Unlock a World of Free Content: Books, Music, Videos & More Await!

Dhugaan Dhufe

Description
وَقُلْ جَاءَ الْحَقُّ وَزَهَقَ الْبَاطِلُ ۚ
“Dhugaan Dhufe; sobni dhabame
Al-Isrā’ 17:81
👇👇👇
Kaayyon channel kanaa ragaa irratti hundaa'un hanga rabbi nuuf laaffisee irra barnoota amantaa kiristiyaanaaf Islaama kan irraatti dhihaatu ta'a.
Advertising
We recommend to visit

ᅟᅟᅟ 𝗔𝗜𝗡'𝗧 𝗡𝗢𝗕𝗢𝗗𝗬 𝗚𝗜𝗩𝗘 𝗔 𝗙𝗨𝗖𝗞 𝗔𝗕𝗢𝗨𝗧 𝗔 𝗥𝗨𝗟𝗘˖ with the tazos in my side.

OFC CHANNEL :
@OFCTAZOS

SHITPOST :
@HRSSHITPOST

CONTACT US : @ofctazosbot

Last updated 1 year, 11 months ago

Soo dhowoow is ku day inaad cid nagusoo biiriso hal qofna ha ahaatee adiga oo linkiga zhere gareynaya halkaan waxaad ka helaysaa fikrado ku cajabiya♥️

Wixii talo ah halkan igalasoo xidhiidh💚👇 @Maymuuncali

https://t.me/Audiobook2s

2021-5-24

Last updated 1 month ago

Chaanaalli Kun Chaanala walaloo gaggabaaboo Fi ergaalee garagaraa of keessaa qabdudha!

Siyaasa ❌
Amantaa❌
Jibbinsa❌
Sanyummaa❌

Yaadaaf👇👇
👉 @Michuu_Fayisaa
---------------//---------------

Chaanaalaaf👇
✍️ @Michuu_ko

Last updated 1 month, 3 weeks ago

2 weeks, 4 days ago

𝐍𝐀𝐌𝐎𝐎𝐍𝐍𝐈 𝐈𝐒𝐋𝐀𝐀𝐌𝐔𝐌𝐌𝐀𝐀𝐍 𝐀𝐉𝐉𝐄𝐄𝐂𝐇𝐀𝐀𝐓𝐓𝐈 𝐀𝐉𝐀𝐉𝐀 𝐉𝐄𝐓𝐓𝐀𝐍𝐈𝐈𝐅 𝐌𝐄𝐄 𝐑𝐀𝐆𝐀𝐀 𝐐𝐔𝐑'𝐀𝐀𝐍𝐀𝐀 𝐅𝐈𝐈 𝐌𝐀𝐂𝐀𝐀𝐅𝐀 𝐈𝐑𝐑𝐀𝐀 𝐖𝐎𝐋 𝐁𝐈𝐑𝐀 𝐐𝐀𝐁𝐔𝐔𝐃𝐇𝐀𝐀𝐍 𝐇𝐀𝐀 𝐈𝐋𝐀𝐀𝐋𝐋𝐔𝐔!!

https://t.me/Rafiiqul_Islaam

﴿مِنْ أَجْلِ ذَٰلِكَ كَتَبْنَا عَلَىٰ بَنِىٓ إِسْرَٰٓءِيلَ أَنَّهُۥ مَن قَتَلَ نَفْسًۢا بِغَيْرِ نَفْسٍ أَوْ فَسَادٍۢ فِى ٱلْأَرْضِ فَكَأَنَّمَا قَتَلَ ٱلنَّاسَ جَمِيعًۭا وَمَنْ أَحْيَاهَا فَكَأَنَّمَآ أَحْيَا ٱلنَّاسَ جَمِيعًۭا ۚ وَلَقَدْ جَآءَتْهُمْ رُسُلُنَا بِٱلْبَيِّنَٰتِ ثُمَّ إِنَّ كَثِيرًۭا مِّنْهُم بَعْدَ ذَٰلِكَ فِى ٱلْأَرْضِ لَمُسْرِفُونَ﴾

Sababa kanaan Ilmaan Israa’iil irratti ’’namni lubbuu tokko lubbuu biraatiin yookiin dachii keessa balleessuun alatti ajjeese akka waan nama hunda ajjeeseti; namni ishee jiraachises akka waan nama hunda jiraachiseeti’’ jechuu murteessineDhugumatti, ergamoonni keenya ragaawwan ifa ta’aniin isaanitti dhuftee jirtiErgasii irra hedduun isaanii sana booda dachii keessatti daangaa dabroodha.

