advertising :- @life1Cee
Fan Channel Domelipa 💋
Last updated hace 4 días, 7 horas
Last updated hace 1 año, 1 mes
Hech kim mukammal emas...
Shuning uchun qalamlarda o'chirg'ich bor!
Last updated hace 4 días, 6 horas
✍Wantoota balaa ijaa /Budaa jalaa nagaa nama baasan.
➛ Ijarraa tikfamuuf wantoota armaan gadii kanarratti jabaachuu qabda. Isaanis:
1) Dhugaadhaan Rabbiin irratti irkachuu.
Ka siif kennu, kan si dhoorgatu, kan si miidhuu fi kan si fayyadus isa malee hin jiru jettee, waa hundaa gara isaatti deebisuudha.
2) Azkaara ganamaa fi galgala dagachuu dhabuu. Keessattuu Suuraa Iklaasii fi suurota lamaan isii gadii sana jabeessuu qabna.
3) Waan si dinqisiisaa wahii yoo argite daftee barakaa kadhachuu fi qabda. Baarakallahu lahuu, mashallah, Tabaarakallahu jechuu kana lubbuu tantee barsiisuu qabda.
4) Waan gaarii wahii yoo qabaattee ijaaf sodaatte, karaa irraa dhoksuu qabda. Ykn bakka sana akka hin muldhanne dhoksuu qabda.
5) sodaa ijaatiif jettee lubbuu tee cinquu dhabuu.
Ijji na argittii jettee itti yaaduu dhabuu, ammas sodaachuu dhabuun wantoota ija jalaa bahuuf nama qarqaaran keessaa isa tokko.
5) Hundaa ol Towhida keenya qulqulleessuu. Wantoota akkanaa tana garuma Rabbii keenyaa deebisitu irra bareeda.
Follow me?
Maqaa rabbii kessaa Ad-Darruu( الضار)
Kana Galgala namni yeroo 100 irra dedebin jedhe
Fedhi rabbitin
Nagaa fi tasgabbii
ni argata.
Mee namni maqaa rabbii 99n
Tokko tokkoon beeku barbaadu
advertising :- @life1Cee
Fan Channel Domelipa 💋
Last updated hace 4 días, 7 horas
Last updated hace 1 año, 1 mes
Hech kim mukammal emas...
Shuning uchun qalamlarda o'chirg'ich bor!
Last updated hace 4 días, 6 horas