jiru.

Haatahuu malee guyyoota muraasa as TOKEN(USDT) baafachuu(claim) gochuu dandeessu erga jedhee booda tartiibota garagaraa keessatti mallaqa MALLAQA(TON ykn TRX) gaafachuu hedduumessuun isaa namoota hedduu giddutti shakkii kaaseera. Jalqabumaan TON baay'ee gaafachuun komii kaasuu isaatiin Community hedduu 'SCAMMER' jedhanii gabaasuu eegalanii ture, kanaafis KAFALTII Olkaase irratti sirreeffama taasiseera. Sana qofaa miti, Mallaqa yoo fudhates TOKEN Dec.30 booda hira jechuun shakkii hammeesseera. Jarri Ummata irraa walitti qabattee baduuf sodaan jedhu baldhinaan adeemaa jira.
Adeemsa daddabarsa Kiriptoo keessatti Gatiin imalaa(Gas Fee) jedhamu waanuma beekkamaadha garuu hammaan xiqqaadha.

Walumaagalatti, Namootni hedduun maal goona gaaffii jedhu na gaafachaa waan turtaniif qabatama jiruu fi waa'ee kanas qorachuuf yeroo fudhadhe.
Akkasumas namootni hedduus duuka dhahan odeeffadheera. Taphi kun SCAM ta'uu qabatamatti ragaan bahe hin jiru, Hattoota miti Na Amanaa jechuus hin barbaadu, Hanni Ogeeyyii muuxannoo olaanaa qabaniin gaggeeffamu babaldhachaa jira waan ta'eef.
Dirree Kiriptoo keessatti Dhibbeentaa olaanaa Rakkoo dhufu ofumaaf fudhanna(RISK TAKER) nu mataa keenya, Kanaafuu Murtee MATAA Keessaniitiin yoo KAFALTAN KAFALAA malee KAFALAA ykn HIN KAFALINAA hin jedhu. Ani akka Kootti KAFALEE ilala. Rakkoo sanaan walqabatee dhalatu fudhachuufis qophiidha*

Galatoomaa » @abdisabancha

4 weeks ago
4 weeks, 1 day ago

Ibsa Koree Giddugaleessaa:
Qaamni Oromoo fi Oromiyaa keessatti hojjachuu barbaaduufi fedhii qabu kamuu, Barruu, Maxxansaalee fi kenna tajaajilaa Afaan Caffeen Oromiyaa mirkaneesseen, #AfaanOromootiin dabalataan Afaanota biroo fayyadamuu danda'u malee Afaan Oromoo keessaa dhiisanii Oromiyaa keessatti daldaluu miti hafuura baafachuun yakka. #Qeerroon akkasitti hubadhaa!
Dhaabbata mitii Namni Oromiyaa keessatti waa post godhu Afaan Oromoo keessaa hambifnaan seeraan akka gaafatamu irratti hojjanna.

Afaan Eenyummaa dha! Eenyummaa keenya kabachiisuun dirqama hunda keenyaati mitiiree #AfaanOromoo t.me/abdisabancha

1 month ago

Kenna Ayyaana Bara haaraa 2️⃣0️⃣2️⃣5️⃣ Guyyaa 13 kan hafe, namoota affeeruun kallattiin solanaa argattu.
Sol 1 = 218 $ hardha, Firaaf hiriyyoota muraasa affeertanii Solana yoo argattan, ni fayyadamtu 👇

https://t.me/chillguyxmas_bot/game?startapp=710286813

1 month ago
Abdisa Bancha Jara
1 month ago
[#Itoophiyaatti](?q=%23Itoophiyaatti) Kiriptoon dirree taphatti seenuuf fakkaata....***2️⃣******0️⃣******2️⃣******5️⃣******🙅‍♀️******😱***

#Itoophiyaatti Kiriptoon dirree taphatti seenuuf fakkaata....2️⃣0️⃣2️⃣5️⃣🙅‍♀️😱
Itoophiyaatti #bitcoinmining hojitti jira jedhameera. Haalli itti-fayyadama #Cryptocurrency irratti Itoophiyaan seera haaraa dhiyootti baasuu dandeessi hangasiif fayyadamanii kafaltii raawwachuun hin danda'amu jetti biyyattiin.

Dhaabbileen Investimentii #cryptocurrency irratti bobba'uudhaan hojjachaa jiran 25 irraa Doolara Mil.55 ol argachuu Humni Ibsaa Itoophiyaa kan beeksise torbaan darbe tahuun ni yaadatama...

1 month ago
Abdisa Bancha Jara
1 month ago

Taphoota ##tabtab telegiraamii sirrii tahan baay'ee kan iddoo tokkotti walitti qabe kunoo #Ably irraa argattu👇

https://t.me/AblyBot/join?startapp=ref710286813

1 month ago
Tronkeeper irratti iftaan irraa eegalee USDT …

Tronkeeper irratti iftaan irraa eegalee USDT hojjachaa turtan baafachuu ni eegalama jedhameera.

Warri hin jalqabin ammas guyyootni muraasni jira dhaqqabadhaa...👇
https://t.me/TronKeeperBot/app?startapp=710286813

1 month ago
[#Tiktok](?q=%23Tiktok) akka Google play Store fi …

#Tiktok akka Google play Store fi Apple store irraa buufamu Ameerikaan gaafatte.
Rabbi jajjabina isiniif haa kennu jenna Tiktokaroota keenyaan.🙉🙅‍♀️😱🤣

Oduu guutuu t.me/abdisabancha irraa eeggadhaa

We recommend to visit

All-in-One Cross-Chain DeFi Solution with native token $SWITCH

Partnerships: [email protected]

Last updated 4 months, 3 weeks ago

Buy ads: https://telega.io/c/BurqaaIspoortii

Contact us @Burqasupport

Youtube https://www.youtube.com/c/OdeeffannooIspoortii

Last updated 3 weeks, 3 days ago

SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA!

@Abdii_Sabaa

💬CONTACT US💬
@AbdiiSabaaDm

🎯BARNOOTAAF
@Abdii_Sabaa_University

🎯MARIIF
@Garee_Abdii_Sabaa

Last updated 1 month, 2 weeks ago