SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA!
@Abdii_Sabaa
?NU QUNNAMUUF?
@AbdiiSabaaDm
?BARNOOTAAF
@abdii_sabaa_university
?MARIIF
@Garee_Abdii_Sabaa
Last updated 1 month, 1 week ago
asc بســــــــــــم الله الرحمن الرحيــــــــــــم
Ku Dhawaad- 3000 Buug-Somali ayaa ku jira Akhriso oo ilaali xuquuqda Qoraayada leh.
Youtube:
https://shorturl.at/auGJZ
Diclamer:
Cabasho/Buug iyo Su,aal ... La Xidhiidh
@Cabasho_Bot
@Tusmobook
Last updated 3 months, 2 weeks ago
Somali National Television is the principal public service broadcaster in Somalia.
Headquartered in Mogadishu.
Last updated 2 months ago
Abdiin akka aduu, gara isheetti yommuu deemnu gaaddidduu ba’aa keenya duubatti darbatti.” — Saamu’eel Kolfa
“Jireenya keessatti waan dhufu kamiifuu ija jabina qabaachuu — wanti hundinuu sana keessa jira.” — Qulqulleettii Tereezaa kan Ávila
“Amantiin quuqama ol’aanaa ilma namaa keessa jiruudha.” — Soorreen Kiirkegaard jedhamuun beekama
“Hojiin gurguddaan kan raawwatamu jabinaan utuu hin ta’in, ciminaan malee.” — Saamu’eel Joonsan
“Dubartii guddittii hundumaa ... duuba dubartii guddittii biraatu jira.” ― Keet Hoodges jedhamuun beekama
''Carraa amanuu qabna. Milkaa’ina warra nuti hin jaalanne akkamitti ibsuu dandeenya?” — Jiin Kooktee
Join godhaa
MAMMAAKSA
.....
" Abbaan damma nyaateef, ilmi afaan hin urgaa'u"
"Abjuun bara beelaa buddeen buddeen jetti"
Beekumsi dhugaan kan namarraa eeggannu caala,
Kan keessa keenyaa kaka'umsa qabaannuun murtaa'a!
Mukaa'uun (Dibbirtiin) cubbuudhaa?
Link kanaan seenaa dubbisaa?
Jireenyi adeemsa mataa isaa qaba. Innis buhaa bahii, mijataa Fi Kan Hin mijanneedha!
Jireenya keenya keessatti kana beekuu qabna!
Join us
?
Maal barbaadduu?
Fedhii keessan eeguuf chaaneloota babbareedoo qabannee isiniif dhiyaanneerra!
Maarree itti dabalamaa??
“Haalotaa fi rakkoon meeshaa Waaqayyo kaayyoo kee fi dandeettii kee akka guddifatu si ceesisuuf gargaarudha.”
— Maayils Munroo
“Kaayyoon yommuu hin beekamne, miidhaa geessisuun waan hin oolledha.
___Maayils Munroo
Join Join Join
???
“Ulfinni keenya guddaan gonkumaa kufaatii osoo hin taane, yeroo kufnu hunda ka’uudha.” – Konfishiyaas
“Yeroo hunda hanga xumuramutti waan hin danda’amne fakkaata.” – Neelsan Maandeellaa
“Waan barbaaddu yeroo beektu, fi hamaa barbaadde, karaa itti argattu ni argatta.” – Jim Roon
JOIN GODHAA
???
Akka tasaa guyyaa tokko aaree manaa baheen osoon deemaa jiruu Lootorii tokko argee jennaan mureen naaf bahe. Baayyeen gammade.
Sana booda maal akkan ittiin gochuu qabu taa'ee itti yaaduun eegale. Osuman taa'ee yaaduu guddutti yaadni bareedaan tokko naaf dhufe.
Innis maaliifan Konkolaataa bitadhee ittiin hin bashannanuu kan jedhu gara yaada kootti dhufe. Kaa booddee yaada koo sana dhugoomsee waanan gochuu qabu dursee oofuudhaaf nama gahaa akkan ta'uf hayyama konkolaataa baafachuun qaba jedheen, Konkolaachisummaa barachuu jalqabe. Ergan baradhee booddee akkuman yaadee sanattan konkolaataa koo bitadhee naannoo kootii bashannanaaf yeroon bahu hiriyyaa koo tokko argeen harka itti qabee dubbisuuf yeroon yaadu, na ilaalee achi narraa garagale. Anis mucicha waanan beekuuf, gurbaan hiriyyaa konkolaataa qabu akka hin qabne irratti bareen Kilaaksii itti godhe; koottu jedheen,...Innis rifatee......Sidhaa edaa jedhee....otoo inni afaanii hin fixiin koottu seeni sin gaggeessaan jedheen, innis tole jedhee seene. Ammas osoo deemaa jirruu Intalli waliin baranne tokko miilaan otuu deemtuu argeen keessi koo baayyee na nahe. Kilaaksii itti godhee jennaan na dhagahuu didde, harkaanis waamee jennaan quba ofitti qabdee "anaa" jettee miira naasuutiin......anis "eeyyeen namni yoo konkolaataa qabaate bifti isaa ni jijjiirama jechuudhaa" jedheen. Isan yeroon miilaan deemaa ture sana yaaddadheen ofitti kolfee. Isaanillee na faana kolfaa turan. Erga kolfinee booda anis narraa haa barataniif jedheen akkamitti akkan itti dadhabee hojjedhee miilaan deemuu jalaa bahe muuxannoo koo isaaniif qooduuttan ka'e. Sana booddee isaanis Xiiqiidhaan Lootorii muranii dureessa akka koo Abbaa konkolaataa akka ta'an itti himee, jajjabeessee yeroon konkolaataa isaaniif dhaabee buusuuf jedhu; waan ani hin eegiin tokkotu ta'e.....duubaan natti bu'ee hirribaa na kaasekaa !!
Hojjii kee nyaadhuu malee maalan jedha garuu silaa yoona waan meeqa argadhen jira ture........???
join godhaa
? ??
SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA!
@Abdii_Sabaa
?NU QUNNAMUUF?
@AbdiiSabaaDm
?BARNOOTAAF
@abdii_sabaa_university
?MARIIF
@Garee_Abdii_Sabaa
Last updated 1 month, 1 week ago
asc بســــــــــــم الله الرحمن الرحيــــــــــــم
Ku Dhawaad- 3000 Buug-Somali ayaa ku jira Akhriso oo ilaali xuquuqda Qoraayada leh.
Youtube:
https://shorturl.at/auGJZ
Diclamer:
Cabasho/Buug iyo Su,aal ... La Xidhiidh
@Cabasho_Bot
@Tusmobook
Last updated 3 months, 2 weeks ago
Somali National Television is the principal public service broadcaster in Somalia.
Headquartered in Mogadishu.
Last updated 2 months ago