[ المائدة]-(32 : 5)

“Iddoo koo isa qulqullaa'aatti jalqabaatii, jaarsa, dubartii, dargaggeessa, durba, ijoollee xixinnoo, ajjeesaa! Haa ta'u iyyuu malee, warra milikkita of irraa qaban keessaa nama tokkotti illee hin dhi'aatinaa!" jedhe; isaanis jaarsolii mana qulqullummaa dura turanitti in jalqaban.”
  — His. 9:6

“"Isin kan abbaa isa tokkoo, kan Seexanaa ti; kajeellaa hamaa isa kan abbaa keessaniis gochuu in feetu. Jalqabumaa jalqabee inni sun nama ajjeesaa ture; dhugaan isa keessa waan hin jirreef, inni dhugaa irra hin dhaabanne. Inni sobaa dha, abbaa sobaa tis; kanaaf yommuu sobu isa garaa isaa keessa jiru in dubbata.”
  — Yoh. 8:44

“Egaa yaada keessan wanta lafa irra jirutti isa hidhu, halalummaa fi xuraa'ummaa, kajeellaa fi hawwa hamaa, sassata isa waaqayyolii tolfaman waaqessuutti lakkaa'amus, of keessaa ajjeesaa.”
  — Qol. 3:5

“Yoyaadaan lubichi isheen mana qulqullummaa keessatti akka ajjeefamtu waan hin barbaanneef, "Tarree keessan gidduudhaa gad ishee baasaa! Nama ishee duukaa bu'uu barbaadus billaadhaan ajjeesaa!" jedhee, angafoota dhibbaa in abboome.”
  — 2Mot. 11:15

“Ahaaziyaan mootiin Yihudaa wanta ta'e kana yommuu arge, karaa Bet-Haagan irra ol in baqate; Yehuun garuu sagalee guddaadhaan, "Isas immoo ajjeesaa!" jechaa, isa in ari'e; ol ba'a Guuritti mandara Yible'aam bukkeetti konkolaataa isaa keessatti isa in madeessan; inni garuu Megidootti baqatee achitti in du'e.”
  — 2Mot. 9:27

“Namoota wayyi irraa hin bunne, 'Utuu inni Waaqayyoo fi mootii arrabsuu dhageenyeerra' jedhanii sobaan dhugaa irratti ba'an lama qopheessaatii fuullee isaa teessisaatii isa irratti dhugaa baasisaa! Kana booddees mandarattii keessaa gad baasaatii dhagaadhaan dha'aatii isa ajjeesaa!" kan jedhu ture.”
  — 1Mot. 21:10

“Iizaabel yeroo raajota Waaqayyoo ajjeesaa turtetti, Obaadiyaan immoo raajota dhibba tokko jalaa fuudhee, shantama shantamaan holqa dhagaa keessa isaan dhoksee, achitti buddeenaa fi bishaan in kennisiisaaf ture.”
  — 1Mot. 18:4

“Saa'ol kana irratti, "Daawitin ajjeesaa!" jedhee, ilma isaa Yonaataanitti, hojjetoota isaa hundumaattis in hime; Yonaataan garuu Daawitin baay'isee waan jaallatuuf,”
  — 1Sam. 19:1

“Warra mandara sana keessa jiraatan hundumaa billaadhaan ajjeesaa! Saba sanaa fi horii isaanii hundumaa qara billaatiin raawwadhaa balleessaa!”
  — Kes. 13:15

“Museen kana irratti abboota firdii warra Israa'eliin, "Isin tokkon tokkon keessan nama keessan keessaa Ba'aal isa Phe'or nama waaqeffatu ajjeesaa!" jedhe.”
  — Lak. 25:5

𝐐𝐢𝐧𝐝𝐞𝐞𝐬𝐬𝐚𝐚𝐧: 𝚁𝙰𝙵𝙸𝙸𝚀𝚄𝙻 𝙸𝚂𝙻𝙰𝙰𝙼

https://t.me/Rafiiqul_Islaam
https://t.me/Rafiiqul_Islaam

2 weeks, 5 days ago

𝗤𝗼𝗿𝗺𝗮𝗮𝘁𝗮 𝗤𝘂𝗿'𝗮𝗮𝗻𝗮

Qur'aanni iddoowwan (boqonnaawwan) hedduu irratti ilmaan Namaa hunda akkana jechuun qormaata:

قُل لَّئِنِ اجْتَمَعَتِ الْإِنسُ وَالْجِنُّ عَلَىٰ أَن يَأْتُوا بِمِثْلِ هَٰذَا الْقُرْآنِ لَا يَأْتُونَ بِمِثْلِهِ وَلَوْ كَانَ بَعْضُهُمْ لِبَعْضٍ ظَهِيرًا

(Jedhi: “odoo ilmi namaatiifi jinnoonnis fakkaataa Qur’aana kanaatiin dhufuu irratti walitti qabamanii, odoo gariin isaanii gariif gargaaraa ta’aniis fakkaataa isaatiin hin dhufan.”) [Qur'aana 17:88]

وَإِن كُنتُمْ فِي رَيْبٍ مِّمَّا نَزَّلْنَا عَلَىٰ عَبْدِنَا فَأْتُوا بِسُورَةٍ مِّن مِّثْلِهِ وَادْعُوا شُهَدَاءَكُم مِّن دُونِ اللَّهِ إِن كُنتُمْ صَادِقِينَ

