Dive into the Ultimate Free Library: Your One-Stop Hub for Entertainment!

Qoosaa jaalalaa

Description
Baacoof qoosaa asoosama jaalalaa gabaabaaf dhadheeraa,walaloo addaa addaa nu buraa arkattu.
Advertising
We recommend to visit

ᅟᅟᅟ 𝗔𝗜𝗡'𝗧 𝗡𝗢𝗕𝗢𝗗𝗬 𝗚𝗜𝗩𝗘 𝗔 𝗙𝗨𝗖𝗞 𝗔𝗕𝗢𝗨𝗧 𝗔 𝗥𝗨𝗟𝗘˖ with the tazos in my side.

OFC CHANNEL :
@OFCTAZOS

SHITPOST :
@HRSSHITPOST

CONTACT US : @ofctazosbot

Last updated 1 year, 11 months ago

Soo dhowoow is ku day inaad cid nagusoo biiriso hal qofna ha ahaatee adiga oo linkiga zhere gareynaya halkaan waxaad ka helaysaa fikrado ku cajabiya♥️

Wixii talo ah halkan igalasoo xidhiidh💚👇 @Maymuuncali

https://t.me/Audiobook2s

2021-5-24

Last updated 2 weeks, 2 days ago

Chaanaalli Kun Chaanala walaloo gaggabaaboo Fi ergaalee garagaraa of keessaa qabdudha!

Siyaasa ❌
Amantaa❌
Jibbinsa❌
Sanyummaa❌

Yaadaaf👇👇
👉 @Michuu_Fayisaa
---------------//---------------

Chaanaalaaf👇
✍️ @Michuu_ko

Last updated 1 month ago

3 weeks, 2 days ago
ATI HIRIYYAA koo ***👫***qofa miti

ATI HIRIYYAA koo 👫qofa miti
   ➛Ati JAALALLEE kooti 💑

ATI JAALALLEE koo 💏qofa miti
   ➛Ati ONNEE kooti 💕.  

ATI ONNEE koo♥️ qofa miti
  ➛Ati JIREENYA kooti .  

ATI JIREENYA koo qofa miti
  ➛Ati waan HUNDUMAA kooti .
:¨·.·¨: ❤️
 `·.  @qoosaajaalalaa 🌹

3 weeks, 2 days ago
Dhimmi Jireenna Keetii Si Ilaallata!

Dhimmi Jireenna Keetii Si Ilaallata!
--------------------------
Si caalaa namni siif dhimmu tokkolle hin jiru.
👌Jireenni geggeessaa cimaa barbaada, ati dursitee jireenna keeti dhunfaa sirritti geggeessuuf dhalatte. Yoo ati dhimma mataa keetii hin qabne, nami abbaa kanaa siin jedhu hin jiru.

Ati garba namaa, hojjataa nama tokkoo qofa teetee akka jiraattu siif hin eeyyamamne. Ati dursa geggeessaa dhunfaa keetiiti.
➣Namni bakka barbaade, yeroo barbaadetti fuudhee akka siin deemu maaliif eeyyamtaaf.
Ati hoo yoom geggeessita, yoomi ajajja, yoom gammadda....? Geggeessaa teetee dhalattee, garba teetee jiraattaa? Hin ta'u. Hin ta'u!

Har'a dhunfaa keetiin murteessuu baradhu. Akkasi akkana godha jechuu baradhu. Maaliif namoonni qofi akka siif murteessanu carraa kennitaaf!? Hin ta'u!

➣Jireenna keeti gara caalutti fooyyessuuf, kaayoo dhalatteef galma gewuuf ka'i, socho'i, yaadda'uurratti...daqiiqaa mitii sekondii tokko hin gubin, amma ka'i, gargar hin kutin.

Isiin Jaalatamtoota  ❤️🫶

❤️ @qoosaajaalalaa

3 weeks, 5 days ago
Ormi Hin Seenne Mooraa kee! ***💝***

Ormi Hin Seenne Mooraa kee! 💝

Daalachiyyuu farsoodha
Kabaa muka geeshee...!
Jaalalliyyuu qabsoodha
Qabaasosa yoo dandeesse...!

Kabaan kabdee cuftee
Ormi hin seenne mooraa kee...!
Baga daftee dhuftee
Ana siif wayya jooraa kee...💝

@waa_soka
@waa_soka

3 weeks, 5 days ago
Duula Natti Bantee

Duula Natti Bantee
Daarsitee Onnee koo...!
Huumna Jaalala keen
Cabsite Qalbii koo...!

Jabaa kumnuu Hin moone
Na Gootee Dadhabaa...!
Sodaa Natti Naqxeem
Jiruu maaliin Qabaa...!

Ergan siif bitamee
Harka kiyya Baasee...!
Of keessaa sin Baasu
Lola sitti kaasee ...!

Siifan Ergarama
Dhuunfaa kee Na godhuu...!
Dirree Onnee koo irra
Siidaa kee Dhaabbadhuu...!

Cuunfeen siif Dhi'eessa
Dhangaa Jaalala koo...!
Halkan Guyyaa godhii
Naaf Ibsi Bara koo...!

