All-in-One Cross-Chain DeFi Solution with native token $SWITCH
Partnerships: [email protected]
Last updated 3 months, 3 weeks ago
Buy ads: https://telega.io/c/BurqaaIspoortii
Contact us @Burqasupport
Youtube https://www.youtube.com/c/OdeeffannooIspoortii
Last updated 2 days, 22 hours ago
SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA!
@Abdii_Sabaa
💬CONTACT US💬
@AbdiiSabaaDm
🎯BARNOOTAAF
@Abdii_Sabaa_University
🎯MARIIF
@Garee_Abdii_Sabaa
Last updated 2 weeks, 3 days ago
Namni hundumtuu waan isa ilaallatuu fi isa irraa eeggamu dhibbantaa muraasa qofa otuu ba'atee, dhaloota keenyafis dhaloota nu booda dhufuufis agam tokko gaaridha seetan. Hunduu akka ogummaa isaatti wanta isa irraa eegamu otuu wal barsiisee yaadonni (content) nuti miidiyaalee hawaasaa irratti ilaallu ni baayyatu ture.
Egaa kunoo nutis waan barannee fi Ogummaa keenya ta'een dhaloota keenyaf hubannoo laachuuf, kallattii ogummichaa itti argisiisuf, carraalee hojii uumuf akkasumas Ogeessota faana wal barsiisuf garee Fiilmii fi Tiyaatira jedhu qabannee dhufneerra.
Gareen kun 100% dhimmoota Fiilmii fi Tiyaatira waliin wal qabatan qofa irratti kan xiyyeeffatudha. Yoo garee kanatti makamtan waan addaa argattu. Irraa barachaa itti bashannantu. Darbees ammoo carraalee hojii ogummaa kana keessan dhufan irratti hirmaachuu dandeessu. Miseensa keenya ta'aa. Namoota garee kanatti affeeraa. Yaada fi gaaffii qabdan maraa maxxansaa.
Fb
https://facebook.com/groups/fiilmii/
Tg
https://t.me/Fiilmiin

Gaaffii:- Falaasamni (philosophy) nama maraachaa?
Deebii:- Falaasamni nama hin maraachu. Namni tokko kitaaba falaasamaa dubbisee maraate taanan, durumaanuu maraachuuf karaa irra ture jechuudha.
Gaaffii:- Maalif namootni sodaatu?
Deebii:- Namoonni baayyeen ni sodaatu. Jalqabumarraayyuu amantii waan hin qabneef Falaasama xinnoo akkuma dubbisaniin ni raafamu. Keessi isaanii shakkiidhan guutama. Hubadhu; haqina amantii durumaan qabaniini malee falasamaan miti kan isaan raafaman.
Gaaffiif deebii yeroo tokko Sibaat G/Igzaabeer taasise keessaa kan fudhatame.
@Yaadota
Namni hundumtuu waan isa ilaallatuu fi isa irraa eeggamu dhibbantaa muraasa qofa otuu ba'atee, dhaloota keenyafis dhaloota nu booda dhufuufis agam tokko gaaridha seetan. Hunduu akka ogummaa isaatti wanta isa irraa eegamu otuu wal barsiisee yaadonni (content) nuti miidiyaalee hawaasaa irratti ilaallu ni baayyatu ture.
Egaa kunoo nutis waan barannee fi Ogummaa keenya ta'een dhaloota keenyaf hubannoo laachuuf, kallattii ogummichaa itti argisiisuf, carraalee hojii uumuf akkasumas Ogeessota faana wal barsiisuf garee Fiilmii fi Tiyaatira jedhu qabannee dhufneerra.
Gareen kun 100% dhimmoota Fiilmii fi Tiyaatira waliin wal qabatan qofa irratti kan xiyyeeffatudha. Yoo garee kanatti makamtan waan addaa argattu. Irraa barachaa itti bashannantu. Darbees ammoo carraalee hojii ogummaa kana keessan dhufan irratti hirmaachuu dandeessu. Miseensa keenya ta'aa. Namoota garee kanatti affeeraa. Yaada fi gaaffii qabdan maraa maxxansaa.
Fb
https://facebook.com/groups/fiilmii/
Tg
https://t.me/Fiilmiin
Gaaftokko mucaa habshaala tokkotu abbaa isaa waliin marqaa nyaatu turan.