(Yoo waan Nuti gabricha keenya irratti buufne (Qur’aana) irraa mamii keessa taataniif, yoo kan dhugaa dubbattan taataniif, suuraa akka isaa [tokko] fidaatii ragoota (gargaartotaafi deeggartoota) keessan kan Rabbiin ala jiranis waamadhaa.) [Qur'aana 2:23]

وَمَا كَانَ هَٰذَا الْقُرْآنُ أَن يُفْتَرَىٰ مِن دُونِ اللَّهِ وَلَٰكِن تَصْدِيقَ الَّذِي بَيْنَ يَدَيْهِ وَتَفْصِيلَ الْكِتَابِ لَا رَيْبَ فِيهِ مِن رَّبِّ الْعَالَمِينَ * أَمْ يَقُولُونَ افْتَرَاهُ ۖ قُلْ فَأْتُوا بِسُورَةٍ مِّثْلِهِ وَادْعُوا مَنِ اسْتَطَعْتُم مِّن دُونِ اللَّهِ إِن كُنتُمْ صَادِقِينَ

(Qur’aanni kun Rabbii gaditti sobaan kan uumamu hin taaneGaruu dhugoomsaa (kitaabota) isa dura turaniitiifi addeessaa (seeraati) Gooftaa aalama hundaa irraa ta’uu isaa mamiin tokkos isa keessa hin jiru. Moo sila isaan “isatu (Muhammadtu) of irraa isa uume” jedhu? “Oggas suuraa tokko kan isa fakkaattu fidaaYoo kan dhugaa dubbattan taatan, Rabbii gaditti nama dandeessan (gargaarsaaf) waamadhaa” jedhi.) [Qur'aana 10:37-38]

أَمْ يَقُولُونَ افْتَرَاهُ ۖ قُلْ فَأْتُوا بِعَشْرِ سُوَرٍ مِّثْلِهِ مُفْتَرَيَاتٍ وَادْعُوا مَنِ اسْتَطَعْتُم مِّن دُونِ اللَّهِ إِن كُنتُمْ صَادِقِينَ

(“Inumaayyuu isatu (Qur’aana) of biraa uume” jedhuu? “yoo kan dhugaa dubbattan taatan Rabbiin ala waan dandeessan waamadhaatii, suuraa kudhan kan (isin biraa) uumamtuu taate kan isa fakkaattu fidaa” jedhiin.) [Qur'aana 11:13]

أَمْ يَقُولُونَ تَقَوَّلَهُ ۚ بَل لَّا يُؤْمِنُونَ * فَلْيَأْتُوا بِحَدِيثٍ مِّثْلِهِ إِن كَانُوا صَادِقِينَ

(Sila isatu isa (Qur’aana) uume jedhu moo?” lakkii, isaanumatu hin amanne. Yoo kan dhugaa dubbatan ta’aniif haasaa fakkaataa isaatiin haa dhufanu.) [Qur'aana 52:33-34]

Qormaata fi affeerri Qur'aanni dhiheessuu fi inni "Mee fakkaataa isaa fidaa" jedhu akka jirutti ta'ee Araboonni yeroo san jiraataa turan wolaloo fi ciigoo iddoo ol aanaa kanneen kennamuuf ta'uu isaanii wajjiin suurama gad aanaa ta'ee fakkeessanii dhiheessuu hin dandeenye.

Qormaanni kun hanga ammaa illee akkuma jirutti yoo ta'u waggaa 1400 booda illee gantuun goonni ani nan jira jedhee falmuuf fuul-dura isaa kan dhaabbatu hin mul'anne, amma boodas ilmaan Namaa addunyaa irra jiran biliyoona 8 oli fi jinnoonnis osoo wal gargaaranii fakkaataa Qur’aanaa kana fiduu tasumaa hin danda’an.

itti fufa...
Waliif qoodaa keeyrii tana facaasaa.
Jzk
𝗤𝗼𝗽𝗵𝗲𝗲𝘀𝘀𝗮𝗮;
© Ifaa Dhugaa

2 weeks, 5 days ago

𝔻ℍ𝕌𝔾𝕌𝕄𝔸 𝕀𝕐𝕐𝔸𝕊𝕌𝕌𝕊 𝕎𝔸𝔸ℚ𝔸𝔸?

