News and announcements of the library. No books here.
??Official Chinese channel: t.me/zlib_china_official
? https://singlelogin.re
https://en.wikipedia.org/wiki/Z-Library
? https://twitter.com/Z_Lib_official
? https://mastodon.social/@Z_Lib_official
Last updated 3 months, 3 weeks ago
Intel slava is a Russian News aggregator who covers Conflicts/Geopolitics and urgent news from around the world.
For paid promotions and feedback contact us at: @CEOofBelarus
Last updated 4 weeks ago
?Welcome to the best book channel of Telegram.
✨Buy ads: https://telega.io/c/BooksHub25
✨Contact admin ➠ @Bookshub_contact_bot
✨ Off Topic Community➠ @BooksHubCommunity
✨ Copyright Disclaimer➠ https://telegra.ph/LEGAL-COPYRIGHT-DISCLAIMER-09-18
Namni Meeshaalee Bitate, Guyyaa Meeshaalee Sana Simate Irraa Eegalee Yeroo Hagamii Keessatti Meeshaan Sun Hir'ina Qabaachuu ykn Akkaataa Waliigalteetti Dhiyaachuu Dhabuu Beeksisee Akka Sirreeffamuuf Gaafachuu Danda'aa??
=====✓✓=====✓✓✓✓======✓✓✓
Waliigaltee gurgurtaa keessatti, bitataan meeshichi akkaataa waliigaltee keenyaatti kan na harka gahe miti ykn hir'ina (hanqina) qaba jechuun mirga inni akka guutamee naaf dhiyaatu ykn hanqinni naaf sirreeffamu jedhee gaafachuuf qabu yeroodhaan kan daangeffamne waan ta'eef, qabeenya simate yeroo gabaabaa keessatti qorachuu, garaagarummaa yoo qabaates yeroo gabaabaa keessatti beeksisuu kan qabuufi yeroo itti meeshichi hanqina qabaachuufi dhabuu beeksisuun danda'amu waliigalteedhaan murtaa'eera yoo ta'e, bitataan yeroo waliigalteedhaan murtaa'e kana keessatti dirqama beeksisuu isaa yoo hin baane gaaffii mirgaa kaasu kana dhabuu danda'a.
(Murtii dirqisiisaa Dhadd.Ijibbaataa MMWF SHH kwt 2291(1), 2292, 2294fi 2293 caqasuun Lakk.Ga.207371 (Jildii 26ffaa) irratti kenne)
Hubachiisa
Dhaddachi Ijibbaataa Dhimmicha keessatti:
👉Gosti meeshaalee gurgurtaadhaaf dhiyaatee meeshaalee laaboratorii yemmuu ta'u, meeshaalee kana Waldaa Dhuunfaa IGM'etu Yunivarsiitii Wachaamootiif dhiyeesse.
👉Meeshaalee irratti waliigalame keessaa Mayikiroskoppii ilaalchisees gosti isaa jijjiiramee dhiyaachuunifi Yuniversiitichaan simatamuun mirkanaa'eera.
👉Daangaa yeroo itti hir'inni sirreeffamuu qabu ykn guutamee akka dhiyaatuuf gaafatamuu qabu ilaalchisee garuu yeroo isaa eeggatee gaafatamuufi dhabuun, hir'inni uumame sirreeffamuu danda'uufi dhabuun, hir'innicha sirreessuun kan hin danda'amne yoo ta'e bu'aan isaa maal akka ta'u irra deebiidhaan qulqullaa'ee akka murtaa'u jechuun qajeelfamaan mana murtii jalaatti gadi deebiseera.
Desalegn B.
#Yaadota_Baay'ee_Barsiisoo_kana_dubbisi!!
1.#Nama namoonni akka fedha isaaniitti kaartaa jireenya isaaniitiin jiraachiisan hin ta'in. Kaartaa jireenya kee bocadhu! Kaartaa kee irratti of ijaari!
2. #Argii jalqabi malee arguu qofaaf hin jalqabin! Dhaga'ii ba'i malee dhaga'uu qofaaf hin ba'in!
3. #Ofii kee wajjin yeroo bal'aa fi sirrii ta'e qabaadhu!
4. #Kan nama kuffisu baay'ina rakkinaa osoo hin taane, mul'ata xiqqoo fi obsa xiqqoo qabaachuudha!
5. #Miidhama sirra ga'eef beellama haaloo ba'uu hin qabatin. Yeroo hundumaa ilaalchaa haaloo ba'uutu sirratti mo'a waan ta'eef.
6. #Borii keef karoorsi. Har'a keetti garuu gammachuudhaan jiraadhu!
7. #Guyyaa tokko akka addunyaa lafarraa kana wajjin waliigaltee jireenyaa xumurtee deemtu(duutu) yeroo hundumaa yaadaa mana keetii ba'i akkasumas yaadaa mana keetti gali.
#Addunyaa daqiiqaa tokko booda waan ta'uu hin beekneef, nama hin jibbin ofiikees hin jibbin!
#Like and #Share hin dagatinaa🙏
https://t.me/Oro_Lawyer_Family
I SWEAR THIS IS MY CORRECT SCORE SOURCE
PAY AFTER FOR 50 MEMBERS THAT WILL JOIN
RUSH NOW 👇
Guyyaatti qarshii 10,000birr hanga 100,000birr hojjechu dandeessu
Bakka START jedhu tuquun start gochun hojjedhaa
Akkuma nyaanni foon keenya irraa waantota baayyee ittisu, nyaanni sammuu keenya waantota baayyee ittisa. Kanaaf nyaata sammuu keef ta'u argachuuf channalii kana join godhachuun sammuukeef soorata taasisi.
🤜🤛👇🤜🤛
•Do you have
7200 odd won✅
6800 odd won✅
21odd won✅
5odd won✅
11odd won✅
8odd won✅
All game was shared for free, join and seehttps://t.me/addlist/T77nekB3eZw2Mzc0
https://t.me/addlist/T77nekB3eZw2Mzc0
https://t.me/addlist/T77nekB3eZw2Mzc0 Jon for the next 50 odds to be posted in sportybet 🎯*✅***
News and announcements of the library. No books here.
??Official Chinese channel: t.me/zlib_china_official
? https://singlelogin.re
https://en.wikipedia.org/wiki/Z-Library
? https://twitter.com/Z_Lib_official
? https://mastodon.social/@Z_Lib_official
Last updated 3 months, 3 weeks ago
Intel slava is a Russian News aggregator who covers Conflicts/Geopolitics and urgent news from around the world.
For paid promotions and feedback contact us at: @CEOofBelarus
Last updated 4 weeks ago
?Welcome to the best book channel of Telegram.
✨Buy ads: https://telega.io/c/BooksHub25
✨Contact admin ➠ @Bookshub_contact_bot
✨ Off Topic Community➠ @BooksHubCommunity
✨ Copyright Disclaimer➠ https://telegra.ph/LEGAL-COPYRIGHT-DISCLAIMER-09-18