__Murad /// Usman

Description
Video lee gara garaa , nashidale harawa fii jechoota nama bohaarsaniifii barsiisoo tahan akkasumas seenaalee babbareedduu arkchuuf channel
👉@Murad Usman 👈
👆👆👆👆👆👆👆👆join gochuu
ajaja osoo hin taanee kabaja fii jaalalaan isin gaafanna
We recommend to visit

SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA!

@Abdii_Sabaa

?NU QUNNAMUUF?
@AbdiiSabaaDm

?BARNOOTAAF
@abdii_sabaa_university

?MARIIF
@Garee_Abdii_Sabaa

Last updated 2 months, 2 weeks ago

asc بســــــــــــم الله الرحمن الرحيــــــــــــم
Ku Dhawaad- 3000 Buug-Somali ayaa ku jira Akhriso oo ilaali xuquuqda Qoraayada leh.
Youtube:
https://shorturl.at/auGJZ
Diclamer:
Cabasho/Buug iyo Su,aal ... La Xidhiidh
@Cabasho_Bot
@Tusmobook

Last updated 4 months, 3 weeks ago

Somali National Television is the principal public service broadcaster in Somalia.

Headquartered in Mogadishu.

Last updated 2 weeks, 5 days ago

2 weeks ago

#Ramadan Mubarak
Insha allah yoo rabbin ja'ee boruu ni somanaa

2 weeks, 2 days ago

Islamuummaa iftuu
Hojii Harawaan dhufnee jira jamaa'an #Tafakur média magaalaa baddeessaa

2 weeks, 6 days ago
***✍***Rasuulli ﷺ «Namni tokko yeroo gara …

Rasuulli ﷺ «Namni tokko yeroo gara salaataa ka'e diliin isaa hundi fidamteeti gateetii isaa irra kaa'amti. Yeroo inni rukuu'aa fii sujuuda godhu hunda isarraa gad bubuuti.» jedhan..🗝

✓السلسلة الصحيحة

Share
👇
https://t.me/mur_us

2 months, 2 weeks ago
[#Waa\_beekuun](?q=%23Waa_beekuun) bareeda…!

#Waa_beekuun bareeda…!

✍️ Ilmi Nabiyyallaahi Nuuh (Aleyhissalaam) kan yaamicha abbaa dhagahuu diddaaf halaakame sun Kan’aan/كنعان jedhama..
Haati manaa isaa tan Kaafiraa sun immoo Waa’ilaa/واعلة jedhamti…!

Galatoomaa??
https://t.me/mur_us

2 months, 3 weeks ago
﴿ليسَ شيءٌ أكرمَ علَى اللهِ من …

﴿ليسَ شيءٌ أكرمَ علَى اللهِ من الدُّعاءِ﴾Rasuulli Rabbii ﷺ akkana jahan
wanti akka Du'aai Rabbii biratti kabajaa qabu hin jiru.
#Du'aaitii_ha jabanuu
https://t.me/mur_us

2 months, 4 weeks ago
﴿أفضَلُ الأعمالِ أن تُدخلَ على أخيكَ …

﴿أفضَلُ الأعمالِ أن تُدخلَ على أخيكَ المؤمنَ سرورا، أو تقضِي عنهُ دينا، أو تطعمه خبزا﴾

Rassuulli Rabbii ﷺ Akkana jahan
Hojiilee gaggaarii keessaa irra caaltuun ishii Keesoo obbolessa ke kan Mu'uminaa keessatti gammachuu Uumuu, yookaan Daynii isaa kafaluu yookaan Nyaata nyaachisuudha.
https://t.me/mur_us

4 months, 4 weeks ago
"Tokkon keessan hanga waan Lubbuu isaatif …

"Tokkon keessan hanga waan Lubbuu isaatif Jaalatu Oboleessaa isaatifis Jaalatutti hin Amannee." Je'an Nabiin keenya ﷺ??
https://t.me/mur_us

5 months ago
[#As](?q=%23As) wr wb Akam ngy jirtani

#As wr wb Akam ngy jirtani
Me obblessa kiyaa kana #dhugaa shadi chanel harawaa banatee wan jiruuf Asuuman join godhuun mati issa taha isiiinin ja'ee ???
https://t.me/dhugaasha/5

5 months, 1 week ago

Magaalaa baddessaati amma reefu Sa'aa 2:fi wahi irratti Sekondii 5f dachiin soossote turte?
yaa obboleeyyan mee warri agartan yaada kennaa✍️

We recommend to visit

SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA!

@Abdii_Sabaa

?NU QUNNAMUUF?
@AbdiiSabaaDm

?BARNOOTAAF
@abdii_sabaa_university

?MARIIF
@Garee_Abdii_Sabaa

Last updated 2 months, 2 weeks ago

asc بســــــــــــم الله الرحمن الرحيــــــــــــم
Ku Dhawaad- 3000 Buug-Somali ayaa ku jira Akhriso oo ilaali xuquuqda Qoraayada leh.
Youtube:
https://shorturl.at/auGJZ
Diclamer:
Cabasho/Buug iyo Su,aal ... La Xidhiidh
@Cabasho_Bot
@Tusmobook

Last updated 4 months, 3 weeks ago

Somali National Television is the principal public service broadcaster in Somalia.

Headquartered in Mogadishu.

Last updated 2 weeks, 5 days ago