𝐊𝐔𝐓𝐀𝐀 2𝐅𝐅𝐀𝐀

وَقُلْ جَاءَ الْحَقُّ وَزَهَقَ الْبَاطِلُ ۚ إِنَّ الْبَاطِلَ كَانَ زَهُوقًا

“Dhugaan dhufe; sobni dhabame Dhugumatti, sobni dhabamaa ta’eera” jedhi.  17:81

𝐌𝐲 𝐂𝐡𝐚𝐧𝐧𝐞𝐥 𝐉𝐨𝐢𝐧 @Rafiiqul_Islaam

11, 𝐌𝐞𝐞𝐬𝐡𝐨𝐥𝐞𝐞 "𝐖𝐚𝐚𝐪𝐚𝐚"

“Yohannis waan isaan yaadan kanaaf yommuu deebii hunduma isaaniitiif kennutti, "Ani bishaaniinan isin cuupha, garuu ana irra kan jabaatu hidhaa kophee isaatii illee hiikuudhaaf kanan hin taane dhufaa jira; inni hafuura qulqulluudhaa fi ibiddaan isin in cuupha.”
  — Luq. 3:16

“Yesusin erga fannisaniis warri loltuu, wayyaa isaa fudhatanii, tokko tokko 'akka isaan ga'utti iddoo afuritti hirmaatan; kittaan isaa garuu olii hamma gadiitti dha'aa tokkichaan ba'e malee, hodhaa hin qabu ture.”
  — Yoh. 19:23

12, " 𝐖𝐚𝐚𝐪𝐧𝐢" 𝐖𝐚𝐚𝐪𝐚 𝐊𝐚𝐝𝐡𝐚𝐭𝐚𝐚?

“Yesus lafa onaa keessa guyyaa afurtama bubbule, Seexanaanis qoramaa ture. Achittis bineensota gidduu ture, ergamoonni Waaqayyoos isaaf in ergamu turan.”
  — Mar. 1:13

13, "𝐖𝐚𝐚𝐪𝐧𝐢" 𝐆𝐢𝐛𝐢𝐫𝐚 𝐌𝐨𝐨𝐭𝐮𝐦𝐦𝐚𝐚 𝐍𝐢 𝐆𝐚𝐛𝐛𝐚𝐫𝐚𝐚?

“Isaanis, "Kan mooticha warra Roomaa ti" ittiin jedhan. Achumaanis Yesus, "Egaa mootichaaf, kan fudhachuun isaaf ta'u kennaa; Waaqayyoofis kan fudhachuun isaaf ta'u kennaa!" isaaniin jedhe.”
  — Mat. 22:21

14, 𝐍𝐚𝐦𝐨𝐨𝐧𝐧𝐢 𝐆𝐢𝐛𝐢𝐫𝐚 𝐆𝐚𝐫𝐚 𝐅𝐢𝐪𝐫𝐚𝐧𝐚𝐡𝐨𝐨𝐦𝐢 𝐅𝐢𝐪𝐫𝐚𝐧𝐚𝐡𝐨𝐨𝐦 𝐃𝐞𝐞𝐦𝐚𝐧

“Yesusii fi bartoonni isaa Qifirnaahomitti gallaan, warri gibira mana qulqullummaa fuudhan Phexros bira dhufanii, "Barsiisaan keessan gibira mana qulqullummaa hin baasuu?" jedhanii isa gaafatan.”
  — Mat. 17:24

“Phexros immoo deebisee, "Lakkii in baasa" jedheen. Phexros gara manaa dhufee utuu inni hin dubbatin, Yesus, "Maal sitti fakkaata yaa Simoon? Mootonni biyya lafaa qaraxa yookiis gibira eenyu irraa fudhatu? Namoota isaanii irraa moo yookiis warra ormaa irraa fudhatu?" jedhee isa gaafate.”
  — Mat. 17:25

15, "𝐖𝐚𝐚𝐪𝐧𝐢" 𝐌𝐚𝐚𝐭𝐢𝐢 𝐐𝐚𝐛𝐚𝐚?

“Naataanaa'el yommus, "Naazireet keessaa wanti gaariin ba'uu danda'aa?" jedhee Filiphosin gaafate; Filiphos immoo, "Kottuutii ilaali!" jedhee deebiseef.”
  — Yoh. 1:46

16,  "𝐖𝐚𝐚𝐪𝐧𝐢" 𝐁𝐢𝐲𝐲𝐚𝐚 𝐟𝐢 𝐎𝐛𝐛𝐨𝐥𝐞𝐞𝐲𝐲𝐚𝐧 𝐐𝐚𝐛𝐚𝐚?

Mat. 13
¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯
⁵⁴ Gara mandara kutaa biyya itti dhalatee dhaqee, mana sagadaa isaanii keessatti isaan barsiise. Warri isa dhaga'an immoo raajeffatanii, "Ogummaan akkasii hojiin aangoo kun hundinuus eessaa dhufeef?
⁵⁵ Kun ilma isa muka sooftichaa mitii? Haati isaas Maariyaam jedhamtee waamamti mitii ree? Yaaqoobii fi Yoseef, Simoonii fi Yihudaan obbolaa isaa ti mitii?
⁵⁶ Obboleettonni isaas hundinuu as nu bira jiru mitii ree? Egaa wanti kun hundinuu eessaa dhufeef?" jedhan.

