Oroscholarly

Description
This channel is invested in providing you resources and information needed for you as a student. ✅Educational News,
✅Short Notes,
✅Text Books and
✅Reference Books.
Advertising
We recommend to visit

Community chat: https://t.me/hamster_kombat_chat_2

Twitter: x.com/hamster_kombat

YouTube: https://www.youtube.com/@HamsterKombat_Official

Bot: https://t.me/hamster_kombat_bot
Game: https://t.me/hamster_kombat_bot/

Last updated 3 weeks, 3 days ago

Your easy, fun crypto trading app for buying and trading any crypto on the market

Last updated 2 weeks, 3 days ago

Turn your endless taps into a financial tool.
Join @tapswap_bot


Collaboration - @taping_Guru

Last updated 3 days, 5 hours ago

3 Monate, 1 Woche her

*?ᴡᴇʟ ᴄᴏᴍᴇ ?ᴀɴᴀᴀ ᴅʜᴜꜰᴜ?➥Chanalota gurguddoo kanatti ida'amaa maatii ta'a!
➥Add to these biggest channels

Wave
➕*** @OnGrace1

3 Monate, 2 Wochen her

Qormaata Biyyoolessaa kutaa 12ffaa bara 2016 Akka Biyyaatti Kennamu Barattootni 35% ol Oromiyaa Irraa Ta'uun Beekame.
---------------
BBO- 10/10/ 2016 Biiroon Barnootaa Oromiyaa #qormaata_biyyoolessaa_kutaa_12ffaa_bara_2016_barattoota 246,575 kan qorsiisu yoo ta'u, #akka_biyyaatti_barattoota_qormaata_fudhatan_jedhamanii_eegaman 701,489 keessaa naannoon Oromiyaa 35% ol ta'uun beekameera.

Oromiyaa keessatti baay'inni barattoota qormaata fudhatanii hedduu waan ta'eef xiyyeeffannoo Biiroon Barnootaa Oromiyaa kennee hojjataa jiru cinatti karaa loojistikiifi humna namaa bobbaasu irratti Ministeerri Barnootaa Itiyoophiyaa hordoffiifi deeggarsa olaanaa gochuu akka qabu waliigalameera.
Kanaafuu, hawaasni naannoo keenyaa, maatiin barattootaa, barsiisotni, hoggansi barnootaa, GTB, GMB, BBLG, Caasaan Mootummaa, Qaamni Nageenyaafi Yunivarsiitiwwan Naannoo keenyaa hundi qormaata biyyoolessaa kutaa 12ffaa bara 2016 nagaafi milkiin akka xumuramu akkuma kanaan duraa deeggarsi keessan cimee akka itti fufu dhaamsa dabarsineerra.

#Gumiin_Tiraansiformeeshinii_Barnootaa_Oromiyaa (GTBO) sadarkaan jirtan, Komishiiniin Poolisii Oromiyaa, Maatiin Barattootaa, Barsiisotni, Hoggansi Barnootaa sadarkaan jiru, qaamni nageenyaafi caasaan mootummaa naannoo keenyaa sadarkaan jiru hundi #haaluma_kanaan_dura_qormaata_naannoo_kutaa_6ffaafi_8ffaa(barattoota milyoona 1.4 ol ta'an) milkeessineen #ammas_milkaa'ina_ammaffaa_akka_galmeessiftan gamanumaa abdii guddaa qabna.

Muuxannoo darberra waan hedduu waan hubanneef kan darbe caalaa qulqullinaafi iftoomaan barattoota keenya jajjabeessuu qabna.

- Qormaatn kan qophaa;
#Sirna_Barnootaa_Darbe(Moofaa) keessaa- Barnoota kutaa 9ffaa - 11ffaa jiru yoo ta'u,
#Sirna_Barnootaa_Haaraa keessaa immoo - Barnoota Kutaa 12ffaa ti.

- Guyyaa Qormaataa;
#Barnoota_Saayinsii_Hawaasaa - Adoolessa 03-05/2016
#Barnoota_Saayinsii_Uumamaa - Adoolessa 09-11/2016tti Waraqaafi 'Online'n kennama.