📡• SHARE •📡

░f░a░░c░░e░b░░o░░o░k░
Follow https://www.facebook.com/profile.php?id=100092666322506

#JOIN & #SHARE 🖥️📱💻
👇🏾
🌍。\|/。🌐
📡 @qoosaajaalalaa 🔔
📡 @qoosaajaalalaa 🔔
📡 @qoosaajaalalaa 🔔
🌐。/|\。🌍

3 weeks, 6 days ago
Father kee waliin otuu jirtii hiriyaan …

Father kee waliin otuu jirtii hiriyaan kee siif bilbile 📞 siin jaaladha damma too gaafa siin jedha....itiis👉kan si ajaa'ibu anilleen akkasuma.
@qoosaajaalalaa
@qoosaajaalalaa

3 weeks, 6 days ago
Yoo si gante gadditee

Yoo si gante gadditee
Hin boo'in ilmoo dhiiraa...!
Aariin sigaaraa xuuxxee
Dhaqxes hin dhugin biiraa...!

Ati takkaa dagattee
Irratti hin godhin daba...!
Rabbi harka mirgaa keessaa
Kan ishee caaltu qabaa...!

Siif yoomuu ni qajeela
Eerga ati ishee hin miine...!
Fuuncaan hidhee hin danda'u
Miilla jaalalli hin hiine...!

Warqee gad siif hoqqiftee
Maaf siif hanqaaqin meetii...!
Eerga garaanshee didee
Haa dhaqxu dhimma isheeti...!

📜 may 5/2024 🕑

☢️ #JOIN_AND_SHARE ♻️
⬇️⬇️
🌍。\|/。🌐
📡 @qoosaajaalalaa 🔔
📡 @qoosaajaalalaa 🔔
📡 @qoosaajaalalaa 🔔
🌐。/|\。🌍

3 weeks, 6 days ago

Walaloo Ayyaana

Baga ittin sin gahee
Hundumti keessani
Kan dhihoof alaala
Warreen biyya keessa
Kootaa maatii laalaa

Gariin nyaata dhiise
Ofiin of adabee
Gariin immoo nyaacha
Cubburra of lagee
Kunoo harra gahee
Rabbiif yaa galatu
Ayyaan faasigaan
Baga ittin sin gahee

Ollaaf firri dhufee
Yoo waliin taphatu
Jibba dhabamsiisa
Jaalala simatu

Kan walitti bu'es
Wal dhabdee saa furaa
Gammachuun badhaadha
Araramuu saanif
Hundi Wal waamanii
Yoo waliin taphatan
Faasigaan ragaadha

Turttii ji'a lamaaf (2)
Kan teessan lugamaan
Harra ofirra baasa
Garaan sin yaa jiidhu
Akka rooba arfaasaa

Luugama afaanii
Offirra baaftanii
Coomaf dhadhaa nyaacha
Firaan Wal waamtani

Baga gammadan
Gammachuun keessa dachaa
Kan osoo hin qabin
Danddirra jiruu
hundumaa yaadacha

Warreen dhaamsi Kun isin qaqqabe Hundi namoota jaalataani Fi firoottan keessaniif yoo xiqqaate namoota 15f sheer godhaa Ayyaan faasigaa gahu Kee ittiin yaadatamtaa! @qoosaajaalalaa

4 weeks ago

Yoona kanakkoo haati warraa koo gara fuulduraa dhiira sooressattin heeruma jettee yaadaa jirtiim ayii😂😂

❤️ @qoosaajaalalaa ❤️

4 weeks ago
TOKKITTIIKO!!

TOKKITTIIKO!!

Bohaarsituu onnee
Mi'eessituu jiruu
Ani dhugaan siif ba'a
Kan akkake hin jiru!
Simboon miidhagake
Qalbii nama fuudha
Qubeellaa siif biteen
Jaalalaan si fuudha!
Si faanan jiraadha
Warra kiyya dhiisee
Jaalan si soora
Si haammadhee ciisee
Situ hunda naaf caala
Si hin jijjiiru yoomuu
Jaalallin siif qabu
Tasa hin dulloomu
Jaalala wal soorra
Akka bookaafi coomaa
Otoon si'iin qabuu
Hin barbaadu homaa
Amboottin si fuudha
Biyya hacaaluu hundeessa
Garaatti naaf baattee
Daa'ima naaf deessa!!
@qoosaajaalalaa

4 weeks ago
መልካም የትንሳኤ በአል ::

መልካም የትንሳኤ በአል ::
Ayyana gaarii

We recommend to visit

ᅟᅟᅟ 𝗔𝗜𝗡'𝗧 𝗡𝗢𝗕𝗢𝗗𝗬 𝗚𝗜𝗩𝗘 𝗔 𝗙𝗨𝗖𝗞 𝗔𝗕𝗢𝗨𝗧 𝗔 𝗥𝗨𝗟𝗘˖ with the tazos in my side.

OFC CHANNEL :
@OFCTAZOS

SHITPOST :
@HRSSHITPOST

CONTACT US : @ofctazosbot

Last updated 1 year, 11 months ago

Soo dhowoow is ku day inaad cid nagusoo biiriso hal qofna ha ahaatee adiga oo linkiga zhere gareynaya halkaan waxaad ka helaysaa fikrado ku cajabiya♥️

Wixii talo ah halkan igalasoo xidhiidh💚👇 @Maymuuncali

https://t.me/Audiobook2s

2021-5-24

Last updated 2 weeks, 2 days ago

Chaanaalli Kun Chaanala walaloo gaggabaaboo Fi ergaalee garagaraa of keessaa qabdudha!

Siyaasa ❌
Amantaa❌
Jibbinsa❌
Sanyummaa❌

Yaadaaf👇👇
👉 @Michuu_Fayisaa
---------------//---------------

Chaanaalaaf👇
✍️ @Michuu_ko

Last updated 1 month ago