17, 𝐔𝐦𝐮𝐫𝐢𝐢 𝐟𝐢 𝐆𝐮𝐝𝐝𝐢𝐧𝐚 "𝐖𝐚𝐚𝐪𝐚𝐚"

“Mucichi immoo guddachaa, jabaachaa, ogummaadhaanis guutaa adeeme; ayyaanni Waaqayyoos isa irra ture.”
  — Luq. 2:40

“Yesus immoo Waaqayyoo fi namoota irraa ayyaana argachaa, namummaadhaa fi ogummaatti in guddata ture.”
  — Luq. 2:52

“Abbaanii fi haati mucichaa wagguma waggaan ayyaana Faasikaa ayyaanessuudhaaf gara Yerusaalem in dhaqu turan.”
  — Luq. 2:41

“Mucichi waggaa kudha lama yeroo guutetti, akkuma amala isaanii ayyaanichaaf ol ba'an.”
  — Luq. 2:42

18, "𝐖𝐚𝐚𝐪𝐚" 𝐃𝐚𝐧𝐝𝐞𝐞𝐭𝐭𝐢𝐢 𝐇𝐢𝐧 𝐐𝐚𝐛𝐧𝐞

“Yesus itti dabalee, "Ani humna kootiin homaa gochuu hin danda'u; abbaa koo irraa akkan dhaga'etti nan farada; firdiin ani faradus qajeelaa dha. Anoo yaada koo duukaa bu'uu hin barbaadu, 'yaada isa ana ergee duukaan bu'a malee.”
  — Yoh. 5:30

19, " 𝐖𝐚𝐚𝐪𝐧𝐢" 𝐆𝐮𝐲𝐲𝐚𝐚 𝐃𝐡𝐮𝐦𝐚𝐚 𝐇𝐢𝐧 𝐁𝐞𝐞𝐤𝐮𝐮?

“Yesus itti fufee, "Guyyicha sana yookiis yericha sana garuu abbaa koo duwwaatu beeka malee, ergamoonni waaqa irraa; ilmis, namni tokko illees kana hin beekan.”
  — Mar. 13:32

𝐈𝐓𝐓𝐈 𝐅𝐔𝐅𝐀𝐀.............

https://t.me/Rafiiqul_Islaam
https://t.me/Rafiiqul_Islaam

3 weeks, 4 days ago

Maddi ykn bu'uurri Amantaa Islaamaa; Rabbiin biraa akka ta'e, Qur'aanaan mirkanaa'eera.

Amantaan keessan hoo maddi isaa eessa?

https://t.me/Rafiiqul_Islaam

4 weeks, 1 day ago

𝔻ℍ𝕌𝔾𝔸𝔸 𝕀𝕐𝕐𝔸𝕊𝕌𝕌𝕊 𝕎𝔸𝔸ℚ𝔸𝔸?

𝐊𝐔𝐓𝐀𝐀 1𝐅𝐅𝐀𝐀

وَقُلْ جَاءَ الْحَقُّ وَزَهَقَ الْبَاطِلُ ۚ إِنَّ الْبَاطِلَ كَانَ زَهُوقًا

“Dhugaan dhufe; sobni dhabame Dhugumatti, sobni dhabamaa ta’eera” jedhi.  17:81

𝐌𝐲 𝐂𝐡𝐚𝐧𝐧𝐞𝐥 𝐉𝐨𝐢𝐧 @Rafiiqul_Islaam

1, 𝐃𝐡𝐚𝐥𝐨𝐨𝐭𝐚 "𝐖𝐚𝐚𝐪𝐚𝐚"

“Inni waa'ee ilma isaa isa akka fooniitti sanyii Daawit keessaa dhalatee dubbate.”
  — Rom. 1:3

2, 𝐇𝐢𝐝𝐝𝐚 𝐒𝐚𝐧𝐲𝐢𝐢 "𝐖𝐚𝐚𝐪𝐚𝐚"

“Toorri hidda dhaloota Yesus Kristos sanyii Daawit, sanyii Abrahaam isa kana.”
  — Mat. 1:1

3, 𝐒𝐚𝐚𝐥𝐚 "𝐖𝐚𝐚𝐪𝐚𝐚"

“Guyyaan saddeettaffaan erga darbee mucicha dhagna qabuun in ga'e; akkuma ergamaan Waaqayyoo utuu isheen hin ulfaa'in dura, haadha isaatti himee turetti maqaa isaa "Yesus" jedhan.”
  — Luq. 2:21

