Uncensored posts from the Office of Donald J. Trump
Reserved for the 45th President of the United States
https://donaldjtrump.com
Last updated 3 days, 3 hours ago
Government of India's official channel on Telegram for communications and citizen engagement
MyGov homepage: mygov.in
MyGov COVID19 page : corona.mygov.in
MyGov Hindi Newsdesk: https://t.me/MyGovHindi
Last updated 10 months ago
EVP of Development & Acquisitions The Trump Organization, Father, Outdoorsman, In a past life Boardroom Advisor on The Apprentice
Son of Former President of the United States Donald J. Trump.
DonJr.com
Last updated 1 month, 1 week ago
Namni jabaan nama if qopheesse waan taheef lahzaa takkallee uf qopheessuun alatti hin dabarsin 💪
Maallaqni yoo ati bakka itti baastu beeyte waan hedduu nama gammachiisu siif ta'a.
Fakkeenyaaf "Yaa ummii tiyya ammaan booda rakkachuun hin jiru" jettee rakkoo ummaa teetii yoo furteef gammachuun sanii achii maali hbby🫰😇
Yaa Rabbi Rizqii halaal nu bira guuti 🤲
Yeroo tokko tokko "qabeenya harkaa qabdu gatii isaa hin beeytu" wanni ja'an san dhugaadha.
Wanni garii hoggaa dhabde qaawni ishii sitti mul'ata. Kanaafuu waan si bira jiraa seeraan kunuunfadhu hbby/ty
"Yaa Rabbii kiyya akkuma na ajajjetti obsuuttin jira, akkuma beellama naa seentetti na gammachiisi" ja'ii Moowlaatti himadhu obsa khee
Gaaftokko wanni ati In Shaa Allah jechaanii turte hundi Alhamdulillaatti siif deebiti.
In Shaa Allah ☝️🌹
#oneday
Yaa Mowlaa kiyya
"Ati dilaawaa jettee naman darbituu, Dilaawus gama khee yoon dhufe hulaa nattin cufattuu naaf araarami" ja'ii yeroo namoonni rafan kha'ii Rabbii khee dhaabbadhuu khadhadhu.
Dhugumatti inni araaramaadha
#Ghaffaar_غفار
Namoota Ulaagaa armaan gadii guuttan yoo jiraattan keessan nu dubbisaa
K u r e e t h T e a m
1ffaa: fuul durattti diin islaam tajaajiluuf haawwii kan qabdan
2ffaa: Afaan Englishi fi Afaan Arabii dubbistanii hubachuu kan dandeessan.
3ffaa: Ilmii bu'uraa Qur'aanaa fi Hadiisarraa kan qabdan
4ffaa Sadarkaa barnootaa Universitii fi sanii ol kan taatan.
5ffaa: Kitaabota Dubbisuu kan jaalattan.
Team' iin keenya miseensa 20 qaba. Dhiheenya kana nama 5 dabalachuuf humna qabaachuu keenya waan hubanneef dubartii 3 (sadiifi) dhiira 2 (lama) kan ulaagaa armaan olii guuttan warri dubartootaa obboleettii teenya @Zeki_kalu dubbisaa
Akkasuma warri dhiiraa ammoo @Na4Je dubbisaa
Leenjilee akka torbetti Qur'aana buusuu, Salawat Campain, Soomana Sunnaa fi Reading session irratti gamataan leenji'uuf nu qunnamaa
Uncensored posts from the Office of Donald J. Trump
Reserved for the 45th President of the United States
https://donaldjtrump.com
Last updated 3 days, 3 hours ago
Government of India's official channel on Telegram for communications and citizen engagement
MyGov homepage: mygov.in
MyGov COVID19 page : corona.mygov.in
MyGov Hindi Newsdesk: https://t.me/MyGovHindi
Last updated 10 months ago
EVP of Development & Acquisitions The Trump Organization, Father, Outdoorsman, In a past life Boardroom Advisor on The Apprentice
Son of Former President of the United States Donald J. Trump.
DonJr.com
Last updated 1 month, 1 week ago