All-in-One Cross-Chain DeFi Solution with native token $SWITCH
Partnerships: [email protected]
Last updated 2 months, 2 weeks ago
CEO @Obsamilli
Youtube https://www.youtube.com/c/OdeeffannooIspoortii
Last updated 2 months, 2 weeks ago
SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA!
@Abdii_Sabaa
?NU QUNNAMUUF?
@AbdiiSabaaDm
?BARNOOTAAF
@Abdiisabaa
?MARIIF
@Garee_Abdii_Sabaa
Last updated 2 months, 2 weeks ago
Anole Post - አኖሌ ፖስት pinned «App 'Seerlugaa' ammuma buufadhaa.. https://play.google.com/store/apps/details?id=app.orosoft.seerlugaa»
❤️?❤️?❤️?❤️?❤️
App "Seerlugaa" asirraa buufadhaa. #share godhaa.
size : 11.65MB
ver : 1.0
❤️?❤️?❤️?❤️?❤️
App 'Seerlugaa' ammuma buufadhaa..
https://play.google.com/store/apps/details?id=app.orosoft.seerlugaa
Google Play
Seerlugaa Afaan Oromoo - Apps on Google Play
Seerlugaan mosaajii seerlugaa afaan oromoo haala salphaan barsiisu.
https://play.google.com/store/apps/details?id=app.orosoft.seerlugaa
Google Play
Seerlugaa Afaan Oromoo - Apps on Google Play
Seerlugaan mosaajii seerlugaa afaan oromoo haala salphaan barsiisu.
Aaga dhagahaa
marsaariitiin haarofti www.daldalaa.com jedhamu dhaloota haarawaan hojjatamee isiniif dhihaatee jira. Daldalaa.com warraaqsa diinagdee keessatti bu'aa guddaa taphata jedhamee eegama. Daldaltoonni galmaahuudhaan meeshaalee fi tajaajila keessan irratti gurgurachuu ni dandeessu. Marsaariitii kana irraa meeshalee barbaaddan hundaa karaa salphaa ta'een argachuu ni dandeessu.
Ammuma www.daldalaa.com/register irratti galmaahuudhaan meeshaalee(phone, laptop, tablet, Tv, fashion, car, house etc) irratti beeksifachuu ni dandeessu.
Daldalaa
Daldalaa - Ethiopian Online Shopping
The trusted marketplace to buy new and used goods from sellers near you. Post a free ad and sell quickly to buyers across Oromia/Ethiopia.
? Na Jibbuu yoo barbaadde
Mirga guutuu qabda garuu,
Akka na jaalattu fakkeessitee
na hin sobin!
.....
Jechoota Mimmiidhagoo biroof..???
#COVID19Ethiopia
Ityoophiyaatti saa’aatii 24 darbe keessatti namoota 294 qorannoon laaboraatoorii taasifameef keessaa nama tokkorratti vaayrasichi argamuu ibsameera.
Namni umriin isaa waggaa 44 ta’e Kaanaadarraa karaa Dubaayin Ityoophiyaa dhufee iddoo tursiisaa keessa ture dhibee kanaan qabamuu isaa mirkaana’uu Ministirri Ministeera Fayyaa Dooktar Liyaa Taaddasaan Fuula Feesbuukii isaaniin ibsaniiru.
Waliigala Ityoophiyaatti namoonni dhibichaan qabaman 56 ga’aniiru.
#Gorsa | Anole Post
?Wantoota 3 Jiruu kee Jijjiiruu danda'an.
.
? Yeroo dallante deebii namaaf hin laatin
?Yeroo Gammadde Waadaa hin seenin
?Yeroo Gaddite daddaftee hin Murteessin
....
?Guyyaa Gaarii!?
All-in-One Cross-Chain DeFi Solution with native token $SWITCH
Partnerships: [email protected]
Last updated 2 months, 2 weeks ago
CEO @Obsamilli
Youtube https://www.youtube.com/c/OdeeffannooIspoortii
Last updated 2 months, 2 weeks ago
SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA!
@Abdii_Sabaa
?NU QUNNAMUUF?
@AbdiiSabaaDm
?BARNOOTAAF
@Abdiisabaa
?MARIIF
@Garee_Abdii_Sabaa
Last updated 2 months, 2 weeks ago