🔱 MANCHESTER UNITED ORO FUN 🔱

Description
Channel kana keessatti oddeefannowwaan🔉🔉
☑️Jijjirraa taphattoota man United
☑️Tapha kallaattidhan
☑️oddeefannowwaan haara bahaan kan garee keenya waal qabataan
✍yaada yoo qabataan @Waan_haara_bot nun gahuu dandesuu.
Group kenya 👉 @oro_manche_fan 👈
Advertising
We recommend to visit

🔞 Eng sara hayotiy hazillar bizning kanalda! 🔞

18 yoshga to'lmaganlarga mumkin emas☝️


G'oyalar, hamkorlik va reklama uchun admin: @XazillashmaBot

💰Reklama: @Reklama_1Q @Social_Energy_UZ @shokin_pricee
Jadval va narx: tg.segroup.me?uz

Last updated 3 weeks, 6 days ago

Реклама учун: https://t.me/Championatasianewbot


Наш канал на русском:
https://t.me/olamsport_ru

https://t.me/joinchat/AAAAAD8Gn7Y_0UJvHuG_zg

Last updated 4 weeks ago

🔯Isportii Jalalaafi🔯
⚽ Oduu isportii yeroo isaa eggatee
💶 Jijjirraa taphatotaa
📒 Seenaa taphatotaa
🖥️ Tamsasaa kallattii
🔊 Oduu bashanasisaa
📳 Yaada qabdanif Fi Naman Cross gochuu bardananii👉 @Abdii1222

Last updated 6 days, 1 hour ago

6 days, 17 hours ago

🚨 BREAKING: Erik ten Hag leenjisaa Maanchistar Yunaayitid ta'ee hafe, murtoon murtaa'eera.

Ten Hag murtii dhumaa INEOSn erga kennamee booda beeksiseera.

Ten Hag bara dorgommii dhufuuf leenjisaa Maan Yunaayitid ta'ee ittii fufaa.

👍Fabriziyoo Roomaanoo
@Manchester_United_fan2

6 days, 17 hours ago

ODUU AMMEE

Eriik Teenhaag bara dorgommii dhufu Maanchister Yunaayitid keessa akka turan gabaafameera.

@Manchester_United_fan2

6 days, 17 hours ago

t.me/BlumCryptoBot/app?startapp=ref_lyCuAt1nAu
Akka isin hin darbinee blum jedhama guyyota qofaatu hafa link kanan seenun hanga dandessan walitti qabadhaa.

2 weeks ago

Maanchistar Yunaayitid ganna kana Maarkus Raashfoordiif dhiyeessii guddaa dhiyaateef yoo taphatichi kilabicha gadhiisuu akka barbaadu itti hime hin mormu.

Kan Atileetiksii

@Manchester_United_fan2

2 weeks ago

Raasmus Hoylund bara dorgommii 2024/25tti Maanchistar Yunaayitid keessatti maali'a lakkoofsa 9 ni uffata.

@Manchester_United_fan2

2 weeks ago

Marcus Rashford, Bruno Fernandes, Jaden Sancho fi Casemiro mindaa wal fakkaatu argachuu barbaadu.

Biruunoo kontiraata haaraa kilabicha irraa akka isaaf dhiyaatu barbaada, kunis Kaasemiroo Saanchoo fi Raashfoord caalaa kaffaltii isaaf kaffala.

Miseensonni boordii kilabichaa Biruunoo akka taphataa ijoo kilabichaatti ilaalanis, garee kana ilaalcha keessa galchuun mindaa isaa akka hir'isu barbaadu.

[Jemii Jaaksan/Gaardiyaan].

@Manchester_United_fan2

2 months, 2 weeks ago

#Breaking🔥

GADHIIFAMEERA🔥

Link'n Taphoota Piiriimeer liigii dabarsuu Gadhiifamera

📡Link Taphoota kallattiin dabarsu argachuuf
👇👇👇👇👇

2 months, 2 weeks ago

Taphattoonni kilabii keenyaa tapha Cheelsiif hin geenye!

Luke Shawaa
Maaleeziyaa
Eevaans
Vaaraan
Maartineez
Liindeloof

@Manchester_United_fan2

2 months, 2 weeks ago

🚨 Breaking

Taphattoonni Maanchistar Yunaayitid Liisaandiroo Maartineez fi Viiktoor Liindeloof sababa miidhaan yoo xiqqaate ji'a tokkoof tapha irraa akka hafan Maanchistar Yunaayitid beeksise.

@Manchester_United_fan2

2 months, 3 weeks ago

Chanalotaa Bekamoo Namni Kamuu Qabachuu Qabanii kan Biyyaa kessaa Jirtanii Tahee Kan Biyyaa Alaa Jirtaa Isiin Fayadaa Join Godhaa👇👇👇👇

We recommend to visit

🔞 Eng sara hayotiy hazillar bizning kanalda! 🔞

18 yoshga to'lmaganlarga mumkin emas☝️


G'oyalar, hamkorlik va reklama uchun admin: @XazillashmaBot

💰Reklama: @Reklama_1Q @Social_Energy_UZ @shokin_pricee
Jadval va narx: tg.segroup.me?uz

Last updated 3 weeks, 6 days ago

Реклама учун: https://t.me/Championatasianewbot


Наш канал на русском:
https://t.me/olamsport_ru

https://t.me/joinchat/AAAAAD8Gn7Y_0UJvHuG_zg

Last updated 4 weeks ago

🔯Isportii Jalalaafi🔯
⚽ Oduu isportii yeroo isaa eggatee
💶 Jijjirraa taphatotaa
📒 Seenaa taphatotaa
🖥️ Tamsasaa kallattii
🔊 Oduu bashanasisaa
📳 Yaada qabdanif Fi Naman Cross gochuu bardananii👉 @Abdii1222

Last updated 6 days, 1 hour ago