Dhadhaan marqaa keessa jiru gara abbaa isaatti gadi cuunfamee jiraayyuu mucaan dhadhaa san hawwee; Abbaa ''lafti akkanatti naannifti''jedhee gara isaatti dhadhaa sana naanneffannaan, Abbaan isaas ''lakki ilmako biiftuun immoo akka kanatti naannofti'' jedhee dhadhaa san gara ofiitti naanneffate.
Beekumsa buddeena ta'u dirree garagaraa keessatti hunduu akkaatama mala mataa isaa dha'aateen ofitti naannessee irraa boccoqatee darba
Lalisaa Alamuu
@Yaadota
Sagantaa ittiin torba Irreechaa eebbisnee eegallu!
Bokkuu Arts waliin sagantaa ogbarruun itti iftu, sambata xiqqaa kana.
Sa’aatii 8:00 irraa eegalee, Galma Tiyaatiraa Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee (Birbirsa Gooroo)tti.
Hojiiwwan Aartii haaraa fi ajaa’ibaa waliin qophoofnee isin eegna.
Nurraa hin hafiinaa!
Ergaawwan Jaalalaa mimmiidhagoo onnee namaatti hoo'isan, Seedaa naannessanii kanneen fuldura namaa naqan, Hawwii qor-qalbii bocanii kan namatti argisiisan fuula @ErgaaJaalalaa irraa unadhaa!
Jaalala. Ammas Jaalala
Ergaawwan Jaalalaa nama affeeruu yoo feetanis ni dandeessu. Nooraa!
Onneekoo dhiifama!
Anatu...
Anatu ol fuudhee sirratti lallabee,
Kan siif hin taanetti anatu gaggabe!
Osoon dhagahuu duudee
Osoon arguu jaamee
Natu si dhukkubse
Natu sitti waame!
Eeyyee…
Natu sitti waame mana ormaa dhaqee,
Anatu marmaaree ibidda sitti naqe
Natu Jilla didee
Hundaaf si amana
Natu si tuttuqee
Si dhowwa qabbana
Onneekoo dhiifama!
Kana booda...
Lammatan jaaladhu-Heera Uumaan dabsa
Lammatan amanu-Seer- Jaalalaan cabsa
Jedhee garuu
Waadaan seenu!
Hin maseenu!
Jaalalaaf uumamte dhukkubsachaa seeqi
Ammas jiileen taa’u jaaladhuu na jeeqi!
DaaBee...✍️
@Yaadota
Eessaan Dhufta?
Walaloo bareedaa qabiyyee jaalalaa qabu kana daawwadhaa. Achumaan fuula TikTok keenya follow godhaa!
???????????
https://vm.tiktok.com/ZM2WBdC5S/
TikTok
TikTok · kaachuu
390 likes, 4 comments. “Eessaan Dhufta? copylink #kaachuu #Walaloo #Oromo #nomore@kaachuu”
Muraasni keenya ?????? ??????ℎ?? ???????? ta'uuf uumamne ta'a.
Namootaan dhiifamuun hundi miidhamuu miti. Yeroo tokkotti namni ta'e nu barbaadee gara keenya dhufa. Haa xiqqaatuu yerochatti madda gammachuu taaneerraaf ta'a. Gaaf tokko namni sun deebisee yoo deeme, nuuf ulfaataadha; isaaf garuu gaarii ta'uu mala.
Ammoo gaaf tokko namni biraa gammachuu barbaachaaf gara keenyatti deebi'a. Innis bakka aara galfii nu godhata. Sababni isaa namni tokko tokko keessisaa nama miidhuu akka hin dandeenyetti gaarii ta'ee uumama. Egaa nuti nama sana ta'uu dandeenya.
Isa kana gochuu kan danda'u garuu nama hunda miti. Kana gochuuf laphee qulqulluufi jabaataa qabaachuun dirqama. Akkas jechuun nuti namoota gurguddoo namootaaf bakka gammachuu ta'an taana jechuudha. Si'a tokko tokko jireenyaaf hiikni sirriin, argachuu miti; gammachuu kennuudha malee!
Wanti ulfaataan madda gammachuu namaaf ta'uudha. Akkas gaafa ta'u ni mufanna ta'a. Garuu nuti sababa gammachuu namootaati! Kun carraa haalota ulfaatoo keessaa argamu isa tokkodha!
Muraasni keenya ?????? ??????ℎ?? ???????? ta'uuf uumamne ta'a.
#Gaariin_Jaalala!
✍️ Dagaagaa Zarihuun