Barattoota keenyaaf:
#CARRAA_GAARII_HAWWINEERRA!
- BBO -

@oroscholarly

4 Monate her
Oroscholarly
5 Monate her

Question #8
#Eng

The Candidates' documents were rejected by committee for FORGERY.
The meaning of FORGERY in this context is ___.

A. Copy
B. Over righting
C. Fraudulence
D. Authentication

5 Monate her

Question #7
#Chem

The Existence of neutrons is discovered by ____.
A. J.J. Thomson
B. James Chadwick
C. Robert Milikan
D. Ernest Rutherford

5 Monate her

Question #6
#Bio

During Which stage of mitosis do sister chromatids separate?

A. Anaphase
B. Prophase
C. Telophase
D. Metaphase

5 Monate her

Question #5

#Physics

on open field there's big concrete wall. Sound waves that are produced Infront of the wall can be heard the wall. This mainly due to

A. Refraction
B. Reflection
C. Diffraction
D. Interference

5 Monate, 4 Wochen her

?Telegram kaffaltii jalqabuuf jedha.

⚠️Chaanaalii Telegram irratti beeksisa tamsaasa jalqabuuf jedha.
Abbootiin qabeenyaa chaanaalii kun galii beeksisa kanarraa argamu keessaa walakkaa ni qooddatu. Guddina kanaaf kan ulaagaa guutan chaanaalii pabliikii(Public channels) yoo ta'an, yoo xiqqaate subscribers 1000 qabaachuu qabu.

?Kaffaltiin kun saantima Tooniin (TON coin) ❤️ kan raawwatamu yoo ta’u, kaffaltii tokko malee gara boorsaa toonii (TON wallet )? isaaniitti erguu fi baasuu akka danda’an ibsameera.

?Haalli maallaqaa hojjechuu danda'uu chaanaaliichaa (Monetization state) abbootiin chaanaalii gara Channel settings > statistics > Monetization deemuun ilaaluu ni danda'u .

?Galmaa'uu fi maallaqa hojjenne ilaaluuf
1. Gara fragment.com seenuu
2. Akkaawuntii Telegram keenya Connect Telegram filachuun wal qunnamsiisaa
3. Filannoon haaraan dabalataa Telegram Ads jedhamu jira, isa tuquun chaanaalii keenya irratti waan hojjanne beeksisuu ykn baasuu dandeenya.

Gosti beeksisa miidiyaa hawaasaa biroo irraa adda ta’e ibsameera. kunis Daataa yuuzarii (User Data) irratti hin hirkatu.
Viidiyoon ykn barreeffamni dheeraan hin jiraatu.
Namni Premium Telegram qabu beeksisa kana hin argu.
Chaanaalonni beeksisa seera mirga waraabbii(Copyright ) akkuma miidiyaa hawaasaa biroo kamiyyuu eeguu qabu.
Chaanaalichirratti kan darbu Original content ta'uu qaba.
Qabiyyeen kallattiin chaanaalii biroo ykn miidiyaa hawaasaa irraa waraabame maallaqa hin argatu.

Chaanaalonni qabiyyee saalqunnamtii, odeeffannoo dogoggoraa fi haasawa jibbiinsaa (hate speech) qaban beeksisaaf ulaagaa hin guutan.

?Maaltu sitti dhaga'ame? Telegram jireenya namoota akkuma Youtube ni jijjiira jettanii yaaddu?

? https://t.me/Computers_Solution

We recommend to visit

Community chat: https://t.me/hamster_kombat_chat_2

Twitter: x.com/hamster_kombat

YouTube: https://www.youtube.com/@HamsterKombat_Official

Bot: https://t.me/hamster_kombat_bot
Game: https://t.me/hamster_kombat_bot/

Last updated 3 weeks, 3 days ago

Your easy, fun crypto trading app for buying and trading any crypto on the market

Last updated 2 weeks, 3 days ago

Turn your endless taps into a financial tool.
Join @tapswap_bot


Collaboration - @taping_Guru

Last updated 3 days, 5 hours ago