MAKMAAKSA OROMOO✍

Description
Aadaaf duudhaa keenya haa dagaagsinu!
We recommend to visit

FAST MTPROTO PROXIES FOR TELEGRAM

#DigitalResistance

ADS:
@Ads_ProxyMTProto

Run your own MTProxy:
https://github.com/TelegramMessenger/MTProxy

Last updated 3 months ago

Official Telegram Channel of Koorowsh?️

Last updated 9 months, 2 weeks ago

Last updated 2 months, 3 weeks ago

3 weeks, 6 days ago

#makmaaksa_Oromoo

👺 Namni daara baasan daaraa dhaan nama qaba.

👺Nama beekaa du'e osoo dhaga'uu awwaalu.

👺Osuma beeknuu huuba wajjin jettee sareen.

👺Ollaan bultee beeka akka itti bule abbaatu beeka.

👺Qe'ee abbaan hin jirretti titiisni wal horti.

👺Re'een baala argatte qeerransa hin sodaattu.

🗣"Situ diriiree of qochisiise" jedhe gaarri lafa diriiraa gad ilaalee.

#haaxaraawu
#makmaaksa_Oromoo

@makmaaksa

4 weeks ago

Waa sadi abbaatu kadhata sadi ofii dhufti

🗣Durooma ykn sooruma abbaatu kadhata; hiyyummaan
ofumaa dhufti.

🗣 Fayyaa abbaatu kadhata dhibeen
ykn duuti ofumaa dhufti

🗣 Ulfina abbaatu kadhata salphinni ofumaa dhufti

@makmaaksa

#haaxaraawu

@makmaaksa

1 month ago

#makmaaksa_Oromoo

"Sareen abbuma biraa nyaattuuf dutti."

"Sabbata jedhee hidhannaan bofa ta'ee na ciniine"

"Ulfi ulfina qaba jennaan gowwaan garaa dhiibe"

"Ulee bofa ittiin ajjeesan alumatti gatu"

#makmaaksa_Oromoo
#haaxaraawu

@makmaaksa

2 months, 3 weeks ago

#makmaaksa_Oromoo

"Utuu Sareen gurra fayyaa qoda-bukoo koo arraabdee jette jaartiin" jedhan!

-Mammaaksa Oromoo!

#haaxaraawu

@makmaaksa

3 months, 1 week ago

#makmaaksa_Oromoo

"Akka ebeluun sirbaan boquu nama jallisa" jette akkoon koo.

#haaxaraawu

@makmaaksa

3 months, 3 weeks ago

#makmaaksa_Oromoo

"Soddaa fi daa'ima hin duudhatan." Jedhan.

#haaxaraawu

@makmaaksa

5 months ago

#makmaaksa_Oromoo

"Ijji tika baddi" jedhe ballaan.

#haaxaraawu

@makmaaksa

5 months, 1 week ago

#makmaaksa_Oromoo

"Muka ol guddate fiixee muruun jirma lafa jalatti gabbisuu dha."

"Namni daara baasan daaraa dhaan nama qaba" jedhe abbaan Garbaabaa.

#haaxaraawu

@makmaaksa

5 months, 1 week ago

#makmaaksa_Oromoo

“Akka beekuttin dhalaa (dahaa) na dhiisaa" jette intalti harka namaa diddu.

#ihi'i

#haaxaraawu

@makmaaksa

We recommend to visit

FAST MTPROTO PROXIES FOR TELEGRAM

#DigitalResistance

ADS:
@Ads_ProxyMTProto

Run your own MTProxy:
https://github.com/TelegramMessenger/MTProxy

Last updated 3 months ago

Official Telegram Channel of Koorowsh?️

Last updated 9 months, 2 weeks ago

Last updated 2 months, 3 weeks ago