4, 𝐖𝐚𝐚'𝐞𝐞 𝐌𝐚𝐫𝐲𝐚𝐦 "𝐖𝐚𝐚𝐪𝐚" 𝐔𝐥𝐟𝐨𝐨𝐟𝐭𝐞𝐞 𝐃𝐚'𝐮𝐮
𝐀𝐤𝐤𝐚𝐦𝐢𝐭𝐭𝐢 𝐌𝐚𝐫𝐲𝐚𝐦 𝐖𝐚𝐚𝐪𝐚 𝐔𝐥𝐟𝐨𝐨𝐟𝐭𝐞𝐞 𝐃𝐞𝐞𝐬𝐬𝐞𝐞??
𝐌𝐚𝐫𝐲𝐚𝐦 𝐚𝐤𝐤𝐚 𝐝𝐮𝐛𝐚𝐫𝐭𝐢𝐢 𝐤𝐚𝐦𝐢𝐢𝐲𝐲𝐮𝐮 𝐔𝐥𝐟𝐨𝐨𝐟𝐭𝐞𝐞 𝐝𝐚'𝐮𝐮 𝐪𝐚𝐛𝐱𝐢𝐢𝐧 𝐢𝐛𝐬𝐮:-

“Betlihem utuu jiraniis, yeroon Maariyaam itti deessu ga'e;”
  — Luq. 2:6

𝐊𝐚𝐧𝐚 𝐣𝐞𝐜𝐡𝐮𝐮𝐧 𝐚𝐤𝐤𝐮𝐦𝐚 𝐝𝐮𝐛𝐚𝐫𝐭𝐢𝐢𝐧 𝐤𝐚𝐦𝐢𝐲𝐲𝐮𝐮 𝐣𝐢'𝐚 𝐢𝐭𝐭𝐢 𝐮𝐥𝐟𝐚𝐚𝐲𝐚𝐧𝐢𝐢 𝐝𝐚'𝐚𝐧𝐢𝐭𝐭𝐢 𝐤𝐚𝐧 𝐝𝐞𝐞𝐬𝐬𝐞 𝐭𝐚𝐡𝐮𝐮 𝐡𝐮𝐛𝐚𝐧𝐧𝐚 𝐡𝐚𝐚𝐥𝐥𝐢 𝐢𝐬𝐢𝐢𝐧 𝐢𝐭𝐭𝐢 𝐝𝐞𝐞𝐬𝐬𝐞𝐥𝐥𝐞𝐞 𝐚𝐤𝐤𝐮𝐦𝐚 𝐝𝐮𝐛𝐚𝐫𝐭𝐢𝐢𝐧 𝐡𝐮𝐧𝐝𝐮𝐦𝐭𝐮𝐮 𝐢𝐭𝐭𝐢 𝐧𝐚𝐦𝐚 𝐝𝐞𝐞𝐬𝐬𝐮𝐭𝐭𝐢 𝐦𝐚𝐥𝐞𝐞 𝐛𝐢𝐟𝐚 𝐚𝐝𝐝𝐚 𝐭𝐚𝐡𝐞𝐞𝐧 𝐡𝐢𝐧 𝐭𝐮𝐫𝐫𝐞.

“Isheen ulfa turte; ciniinsuu da'umsaatiinis dhiphattee in iyyite.”
  — Mul. 12:2

5, "𝐖𝐚𝐚𝐪𝐧𝐢" 𝐇𝐚𝐫𝐦𝐚 𝐃𝐮𝐛𝐚𝐫𝐭𝐢𝐢 𝐇𝐨𝐝𝐡𝐞𝐞𝐫𝐚

“Yesus utuu kana dubbachaa jiruu, namoota achi turan keessaa, dubartiin tokko sagalee ishee dhageesiftee, "Gadameessi si baatee fi harmi ati hoote haa gammadan!" jette.”
  — Luq. 11:27

6, 𝐆𝐚𝐧𝐝𝐚 "𝐖𝐚𝐚𝐪𝐧𝐢" 𝐈𝐭𝐭𝐢 𝐃𝐡𝐚𝐥𝐚𝐭𝐞

“Bara mooticha Herodisitti, Yesus mandara Betlihem kutaa biyya Yihudaatti yommuu dhalate, kunoo, namoonni ogeeyyiin urjii lakkaa'an tokko ba'a-biiftuutii gara Yerusaalem dhufan.”
  — Mat. 2:1

7, 𝐎𝐠𝐮𝐦𝐦𝐚𝐚 "𝐖𝐚𝐚𝐪𝐚𝐚"

“Kun ilma isa muka sooftichaa mitii? Haati isaas Maariyaam jedhamtee waamamti mitii ree? Yaaqoobii fi Yoseef, Simoonii fi Yihudaan obbolaa isaa ti mitii?”
  — Mat. 13:55

“Kun muka soofticha ilma Maariyaam, obboleessa Yaaqoob, Yosees, Yihudaa fi Simoon mitii? Obboleettonni isaas as nu bira jiru mitii?" jedhanii isa maman.”
  — Mar. 6:3

8, 𝐌𝐚𝐥𝐚 𝐆𝐞𝐞𝐣𝐣𝐢𝐛𝐚 "𝐖𝐚𝐚𝐪𝐧𝐢" 𝐈𝐭𝐭𝐢 𝐅𝐚𝐲𝐲𝐚𝐝𝐚𝐦𝐮

“"Yaa ijoollee Xiyoon hin sodaatinaa, kunoo, mootiin keessan ilmoo harree irra taa'ee in dhufa" jedhame.”
  — Yoh. 12:15

“inni, "Namoota Xiyoonitti himaa! Mootiin keessan gad of deebisee, kunoo, inni harree [yaabbii] keessaa, ilmoo harree irra taa'ee siif indhufa" isa jedhuu dha.”
  — Mat. 21:5

9, 𝐍𝐲𝐚𝐚𝐭𝐚𝐚 "𝐖𝐚𝐚𝐪𝐚𝐚" 𝐟𝐢 𝐃𝐡𝐮𝐡𝐚𝐚𝐭𝐢𝐢 𝐌𝐚𝐜𝐡𝐞𝐞𝐬𝐬𝐮

“Ilmi namaa yommuu dhufe, in nyaata in dhugas; isin immoo 'llaa nama albaadhessaa fi machaa'aa kana, hidhata warra qaraxxuutii fi warra akka seeraatti hin jiraannee ti' jettu.”
  — Luq. 7:34

“Ilmi namaa yommuu dhufe, in nyaata, in dhugas; isaan immoo, 'Ilaa nama albaadhessaa fi machaa'aa kana, hidhata warra qaraxxuutii fi warra akka seeraatti hin jiraannee' jedhu. Haa ta'u iyyuu malee, ogummaan Waaqayyoo ija hojii isaatiin dhugaa argate" jedhe.”
  — Mat. 11:19

10, 𝐇𝐢𝐲𝐲𝐮𝐦𝐦𝐚𝐚 "𝐖𝐚𝐚𝐪𝐚𝐚"

“Yesus immoo, "Waangonni boolla qabu, simbirroonnis mann'ee qabu, ilmi namaa garuu lafa mataa isaa itti hirkifatu hin qabu" jedheen.”
  — Mat. 8:20

𝐈𝐓𝐓𝐈 𝐅𝐔𝐅𝐀𝐀..............

𝐍𝐚𝐦𝐧𝐢 𝐝𝐮𝐛𝐛𝐢𝐬𝐟𝐚𝐧 𝐬𝐚𝐧𝐚 𝐛𝐨𝐨𝐝𝐚 𝐡𝐢𝐫𝐢𝐲𝐨𝐨𝐭𝐚 𝐤𝐞𝐞𝐬𝐬𝐚𝐧𝐢𝐢𝐟 𝐪𝐨𝐨𝐝𝐚𝐚!!

@Dhugaa_Dhokatee
https://t.me/Rafiiqul_Islaam

1 month ago

QUR'AANNI MAALIIF AFAAN ARABAATIIN TA'A? ------------------------- Qophiin: Elias Mohammed _____ Maqaa Rabbii Akkaan Mararfataa Akkaan Rahmata Godhaa Ta'eetiin. Namootni tokko tokko Qur'aanni maalif Afaan Arabaatiin qofa ta'a? Yoo Afaan Oromootti hiikame…

2 months, 3 weeks ago

𝐀𝐬𝐬𝐚𝐥𝐚𝐚𝐦𝐮 𝐀𝐥𝐚𝐲𝐢𝐤𝐮𝐦 𝐖𝐨𝐫𝐚𝐡𝐦𝐚𝐭𝐮𝐥𝐥𝐚𝐚𝐡𝐢 𝐖𝐨𝐛𝐚𝐫𝐚𝐤𝐚𝐚𝐭𝐮𝐡𝐮𝐮

𝗢𝗱𝘂𝘂 𝗚𝗮𝗺𝗺𝗮𝗰𝗵𝗶𝗶𝘀𝗮𝗮!!

𝑹𝒂𝒂𝒅𝒊𝒚𝒐𝒐 𝑨𝒍-𝑯𝒊𝒋𝒓𝒂𝒕𝒂𝒚𝒊𝒊𝒏 𝑨𝒌𝒌𝒖𝒎𝒂 𝑩𝒆𝒆𝒌𝒂𝒎𝒖 𝑻𝒐𝒓𝒃𝒂𝒏 𝑻𝒐𝒓𝒃𝒂𝒏𝒊𝒊𝒏 𝑲𝒂𝒏 𝑰𝒔𝒊𝒏𝒊𝒊𝒇 𝑫𝒉𝒊𝒚𝒂𝒂𝒕𝒖 𝒀𝒐𝒐 𝑻𝒂'𝒖 𝑻𝒐𝒓𝒃𝒂𝒏𝒊𝒕𝒕𝒊 𝒀𝒆𝒓𝒐𝒐 𝑻𝒐𝒌𝒌𝒐 𝑲𝒂𝒏 𝑰𝒔𝒊𝒏 𝑩𝒊𝒓𝒂𝒂𝒏 𝑮𝒆𝒆𝒏𝒚𝒖 𝑻𝒂'𝒂𝒂 𝑰𝒏𝒏𝒊𝒔 𝑮𝒖𝒚𝒚𝒂𝒂 𝚜𝚊𝚋𝚝𝚒𝚒 𝑲𝒂𝒏 𝑰𝒔𝒊𝒏 𝑸𝒂𝒒𝒒𝒂𝒃𝒊𝒔𝒊𝒊𝒔𝒏𝒖 𝑻𝒂'𝒂𝒂 𝑲𝒂𝒏𝒂𝒂𝒇𝒖𝒖 𝑵𝒖 𝑯𝒐𝒓𝒅𝒐𝒇𝒂𝒂.

𝑺𝒂𝒈𝒂𝒏𝒕𝒂𝒂𝒍𝒆𝒆 𝑰𝒏𝒏𝒊 𝑸𝒂𝒃𝒂𝒕𝒆𝒆 𝑰𝒔𝒊𝒏𝒊𝒊𝒇 𝑫𝒉𝒖𝒇𝒖 𝑲𝒂𝒏 𝑨𝒓𝒎𝒂𝒂𝒏 𝑮𝒂𝒅𝒊𝒊𝒕𝒕𝒊 𝒂𝒓𝒈𝒂𝒎𝒂𝒏 𝑲𝒂𝒏𝒂𝒂𝒅𝒉𝒂𝒂 𝑴𝒂𝒂𝒓𝒓𝒆𝒆 𝑱𝒐𝒊𝒏 𝑮𝒐𝒄𝒉𝒖𝒖𝒅𝒉𝒂𝒂𝒏 𝑵𝒖 𝑯𝒐𝒓𝒅𝒐𝒇𝒂𝒂 𝑱𝒛𝒌.

𝐆𝐀𝐃𝐈 𝐃𝐇𝐈𝐈𝐅𝐀𝐌𝐄𝐄𝐑𝐀𝐀!!

2 months, 3 weeks ago

የዘካህ ህግጋት አጭር ማብራሪያ

📌 የተሻሻለ አዲስ እትም (ረመዳን 1445 ዓ.ሂ)

📖 የ pdf ፋይል

🖌 በኢልያስ አሕመድ

@ustazilyas

2 months, 3 weeks ago

Sunnaa Irraanfatame Keessaa

Ibnu Ka'ab irraa fuudhamee akkas jedha፦

﴿كان رسولُ اللهِ ﷺ إذا سلَّم من الوِترِ قال سُبحانَ الملِكِ القدُّوسِ ثلاثَ مرّاتٍ يرفعُ في الثّالثةِ صوتَه.﴾

“Ergamaan Rabbii ﷺ Salaata Wutrii fixanii booda Sagalee isaanii ol fuudhuun si'a sadii 'Subhaanal Malikil Kudduus' Jedhu ture.

📚 Nasaa'iin Sohiih Jedhaniiru 1750

🛰 @ifaislaamaa

3 months ago

1𝐆𝐁 𝐆𝐚𝐫𝐚 𝐌𝐁 𝐓𝐢𝐢𝐭𝐭𝐢 𝐘𝐨𝐨 𝐉𝐢𝐣𝐣𝐢𝐢𝐫𝐚𝐦𝐞 𝐌𝐞𝐞𝐪𝐚 𝐓𝐚'𝐚𝐚⁉️
»»» Click Here «««
      »»» Click Here «««
      »»» Click Here «««
      »»» Click Here «««
      »»» Click Here «««
      »»» Click Here «««

𝐀𝐝𝐬: 👇
@Hope_promotions
@GurgurtaaChaanaalii

We recommend to visit

ᅟᅟᅟ 𝗔𝗜𝗡'𝗧 𝗡𝗢𝗕𝗢𝗗𝗬 𝗚𝗜𝗩𝗘 𝗔 𝗙𝗨𝗖𝗞 𝗔𝗕𝗢𝗨𝗧 𝗔 𝗥𝗨𝗟𝗘˖ with the tazos in my side.

OFC CHANNEL :
@OFCTAZOS

SHITPOST :
@HRSSHITPOST

CONTACT US : @ofctazosbot

Last updated 1 year, 11 months ago

Soo dhowoow is ku day inaad cid nagusoo biiriso hal qofna ha ahaatee adiga oo linkiga zhere gareynaya halkaan waxaad ka helaysaa fikrado ku cajabiya♥️

Wixii talo ah halkan igalasoo xidhiidh💚👇 @Maymuuncali

https://t.me/Audiobook2s

2021-5-24

Last updated 1 month ago

Chaanaalli Kun Chaanala walaloo gaggabaaboo Fi ergaalee garagaraa of keessaa qabdudha!

Siyaasa ❌
Amantaa❌
Jibbinsa❌
Sanyummaa❌

Yaadaaf👇👇
👉 @Michuu_Fayisaa
---------------//---------------

Chaanaalaaf👇
✍️ @Michuu_ko

Last updated 1 month, 3 weeks ago